شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

KITAABA
AKKAATAA SALAATAA

Duree

 Shahaadaa lamaan

 Arkaanni islaamaa shani
 salaata
Gatii yookaa darajaa salaataa
 Hukmii nama salaata dhiisee
Qaaydaa islaamaa
Salaatafii sharxii isiidhaa
Hadasa xiqqaafii hadasa guddaa

Akkaataa itti dhiqatan

Salaata shananiitifii raka`aa isi`ii
Wuduu`a takkaa wassaa godhatu`
 Sunnaa wuduu`aa
tayammum
 Waan sharxii salaatarra hafe
Nama salaanni irratti wajjabdu
Azhaana salaataa
Azaana xiqqaa takkaayuu iqaamaa
Akkaataa salaataa waan as deemu kanarraa laalii baradhu
Nama salaanni irratti wajjabdu
Salaata jamaakhaadhaa
Gatii salaata jamaakgaadhaa
Faa`idaa takka du`aa
Salaatul`iida
Salaata taraawiiha
Salaata istikhaara`aa
 Salaata janaaza`aa
Salaata musaafiraa takkaa imaltu`uu
alaata nama dhukkubsatuu
Du`aa`ii salaata
 Waan tashahhuda boodaa wajji qara`an
Du`aa`ii salaata boodaa
Du`aa`ii ganamaa galgalaa
dalagaa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA
AKKAATAA SALAATAA

   
 

 

فضــــل صــلاة الجماعة

GATII SALAATA JAMAAKGAADHAA

Hgadiisa Abu Hureyran nuu odeesse keessatti Nabi Muhammad akki je`an:

} صَلاَةُ الرَّجُلِ فِى جَمَاعَةٍ تُضْعِفْ عَلَى صَلاَتِهِ فِى بَيْتِهِ وَفِى سُوقِهِ خَمْساً وَعِشْرِينَ ضِعْفاً وَذَلِكَ اِنَّهُ اِذَا تَوَضَأَ فَأَحْسَنَ الوُضُوءَ ثُمَّ خَرَجَ اِلَى المَسْجِدِ لاَ يَخْرِجَهُ اِلاَّ الصَّلاَة لَمْ يَخْطِ خُطْوةً اِلاَّ رُفِعَتْ لَهُ بِهَا دَرَجَة وَحُطَتْ عَنْهُ بِهَا خَطِيْئَه، فَاِذَا صَلَى لَمْ تَزَلِ المَلآئِكَةُ تُصَلِى عَلَيْهِ مَا دَامَ فِى مَصْلاَه مَالَمْ يُحَدِّثْ اللَّهُمَ صَلِّ عَلَيْهِ اللَّهُمَ إِرْحَمْهُ وَلاَ يَزَالُ فِى صَلاَةِ مُل أنْتَظَر الصَلاّةِ {.

Ma`naan isaa: {salaanni namichaa kan jamaakgaadhaan wajji salaatu salaata isaa tan mana isaa keessatti takkaa bakka itti wa bitee gurgurutti khophaa salaaturra, harka diiddamii shaniin caalti,wanni akkanaatif namnichi hoggaa wuduu`a tolchee wadda`atee masjida dhaqee jamaa`aadhan salaatu`uu baye kan salaata malee wanni biraa isan baafne tarkaanfuma fudhatu hundaanuu darajaadhatu isaaf ida`ama. ammalle dili`iitu irraa buufama.duuba hoggaa jamaakgaadhan wajji salaate , waan inni bakka itti salaate san jiruun, malaaykan du`aa`ii isaaf godhuu`urra haran baafattu. waan wuduu`ni isaa hin diigaminiin wanni malaaykan jettee du`aa`ii isaaf gootu, takka Rabbi isaaf khadhattu yaa Rabbi nagaya isarratti buusi yaa Rabbi rahgmata isaaf godhi, duuba waan namichi sun salaata eeggatu`uuf masjida keessa taa`un, akkuma waan salaata keessa jiruuti} jechu' .

المرأة وصلاة الجماعة

DHALA`AAFII SALAATA JAMAAKGAADHAA

Dhalaan jamaa`aa dhufuu ni qaba. haa tayu mana isi`itti salaatu`uutu irra isi`ii caala. dhalaan hoggaa salaata jamaakgaadhatiif bayu boonafii waan urgaayu godhatu`urraa fagaatu` akka qalbii dhiiraa hin balleessine . nabi Muhammad nageenyi isaanirratti haa jiraatuu akki je`an .

}لاَ تَمْنَعُوا النِّسَاءَ أَنْ يَخْرُجْنَّ اِلَى المَسَاجِدِ وَبُيُتِهِنَّ خَيْرٌ لَهُنَّ{ وقال أيضا{لاَتَمْنَعُوا إِمَاءَ اللَّهِ مَسَاجِدَ اللَّهِ وَلْيَخْرُجْنَّ تَفَلاَتٍ{ أَىْ غَيْرُ مُتَطَيِّبَاتٍ.

Ma`naan isaa:{dhalaa gabroota Rabbii masaajida Rabbirraa hin dhowwinaa dhalaan mana isi`itti salaatu`uutu irra caalafi. dhalaan hoggaa masaajida dhuftu waan urgaayu goodhatu`uun male`etti haa dhufuu} jechu' .

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com