شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

KITAABA
AKKAATAA SALAATAA

Duree

 Shahaadaa lamaan

 Arkaanni islaamaa shani
 salaata
Gatii yookaa darajaa salaataa
 Hukmii nama salaata dhiisee
Qaaydaa islaamaa
Salaatafii sharxii isiidhaa
Hadasa xiqqaafii hadasa guddaa

Akkaataa itti dhiqatan

Salaata shananiitifii raka`aa isi`ii
Wuduu`a takkaa wassaa godhatu`
 Sunnaa wuduu`aa
tayammum
 Waan sharxii salaatarra hafe
Nama salaanni irratti wajjabdu
Azhaana salaataa
Azaana xiqqaa takkaayuu iqaamaa
Akkaataa salaataa waan as deemu kanarraa laalii baradhu
Nama salaanni irratti wajjabdu
Salaata jamaakhaadhaa
Gatii salaata jamaakgaadhaa
Faa`idaa takka du`aa
Salaatul`iida
Salaata taraawiiha
Salaata istikhaara`aa
 Salaata janaaza`aa
Salaata musaafiraa takkaa imaltu`uu
alaata nama dhukkubsatuu
Du`aa`ii salaata
 Waan tashahhuda boodaa wajji qara`an
Du`aa`ii salaata boodaa
Du`aa`ii ganamaa galgalaa
dalagaa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA
AKKAATAA SALAATAA
 

   
 

 

SALAATUL`IID

 

Ammas salaata suun`arraa kan bira salaata iida lamaaniti. sun iida soomanaatifii, iida Arafa`aatii. Salaanni iida lamaanii raka`aa lama lama. salaata iidaa kharaa gabaaba`aan yoo salaatuu fedhan, akkuma sunna subhiidhatti salaatan .

Ammoo  yoo guutanii salaatuu fedhan hidhataniiti odoo faatihaa hin qaraane hogga torba{ { {Allaahu akbar{ je`aan . adda babaasanii. eega faatihaadhafii . suuraa qara`anii rukuu`a godhanii , i`tidaala godhanii , sujuuda lamaan godhanii, raka`aa lammeysa`aatif dhaabbatan . duuba odoo faatihaa hin qaraane { { {Allaahu akbar{. hoggaa shan je`an . waa xiqqo addaan babaasanii.

{Allaahu akbar kabiiraa, walhgamdu lillaahi kathiiraa, wa subhgaanallaahi bukratan wa asgiilaa{ faa , jee`anii .

 {   {

Eega raka`aa lammeysa`aa salaatanii, salaammatanii , imaamtichi ka`eeti, minbara koree khuxbaa lama qara`a .khuxbaa duraa wanni jalqabuun  hoggaa sagal{ { {Allaahu akbar{ jechu`.

 Ammoo khuxbaa lammeysa`aa wanni jalqabuun hoggaa torba{Allaahu akbar {jechu`. Khuxbaa iidaa keessatti wanni dubatu yoo iida soomanaa taate , waan zakaa fixri`ii fa`atti rarra`u . Ammoo iida arafa`aa keessatti waan udghiyaa qalanii rarra`u dubbata.{udghgiyaa { jechuun : waan gaalafii, loonifii ri`erraa iida arafa`aa qalan, akkuma Rabbiin {Fasgalli li rabbika wanhgar} je'e.     {{

Ma`naan isaa: {salaata iidaa salaatii ,beylada`arraa{galafii loonifii re`eedharraa{ waan dandeessu qali{ jechu`u. Guyyaa iida Arafa`aa eega aduun baatee,waa qaluun, sawaaba guddaa rabbi biratti qaba . tanaaf jecha sharxii isi`ii, baradhaadhaa itti dalagaa. Bakka iida itti salaatan dhiirafii ,beerafii, dubraafii, dardarri, dulloonni ,isiin wanni dhala`atti dhufu itti jirulleen , bayanii dirree iidaa dhufuu qaban . haatayuu isiin aadan itti jirtu hin salaattuu du`aa`ii achiitti godhamtu dhaggeeffattee Aamiin  jetti .

Wanni dhalaa iida dhufurratti jiru, uffataafii, amnaafii, duubbi`iifii,waan biraa hunda keessatti,adaba islaamaa eeggatu`u, waan urgaayaa godhatu`uun male`eetti dhufu`. akka qalbiin dhiiraa isaanin hin banne .

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com