الحديث الثانى والثلاثون
HADIISA SODDOMII LAMMEYSO`OO
*Ashaabticha
abbaa sa`iid je`amu kan maqaan isaa sa`di ilma
maalik ilma sinaan khudri`ii , tayeetu ,
Rabbirraa
haa jaalatuu nuu odeesse ashaabtichi kun aki
je`e |
عَنْ أبي سَعِيدٍ سعد بْنِ مالِكِ
الخُدْرِي
y |
*Rasuulli Rabbii akki je`e nageenyi , isarratti
haa jiraatuu |
أَنَّ رسول الله
r
قال: |
*Diinaa,islaamaa
keessatti wal dararuun hin jiru namni tokko ,
akkanumatti,lafaa ka`ee nama isa hin miidhin,
miidhuu hin qabu ajjeecha`aafii , dhayiinsafii ,
arrabaafii , waan biraa hundaan miidhuu hin qabu
|
لا ضَرَرَ |
*Ammas nama si miidhe eega haqa kee irraa
fudhattee , dabartee miidhuu hin qabdu takkaa |
وَلا ضِرَارَ |
Nama si miidhe ,
ifumaafan harka kiyyaan gadoo, takkaa haluu, takkaa
biiluu , irraa baya , hin je`inii , namarratti isa
himadhu.
Nama sin miidhin
akkanumaan kaatee isa miidhun yookaa arrabsuun { dgarara
} je`ama ammoo nama si miidhe , wasana itti dabartee
hanga , si miidhe daran miidhun { dgiraar } je`ana
*Hadiisa kana ibnu maajahiifii daaraquxni`ii
fii,nama isaan lamaan hin tayinille`eetu, karaa
walitti dhaabbatuun nabi Muhammadirraa odeesse
nageenyi isarratti haa jiraatuu |
حَديثٌ حَسَنٌ ، رَوَاهُ ابْنُ ماجَهْ والدَّارَ
قُطْنِي وَغَيرهمَا |
*Ammoo imaam maalik , karaa adda citeen {muwaxxa`}
keessatti dubbate maalif inni warra oduun irra
as dhufteraa{ abaa } sa`iid dhiise , sun akka
qaa-ydaa warra hadiisatti mursal , je`ama .
karaa heduu wal jabeessun odeeffame |
ورواه مالك فى الموطأ مرسلا عن
عمرو بن يحي عن أبيه عن النبي
r
فأسقط أبا سعيد وله طرق يقوى بعضها بعضا
|
|