شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

KITAABA
AKKAATAA SALAATAA

Duree

 Shahaadaa lamaan

 Arkaanni islaamaa shani
 salaata
Gatii yookaa darajaa salaataa
 Hukmii nama salaata dhiisee
Qaaydaa islaamaa
Salaatafii sharxii isiidhaa
Hadasa xiqqaafii hadasa guddaa

Akkaataa itti dhiqatan

Salaata shananiitifii raka`aa isi`ii
Wuduu`a takkaa wassaa godhatu`
 Sunnaa wuduu`aa
tayammum
 Waan sharxii salaatarra hafe
Nama salaanni irratti wajjabdu
Azhaana salaataa
Azaana xiqqaa takkaayuu iqaamaa
Akkaataa salaataa waan as deemu kanarraa laalii baradhu
Nama salaanni irratti wajjabdu
Salaata jamaakhaadhaa
Gatii salaata jamaakgaadhaa
Faa`idaa takka du`aa
Salaatul`iida
Salaata taraawiiha
Salaata istikhaara`aa
 Salaata janaaza`aa
Salaata musaafiraa takkaa imaltu`uu
alaata nama dhukkubsatuu
Du`aa`ii salaata
 Waan tashahhuda boodaa wajji qara`an
Du`aa`ii salaata boodaa
Du`aa`ii ganamaa galgalaa
dalagaa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA
AKKAATAA SALAATAA

   
 

 

كيفية الإغتسال

AKKAATAA ITTI DHIQATAN

Akkaatan itti qaama dhiqatan bishaan dhiyeeffataniiti sharxii bishaan sun xaahira tayu`uutin eegasii hadasa guddaa ifirraa fuudhuu takkaa takkaa dhiquu niyyatanii shanacha harka lamaanii dhiqanii eegasii wuduu`aa akka wuduu`a salaata  wadda`atanii eegasii qaama hunda waan mul`atu nafaafii rifeensa qoqqotanii takkaa rirriitanii dhiqan ,hadasa guddaa khanaan afaan arabati{ janaabaa جنابة  } je`an dhalaan janaabtan qabde yoo rifeensi isi`ii dhoowwamaa tayee bishaan gad seenuu baate , akkaan rirreettee akka bishaan keessa seenu godhuun waajiba akkasuma qalama qeensaa ifirraa fageessuu waan inni bishaan kottee gayuu dhoowwuf akkatti qaama dhiquun fayyaa qaamaf fiddi dhiiga dalaysiifti namni janaabtan itti dhuftee qaama hin dhiqatin fayyaan isaa ir`uu waajibni qaama dhiqatiinsaa hogguma takka bishaanin cora`aafii rifeensa waliin gayu`u.

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com