شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

KITAABA
AKKAATAA SALAATAA

Duree

 Shahaadaa lamaan

 Arkaanni islaamaa shani
 salaata
Gatii yookaa darajaa salaataa
 Hukmii nama salaata dhiisee
Qaaydaa islaamaa
Salaatafii sharxii isiidhaa
Hadasa xiqqaafii hadasa guddaa

Akkaataa itti dhiqatan

Salaata shananiitifii raka`aa isi`ii
Wuduu`a takkaa wassaa godhatu`
 Sunnaa wuduu`aa
tayammum
 Waan sharxii salaatarra hafe
Nama salaanni irratti wajjabdu
Azhaana salaataa
Azaana xiqqaa takkaayuu iqaamaa
Akkaataa salaataa waan as deemu kanarraa laalii baradhu
Nama salaanni irratti wajjabdu
Salaata jamaakhaadhaa
Gatii salaata jamaakgaadhaa
Faa`idaa takka du`aa
Salaatul`iida
Salaata taraawiiha
Salaata istikhaara`aa
 Salaata janaaza`aa
Salaata musaafiraa takkaa imaltu`uu
alaata nama dhukkubsatuu
Du`aa`ii salaata
 Waan tashahhuda boodaa wajji qara`an
Du`aa`ii salaata boodaa
Du`aa`ii ganamaa galgalaa
dalagaa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA
AKKAATAA SALAATAA

   
 

 

NAMA SALAANNI IRRATTI WAJJABDU

 

Akkuma soomanatti yoo dandayatti tuman ammallee haadha abbarratti wanni jiruu aqiidaa islaamatiifii heera islaamaa isaan barsiisu kun ni dhoowama kun ni wajaba je`anii ammallee siwaakafii jamaakgaa barsiisun isaanirra jira .

Nama islaamaa hundarratti wanni wajabu warra isaa salaatatti ajaju salaanni nama islaamaa kan baaligh, aaqil , teyerratti wajabdii haatayuu joollee hoggaa isiin amata torba geesse salaatatti ajajan ammoo yoo amata khudhan guuttee salaata dhiifte itti tumaniiti salaachisan, dhalaan dhiiyni aada`aa itti jiru hin salaattu hanga dhiiyni irraa citutti wanni abbaa warrarratti jiru warra isaa salaatatti ajaju.

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com