علم الإنسان
Beekkomsa
namaa
Beekkomsi namaa
bakka lamatti qoodama
1 –
kan dalagaa tee malee
odoo ittin yaaddawin sii galu , takkaa sii dhufu
sun beekkomsa , waan takka, ijaan argu`uun ,
yookaa gurraan dhagayu`uun , takkaa
dhan-dhamu`uun , takkaa urgeeffatu`uun , takkaa
qabatu`uun , sii dhufu takkaa beytu kun beekkomsa
dirqi`iiti je`ama maalif, waan human beekkomsaa
, shanan tanaan beekhun , fudhatuu diduun hin
dandayamu .
2 –
beekkomsa dalagaa
teetin sii dhufu sun beekkomsa laalcha
qalbi`irratti dhaabbatu beekkomsa daliilan
yookaa raga`aan argamu kan yoo ragaan yookaa
daliilli hin argamin namaa hin galle sun akka
wanni rabbi malee jiru hundi haadisa yookaa waan
guyyaa keessaa argame tayuu beekhu`uutii duuba
beekkomsi sun gad qabanii laalan malee hin
argamu