شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

  SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II 

Duree { muqaddimah }

  Hadiisa  tokkoffa`aa 

Hadiisa lammeysa`aa

Hadiisa sadeessa`aa

Hadiisa afreessa`aa

Hadiisa shanaffa`aa

Hadiisa jaheessa`aa

Hadiisa torbeessa`aa

Hadiisa saddeyteysa`aa

Hadiisa seyleessaadhaa
Hadiisa kurneessa`aa
Hadiisa kudha tokkoo
Hadiisa kudha lamaa
Hadiisa kudha sadiyyii
Hadiisa kudha afreessa`aa
Hadiisa kudha shaneessa`aa
Hadiisa kudha jaheessa`aa
Hadiisa kudha torbeysa`aa
Hadiisa kudha saddeetii
Hadiisa kudha seyleessa`aa
Hadiisa diiddammeysa`aa
Hadiisa diiddamii tokkeessa`aa
Hadiisa diiddamii lammeysa`aa
Hadiisa diiddamii sadeessa`aa
Hadiisa diiddamii afreessa`aa
Hadiisa diiddamii shaneessa`aa
Hadiisa diiddamii jaheessa`aa
Hadiisa diiddamii torbeessa`aa
Hadiisa diiddamii saddeetii
Hadiisa diiddamii sayleessa`aa
Hadiisa soddommeysa`aa
Hadiisa soddomii tokkeessa`aa
Hadiisa soddomii lammeysa`aa
Hadiisa soddomii saddeessa`aa
Hadiisa soddomii afreessa`aa
Hadiisa soddomii shaneessa`aa
Hadiisa soddomii jaheessa`aa
Hadiisa soddomii torbeessa`aa
Hadiisa soddomii saddeeteysa`aa
Hadiisa soddomii seyleessa`aa
Hadiisa afurtammeysa`aa
Hadiisa afurtamii tokkoffa`aa
Hadiisa afurtamii lammeysa`aa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II

   
 
 
الحديث الثامن  والثلاثون

HADIISA SODDOMII SASSEETEYSO`OO

*Hadiisa kana abuu hureyra`aatu Rab-biin isarraa haa jaalatuu odeesse

عَنْ أبي هُرَيرَةَ y

*Abuu hureyran akki je`e

قالَ

*Ergamaan Rabbii nabi Muhammad akki je`e

قالَ رَسُولُ اللّهِ r:

*Rabbiin ol taye akki je`e 

إِنَّ اللّهَ تعالى قالَ

*Nama waliyyii  kiyya  xilaatumma`aaf qabate waliyyii jechuun nama shari`aa islaamaa qabatee , irratti deemuu , fardi`iifii sunnaa dalagee nama , akkanaa kana namni , inni waliyyii Rabbii tayu`uuf aduwwii godhate , waan biraatifii mitii  

مَنْ عادَي لي  وَلِيا

*Dhugumaan an akkan isaan lolu isa beysisee, an isatti duuluu , haa beekkatuu waliyyii kiyyaan loluun , naan lolu`uu.

فَقَدْ آذَنْتُهُ بالْحَرْبِ

Tanaaf jecha owliyoota Rabbi qalbii cabsu`urraa fagaatu` Rabbiin isaanii jecha namaan lolaa,namni Rabbiin loleen ni badaa waan waliyyiin Rabbii warra Rabbitti amane keessa jiruuf jecha nama Rabbitti amane hunda kabajuu mu`mintoonni hundi owliyoota Rabbiitii, sodaa Rabbii keessatti wal dabru`uuni Rabbi biratti wal caalan malee

*Rabbiin akki je`e waan gabrichi kiyya natiin dhiyaaturraa, kan akka waanan  an fardii isarratti godhe , dalaguudhatti ,na biratti jaalatamu , hin jiru

وَمَا تَقَرَّب إلى عَبْدِي بشَيء أحَبَّ إلى مِمَّا افْترضتٌه عَلَيه

*Gabrichi kiyya ,sunna`aan , natti dhiyaatu`urraa gad hin taa`u

ولا يزَالُ عَبْدِي يتَقَرَبُ إلى بِالنَوافِل

*Hangan  isa   jaaladhutti sababaa inni fardii dalagee, sunnaa heddommeysef , ammoo eega Rabbiin isa jaalatee , waan dalagu san itti ida`a malee, irraa hin dhaabbatu

حتى أُحِبَّهُ

*Duuba hoggaadhan isa jaaladhe isa jaalatuun kheyii isaa fedhuudhaa

فإِذَا أَحْبَبْتُهُ

*Dhagayaa inni wahiin dhagayun isaaf taya inni waan shari`aan dhagayuu isaaf baqqaasifte malee hin dhagayu

كُنْتُ سَمْعَهُ الذي يسْمَعُ بِهِ

*Ammallee argaa  isaa ,ta  wahiin argun isaaf taya, inni waan Rabbiin arguu isi`ii,karaa godhe malee, waan biraa hin argu ,Rabbiin irra dayaa, takkaa hijaabaa

وَبَصَرَه الذي يبْصِرُ بِهً

*Ammallee harka  inni wahiin dhayun , isaaf taya inni harka isaa waan shari`aan geessifte malee waan biratti hin laatu

وَيدَهُ التي يبْطِشُ بِها

*Ammallee   miila inni  deemunan isaaf tayaa inni waan shari`aan itti deemuu baqqaasifte malee,waan birattiin hin deemu

وَرِجْلَهُ التي يمْشِي بِها

Ma`naan kanaa : nama fardii dalagee , sunnaa heddommeyse gurra isaatifii, ija isaa, harka isaa, miila isaa, Rabbiin waan hamtu`uufii sheyxaanarraa eega

*Namni   an   jaaladhe inni waliyyii kiyyaa , yoo waa na khadhate , ifif na khadhatuu , namaaf na khadhatuu , waan inni na khadhate san isaaf kennuu hin oolu    

وَلَئِنْ سأَلَنِي لأُعْطِينَّهُ

*Yoo waan sodaaterraa natti , maga-nfate , waan sanirraa , nagaya isa baasuu na khadhate

وَلَئِنِ اسْتَعاذَنِي

*Waan sanirraa ,najaa isa baasuu hin oolu , inni tika keenya keessa jira jechu`u

لأُعِيذَنهَ

*Hadiisa kana bukhaari`iitu odeesse

رواه البخاري

 
 
 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

Copyright © 2008 rashaad All rights reserved.

kh_rashad2004@hotmail.com