شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

KITAABA
AKKAATAA SALAATAA

Duree

 Shahaadaa lamaan

 Arkaanni islaamaa shani
 salaata
Gatii yookaa darajaa salaataa
 Hukmii nama salaata dhiisee
Qaaydaa islaamaa
Salaatafii sharxii isiidhaa
Hadasa xiqqaafii hadasa guddaa

Akkaataa itti dhiqatan

Salaata shananiitifii raka`aa isi`ii
Wuduu`a takkaa wassaa godhatu`
 Sunnaa wuduu`aa
tayammum
 Waan sharxii salaatarra hafe
Nama salaanni irratti wajjabdu
Azhaana salaataa
Azaana xiqqaa takkaayuu iqaamaa
Akkaataa salaataa waan as deemu kanarraa laalii baradhu
Nama salaanni irratti wajjabdu
Salaata jamaakhaadhaa
Gatii salaata jamaakgaadhaa
Faa`idaa takka du`aa
Salaatul`iida
Salaata taraawiiha
Salaata istikhaara`aa
 Salaata janaaza`aa
Salaata musaafiraa takkaa imaltu`uu
alaata nama dhukkubsatuu
Du`aa`ii salaata
 Waan tashahhuda boodaa wajji qara`an
Du`aa`ii salaata boodaa
Du`aa`ii ganamaa galgalaa
dalagaa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA
AKKAATAA SALAATAA

   
 

 

ÕóáÇóÉõ ÇáãóÑöíúÖö

SALAATA NAMA DHUKKUBSATUU 

Salaanni shanan baaligh aaqilirratti wajjabu: subhiidhafii, zuhri`ii, asri`ii maghribaafii ishaa`ii. Namni dandayu dhaabbateeti rakuu`afii, sujuuda guutee salaata. Akkan dubbadhee dabarsetti. ammoo namni guutee salaatuu dadhabe akkuma isaa mijjaayetti salaata. namni dhaabbatuu dadhabe taa`eti salaata, ka taa`uu dadhabe akka isaa mijjooytetti ciisee salaata. yoo taa`uudhafii , ciisullee dadhabe, dhaabbateeti salaata.waan ayliin nama keessa jirtuun salaanni namarraa hin kuftu, waan biraa dhiisii yoo qaaman dadhaban, afaanin , waan dandayan qara`anii salaatan , yoo afaaninis waa qara`uu dadhaban , akkaataa salaataa qalbii keessa yaasanii qalbi`iin salaatan, maalif saalaanni du`aa`iidha waan Rabbiifii gabricha isaa walitti hidhu namni salaata dhiise nama Rabbii isarraa fagaate , kan Rabbii isaa khadhaa dhiisa.

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com