شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

KITAABA
AKKAATAA SALAATAA

Duree

 Shahaadaa lamaan

 Arkaanni islaamaa shani
 salaata
Gatii yookaa darajaa salaataa
 Hukmii nama salaata dhiisee
Qaaydaa islaamaa
Salaatafii sharxii isiidhaa
Hadasa xiqqaafii hadasa guddaa

Akkaataa itti dhiqatan

Salaata shananiitifii raka`aa isi`ii
Wuduu`a takkaa wassaa godhatu`
 Sunnaa wuduu`aa
tayammum
 Waan sharxii salaatarra hafe
Nama salaanni irratti wajjabdu
Azhaana salaataa
Azaana xiqqaa takkaayuu iqaamaa
Akkaataa salaataa waan as deemu kanarraa laalii baradhu
Nama salaanni irratti wajjabdu
Salaata jamaakhaadhaa
Gatii salaata jamaakgaadhaa
Faa`idaa takka du`aa
Salaatul`iida
Salaata taraawiiha
Salaata istikhaara`aa
 Salaata janaaza`aa
Salaata musaafiraa takkaa imaltu`uu
alaata nama dhukkubsatuu
Du`aa`ii salaata
 Waan tashahhuda boodaa wajji qara`an
Du`aa`ii salaata boodaa
Du`aa`ii ganamaa galgalaa
dalagaa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA
AKKAATAA SALAATAA

   
 

 

DU'AA'II

DU`AA`II SALAATA KEESSATIIFII DU`AA`II SALAATA BOODAA

Salaanni du`aa`iidha, takkaa khadhaa Rabbiiti, tanaaf jecha waan salaata keessa jiraniin: du`aa`iidhafii, zikrii heddommeysun ni barbaadama. yoo nama khophaa salaatu taye. takka nama jamaa`aa wal beekhan , warra salaata dheeressuu jaalatuun kan salaatu taye. Gaafana qaraatii dheeressu`uufii,du`aa`ii heddommeysullee ni qaba, ammoo yoo jamaa`aa inni salaatun keessa, namni musaafiraa, takkaa namni dhukkubsatu, takkaa dhalaan ilmoon itti boochu jiraate, gaafana salaata dheeressuu dhabee, likki`itti haa salaatuu bakka rukkuu`a keessatti.

{subhgaana Rabbiyalkgazgiim wa bihgamdihii}

}ÓõÈúÍóÇäó ÑóÈøöìó ÇáÚóÙöíãö æóÈöÍóãúÏöåö{

Hoggaa khudha tokko takkaa sagal je`u , hogguma sadii takkaa hogguma takka qofa je`ee. Ammas bakka sujuuda keessatti :

{subhgaana Rabbiyal`akglaa wa bi hgamdihii}

}ÓõÈúÍóÇäó ÑóÈøöìó ÇáÃóÚúáóì æóÈöÍóãúÏöå{

Hoggaa kudha tokko je`u. Hoggaa sadii takkaa hogguma takka qofa je`ee, bakka suuraa dhedhertuu qara`u, suuraa gaggabaabduu qara`ee.

Namni namaan salaatu, kan imaama je`amu. Hoggaa hunda dantaa, takkaa haala nama isa duuban salaatuu laaluu qaba duuba yoo isaan jaalatan ni dheeressa yoo kaan ni gabaabsa. Nabi Muhammad nageenyi isarratti haa jiraatuu akki je`an:

}ãóä Ãóãøó ÇáäøóÇÓó ÝóáúíõÎóÝøöÝú¡ÝóÇöäøó Ýöíúåõã ÇáÖøóÚöíÝõ æóÇáÛóÑöíúÈõ æóÐóÇ ÇáÍóÇÌóÉö{

Makgnaan isaa: {namni imaama tayee namaan salaatu haa haffalleysuu jamaakgaa keessa nama laafa`aatu  takkaa musaafira, takkaa nama haajan jarjaraa itti jirtuutu jiraatun malaa} .

Namni jamaakgan walii galee isa jibbu isaanin salaatun gaari`ii miti inumaa ni dhowwama.  

Ammas namni waswaasa qabu, kan waan qara`u irraa deddebi`ee namatti dheeressu, namaan salaatun gaari`ii miti. waan daqiiqaa takkatti, fixan, daqiiqaa khudhan namatti godhaa.

Duuba du`aa`ii salaata keessatti qara`anirraa takka tana:

}Çááøóåõãó Çöäöì ÙóáóãúÊõ äóÝúÓöì ÙõáúãÇð ßóËöíÑÇð ßóÈöíÑÇð æóáÇó íóÛúÝöÑõ ÇáÐøõäõæÈó ÇöáÇøó ÃóäúÊó ÝóÃÛúÝöÑ áöì ãóÛúÝöÑóÉð ãöä ÚöäúÏößó æóÅöÑúÍóãúäöì Åöäøóßó ÃóäúÊó ÇáÛóÝõæÑõ ÇáÑøóÍöíúã{

{Allaahumma innii zgalamtu nafsii zgulman kathiiran kabiiraa walaa yaghfiruzhunuuba illaa anata. faghfirlii maghfiratan min kgindika warhgamnii innaka antalghafuururrahgiim}.

Makgnaan isaa; {Yaa Rabbi an sitti balleessuudhan lubbuu tiyya miidhaa guddoo hedduu miidhee duuba si malee namni dilii namaaf araaramu hin jiruu, yaa Rabbi naaf araarami dhiifama naaf godhi arjummaa teetin rahgmatallee naaf godhi ,suma kan akkaan namaaf araaramu kan akkaan rahgmata namaaf godhu}.  

Du`aa`ii tana sujuuda keessatti heddommeysun gaari`i, Nabi Muhammad nageenyi isaanirratti haa jiraatuu akki je`an

}ÃóÞúÑóÈõ ãóÇ íóßõæäõ ÇáÚóÈúÏõ Çöáóì ÑóÈøöåö æóåõæó ÓóÇÌöÏñ ÝóÃóßúËöÑõæÇ ãöäó ÇáÏøõÚóÇÁö{

Ma`naan isaa: {waytiin namni gara Rabbii isaa akkaan dhiyaatu hoggaa sujuudatti jiruu sujuuda keessatti du`aa`ii heddommeysaa } jechu’.

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com