الحظر والاباحة
Dhoowwa`
halaal
Gariin ulamaa`ii
akki je`u wanni hundi eega nabii ergamee haala
dhoowwamarra jirti yoo waan shari`aan halaal
goote taate malee yoo wanni halaal isii godhu
shari`atti hin dhufin , aslii qabanna sun
dhoowwamaa .
Ammoo gariin
ulama`aa akki je`u wanni hundi eega nabiin
ergamee halaalumma`arratti jirti waan shari`aan
dhoowwite malee haa tayuu akkana je`urra dubbii
adda babaasu`uutu gaarii sun yoo waan miidhan
keessa jirtu taate dhoowamarratti jirti yoo waan
nafiin keessa jirtu taate sun halaalirratti
jirti .
Ammoo wanni ergaa
nabi Muhammed duraa hukmii hin qabdu waan
ergamaan hukmii namatti fidu hin jirreef .