شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

KITAABA
USUULA FIQHIHI`II
 

Duree

 Beysa bu`urraa 

Beysisa ma`naa fiqhi`ii
 Maali wanni fiqhi`itti fedhame
Heera ibsu`uu
Waan beekkomsa taye addeessu
 Wallaala jechuun maali
Beekkomsa namaa
 Raga`aafii raggaafifatuun maali

Waa seyuun takkaa dareemuun akkami

Waan shakkiin yookaa mamni taye himuu
Waan usuula fiqhii taye himuu
Daliila fiqhi`ii adda babaafamaa
Hulaa usuulul fiqhi`ii
Hulaa dubbii qoodu`uu
Dubbiin bakka afuritti qoodamti
Dubbiin bakka sadiyitti qoodamti
Dubbiin bakka lamatti qoodamti
Haqiiqan bakka sadiyitti qoodamti
Waan amri`iifii nahyii jala seenufii waan isaan jala hin seene
Dhoowwaa
Jecha waa heduu qabatu
Jecha gabaabaa
Dalagaa ergamaa rabbii
Waan argame deemsisuu
Naskhiin bakka heddu`utti qoodama
 Hulaa daliilli yookaa ragaan wal didu`uu
Walii gala ulamaa`ii fiqhii islaamaa
Akhbaara sunnaa hadiissa
Qiyaasa
 Qiyaasni bakka sadiyitti qoodama sun
Dhoowwa` halaal
Waan duraan jirutti dalagu
Istis-haab haala dur haala ammaatii kennuu
Daliila tarreessuu
Sharxii mujtahidaa
Sharxii nama waa baruu barbaaduu
Al ijtihaada
 

 

 

 

 

 

 

 

kitaaba

waraqaat je`amu kan usuulaa fiqhi`ii  

   
 

  

وينقسم الكلام الى ثلاث اقسام

Ammas dubbiin bakka sadiyitti qoodamti

1 – { tamannii hawwii  تمنى  } dubbii hawwii, waa argatu`uu, beysiftu waan aada`atti hin argamne tayuu , takkaayuu waan argamuun isaa jabaatu tayuu .

Wanni aada`atti hin argamne akka :

{ alaa laytashabaaba ya`uudu yawman

Fa`ukhbirahuu bimaa fa`alal hgalshiibuu }

 الا ليت الشباب يعون يوما      فأخبره بما فعل المشيب  

Ma`naan isaa { odoo dardarummaan guyyuma tokko naa deebitee silaa waan dullummaa na goote itti odeessa } jechuu nama dulloometu akkas je`a nama dulloomee totorra`eef dardarummaan deebi`uun waan aada`atti argamuun jabaatu duuba waan saniif hawwuun waan aada`atti hin argamneef hawwu .

Ammoo wanni aada`atti argamuun jabaatu , akka {  ليت لي مال فاحج منه  } odo`on horii qabaadhee , silaa hajjiidhanan godha jechu`uuti .

2 – { ardun  عرض  } sun waan takka suuta daylaan barbaaduu akka { si nun ziy-aartuu alaa tazuurunaa  الا تزورنا  } jechu`uuti .

3 – { qasama – khakhuu  القسم  }  wallaahii waan akkanaatin dalaga والله لأفعلن كذا   } jechu`uuti .

 

 

 

 

 

 

 

 

  filadhu  

kh_rashad2004@hotmail.com