تعريف الأصول
Beysisa bu`urraa
Duuba { ussuula
} jechuun waan wanni biraa irratti jaaranii,
akka manni bu`urrarratti dhaabbatu, takkaa
dhaabarratti jaaramutti dameen mukaa hunde`erra
dhaabbatuututti hundeen usuula bu`ura kana
hundaatu usuula je`ama waan wanni biraa irratti
jaaramuuf yookaa dhaabbatuuf .
Ammoo { fiqhii }
jechuun beekkomsa damee waan wahirratti jaaramu
takkaa wahirratti dhaabbatu akka dameen mukaa
hunde`erratti dhaabbatuuti akka manni bu`urratti
jaaramutti akkana jechuun fiqhiin aslii ,yookaa
hundee isi`irratti dhaabbatti jechuu , sun
qur`aanafii hadiisafii , ijmaa`afii , qiyaasaa