شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

KITAABA
AKKAATAA SALAATAA

Duree

 Shahaadaa lamaan

 Arkaanni islaamaa shani
 salaata
Gatii yookaa darajaa salaataa
 Hukmii nama salaata dhiisee
Qaaydaa islaamaa
Salaatafii sharxii isiidhaa
Hadasa xiqqaafii hadasa guddaa

Akkaataa itti dhiqatan

Salaata shananiitifii raka`aa isi`ii
Wuduu`a takkaa wassaa godhatu`
 Sunnaa wuduu`aa
tayammum
 Waan sharxii salaatarra hafe
Nama salaanni irratti wajjabdu
Azhaana salaataa
Azaana xiqqaa takkaayuu iqaamaa
Akkaataa salaataa waan as deemu kanarraa laalii baradhu
Nama salaanni irratti wajjabdu
Salaata jamaakhaadhaa
Gatii salaata jamaakgaadhaa
Faa`idaa takka du`aa
Salaatul`iida
Salaata taraawiiha
Salaata istikhaara`aa
 Salaata janaaza`aa
Salaata musaafiraa takkaa imaltu`uu
alaata nama dhukkubsatuu
Du`aa`ii salaata
 Waan tashahhuda boodaa wajji qara`an
Du`aa`ii salaata boodaa
Du`aa`ii ganamaa galgalaa
dalagaa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA
AKKAATAA SALAATAA

   
 

 

الاقـــامة

AZAANA XIQQAA TAKKAAYUU IQAAMAA

Iqaaman wanni godhamtuuf warra dhufee bakka itti salaatan jiru salaatatti kaasu`uufi akkaatan iqaama`aa kunoo akkana :

1 : اللَّهُ أَكْبَرُ اللَّه أَكْبَر.

2 : أَشْهَدُ أَنْ لاَ اِلَهَ اِلاَّ اللَّه .

3 : أَشْهَدُ أَنّ مُحَمَّداً رَسُولُ اللَّه .

4 : حَىَّ عَلَى الصَّلاَة .

5 : حَىَّ عَلَى الفَلاَحْ .

6 : قَدْ قَامَتُ الصَّلاَةِ قَدْ قَامَتُ الصَّلاَة .

7 : اللَّهُ أَكْبَرُ اللَّهُ أَكْبَر .

8 : لاَ اِلَهَ اِلاَّ اللَّه .

1 : Allaahu akbar allaahu akbar.

2 : Ashhadu an laa ilaaha illallaah .

3 : Ashhadu anna Muhammadan rasuulullaah .

4 : Hayya kgalassgalaah.

5 : Hayya kgalalfalaahg.

6 : Qad qaamatissgalaatu qad qaamatissgalaah.

7 : Allaahu akbarullaahu akbar.

8 : Laa ilaaha illaallaah .

Duuba eega akkaatti sharxii salaataa guutee azaantee iqaamaa gootee kaateti salaatatti seentee , dalagaa salaataa jalqabda, dalagaan salaataa gariin  tan qalbi`iin dalagan gariin ta arrabaan dalagan gariin ta qaama cufaan dalagan .

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com