شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

KITAABA
AKKAATAA SALAATAA

Duree

 Shahaadaa lamaan

 Arkaanni islaamaa shani
 salaata
Gatii yookaa darajaa salaataa
 Hukmii nama salaata dhiisee
Qaaydaa islaamaa
Salaatafii sharxii isiidhaa
Hadasa xiqqaafii hadasa guddaa

Akkaataa itti dhiqatan

Salaata shananiitifii raka`aa isi`ii
Wuduu`a takkaa wassaa godhatu`
 Sunnaa wuduu`aa
tayammum
 Waan sharxii salaatarra hafe
Nama salaanni irratti wajjabdu
Azhaana salaataa
Azaana xiqqaa takkaayuu iqaamaa
Akkaataa salaataa waan as deemu kanarraa laalii baradhu
Nama salaanni irratti wajjabdu
Salaata jamaakhaadhaa
Gatii salaata jamaakgaadhaa
Faa`idaa takka du`aa
Salaatul`iida
Salaata taraawiiha
Salaata istikhaara`aa
 Salaata janaaza`aa
Salaata musaafiraa takkaa imaltu`uu
alaata nama dhukkubsatuu
Du`aa`ii salaata
 Waan tashahhuda boodaa wajji qara`an
Du`aa`ii salaata boodaa
Du`aa`ii ganamaa galgalaa
dalagaa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA
AKKAATAA SALAATAA

   
 

 

ÈóÞöíøÉú ÔõÑõæØú ÇáÕøóáÇóÉ

WAAN SHARXII SALAATARRA HAFE

 

2 : Sharxiin salaataa ta duraa xahaara`aa dubannee jirra xahaaraa qaamaa taatuu xahaaraa waya`aa taatuu ta bakka irra dhaabbatanii taatuu hadasaafii najisarraa if qulqulleysun sharxii salaatati. {najisa{ jechuun: waan akka udaanii fa`a haatayuu faltiin yookaa udaan waan foon isi`ii nyaadhamuu kan akka gaalaa re`e`ee, loonii, xaahiraa najisaa miti , ulamaa garii biratti , warri baadiya`aa kan hori`irraa hin maaramne kan bishaan isaanitti xiqqa`aa, dhoqqeen na tuyxe je`ee salaata dhiisuu dhabee salaatu`uutu gaarii natti fakkaata.

Duuba sharxiin salaataa ta lammeysoodhaa qaama yookaa nafa if dhuysu`, hoggaa salaatatti ka`an dhiirti waan qaama isi`irraa handhuraafii jilba jidduu jiru if dhuysu`u, lubbuu isaatifii namarralle`ee ammoo dhalaan qaama isi`ii hunda if dhuysu` waan hoggaa dalaga`aa qaama isi`irraa mul`atu malee , sun akka ulamaan je`anitti fuulafii shanacha lamaani.

3: Sharxiin salaataa ta sadeysa`aa waytiin salaataa seenu`u. salaata oddo waytiin isi`iin hin seenne salaatun hin gayu . salaanni hundi waytii qabdii siifin dubatu`uu taa`aa.

4: Sharxiin salaataa ta afreessa`aa qibla`atti gara galu` sun gara ka`ba`aa tan makka keessa jirtutti qaaman gara galuudhaa .

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com