شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

KITAABA
AKKAATAA SALAATAA

Duree

 Shahaadaa lamaan

 Arkaanni islaamaa shani
 salaata
Gatii yookaa darajaa salaataa
 Hukmii nama salaata dhiisee
Qaaydaa islaamaa
Salaatafii sharxii isiidhaa
Hadasa xiqqaafii hadasa guddaa

Akkaataa itti dhiqatan

Salaata shananiitifii raka`aa isi`ii
Wuduu`a takkaa wassaa godhatu`
 Sunnaa wuduu`aa
tayammum
 Waan sharxii salaatarra hafe
Nama salaanni irratti wajjabdu
Azhaana salaataa
Azaana xiqqaa takkaayuu iqaamaa
Akkaataa salaataa waan as deemu kanarraa laalii baradhu
Nama salaanni irratti wajjabdu
Salaata jamaakhaadhaa
Gatii salaata jamaakgaadhaa
Faa`idaa takka du`aa
Salaatul`iida
Salaata taraawiiha
Salaata istikhaara`aa
 Salaata janaaza`aa
Salaata musaafiraa takkaa imaltu`uu
alaata nama dhukkubsatuu
Du`aa`ii salaata
 Waan tashahhuda boodaa wajji qara`an
Du`aa`ii salaata boodaa
Du`aa`ii ganamaa galgalaa
dalagaa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA
AKKAATAA SALAATAA

   
 

 

قواعد الإسلام

QAAYDAA ISLAAMAA

عُرى لام وقواعد الدين ثلاثة عليهن أسس الإسلام من ترك واحد منهن فهو بها كافر حلال الدم شهادة أن لا اله الا الله ، والصلاة المكتوبة وصوم رمضان .

Makgnaan isaa akkana{ qabduun islaamaa wanni isa jabeessu wanni inni irratti jaaramu waa sadii sadeen buqura yookaa jaldhaaba achirraa islaamni ka`aa namnni sadeenirraa waa takka dhiise kafare dhiiyni isaa halaali sadeen sun

1  shahaadaadha { laa ilaaha illallaahu } jechu

2   salaata shananii .

3  soomana ramadaanati

Yaa jaalallee kiyya yoo jara tokkotti maxxantee an isinirraayi tokkaa gola isaanitti jette kan waan isaan dalagan hin dalayne ifirraa si baasan yoo mana barmootaa tokko seente, yoo waan isaan siin je`an hin dhagayin yoo heera isaanii dalaga`arra hin oolchin, mana barmootaa sanirraayin lakkaawama jechuu hin dandeessu, maqaa kee achii haqanii,duuba karaa keessa seemtee an mana barmootaa kan abalurraayin faaydaa siif hin qabadu akkasuma an is;laama jechuun kan qwaan islaamni dhufeen dalagera`arra hin oolchine islaama nama hin gootu .

Tanaaf jecha yaa nama islaamaa , akka an islaama jechuun kee dhugaa tayu,waan islaamni dhufeen dalaga`arra oolchi keessattuu salaata tan kufri`iifii islaama adda footu haala gaarii gara rabbitiifii gara namaa si dhiyeessu qabadhu namaafii rabbitillee haala toki, haala hamaa rabbiifii namarraa sii fageessu dhiisii irraa if qulqulleeysi

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com