شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

KITAABA
USUULA FIQHIHI`II
 

Duree

 Beysa bu`urraa 

Beysisa ma`naa fiqhi`ii
 Maali wanni fiqhi`itti fedhame
Heera ibsu`uu
Waan beekkomsa taye addeessu
 Wallaala jechuun maali
Beekkomsa namaa
 Raga`aafii raggaafifatuun maali

Waa seyuun takkaa dareemuun akkami

Waan shakkiin yookaa mamni taye himuu
Waan usuula fiqhii taye himuu
Daliila fiqhi`ii adda babaafamaa
Hulaa usuulul fiqhi`ii
Hulaa dubbii qoodu`uu
Dubbiin bakka afuritti qoodamti
Dubbiin bakka sadiyitti qoodamti
Dubbiin bakka lamatti qoodamti
Haqiiqan bakka sadiyitti qoodamti
Waan amri`iifii nahyii jala seenufii waan isaan jala hin seene
Dhoowwaa
Jecha waa heduu qabatu
Jecha gabaabaa
Dalagaa ergamaa rabbii
Waan argame deemsisuu
Naskhiin bakka heddu`utti qoodama
 Hulaa daliilli yookaa ragaan wal didu`uu
Walii gala ulamaa`ii fiqhii islaamaa
Akhbaara sunnaa hadiissa
Qiyaasa
 Qiyaasni bakka sadiyitti qoodama sun
Dhoowwa` halaal
Waan duraan jirutti dalagu
Istis-haab haala dur haala ammaatii kennuu
Daliila tarreessuu
Sharxii mujtahidaa
Sharxii nama waa baruu barbaaduu
Al ijtihaada
 

 

 

 

 

 

 

 

kitaaba

waraqaat je`amu kan usuulaa fiqhi`ii  

   
 

  

باب تقسم الكلام

hulaa dubbii qoodu`uu

Irra xiqqaan waan dubbiin arabaa yookaa afaan arabaa irraa walitti qabamuu, maqaa lama sun akka { allaahu waahgidun  الله واحد  } rabbiin tokko je`chu`uuti  takkaa maqa`aafii{ fi`lii ,dalagaa }sun akka { irkabuu  اركبوا  } yaabbadhaa jechu`uuti{ irkabaa } jechuun{ fi`lii  فعل  }{ waaw  وو  } mqaa { ismii اسمي  }

Akkasuma { muhammadun qaama  محمد قام  } Muhammad dhaabbatee } jechuun maqaadhafii dalaga`arraa walitti qabame Muhammad { ismii maqaa } qaama { fi`lii dalagaa }

Akkasuma irra xiqqaan waan dubbiin irraa walitti qabamtuu , fi`li`iifii , harfii akka { maa qaama  ما قام  } hin dhaabbanne  { maa ما   } harfii qubee qaama { dalagaa  فعل} dalagaa  

Akkasuma irra xiqqaan waan dubbiin irraa walitti qabamtuu , qube`eefii , harfi`iifii , ismii } yookaa maqaa akka { yaa Muhammad } yaa { harfi`I qubee } Muhammad { maqaa }

 

 

 

 

 

 

 

 

 

  filadhu  

kh_rashad2004@hotmail.com