شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

  SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II 

Duree { muqaddimah }

  Hadiisa  tokkoffa`aa 

Hadiisa lammeysa`aa

Hadiisa sadeessa`aa

Hadiisa afreessa`aa

Hadiisa shanaffa`aa

Hadiisa jaheessa`aa

Hadiisa torbeessa`aa

Hadiisa saddeyteysa`aa

Hadiisa seyleessaadhaa
Hadiisa kurneessa`aa
Hadiisa kudha tokkoo
Hadiisa kudha lamaa
Hadiisa kudha sadiyyii
Hadiisa kudha afreessa`aa
Hadiisa kudha shaneessa`aa
Hadiisa kudha jaheessa`aa
Hadiisa kudha torbeysa`aa
Hadiisa kudha saddeetii
Hadiisa kudha seyleessa`aa
Hadiisa diiddammeysa`aa
Hadiisa diiddamii tokkeessa`aa
Hadiisa diiddamii lammeysa`aa
Hadiisa diiddamii sadeessa`aa
Hadiisa diiddamii afreessa`aa
Hadiisa diiddamii shaneessa`aa
Hadiisa diiddamii jaheessa`aa
Hadiisa diiddamii torbeessa`aa
Hadiisa diiddamii saddeetii
Hadiisa diiddamii sayleessa`aa
Hadiisa soddommeysa`aa
Hadiisa soddomii tokkeessa`aa
Hadiisa soddomii lammeysa`aa
Hadiisa soddomii saddeessa`aa
Hadiisa soddomii afreessa`aa
Hadiisa soddomii shaneessa`aa
Hadiisa soddomii jaheessa`aa
Hadiisa soddomii torbeessa`aa
Hadiisa soddomii saddeeteysa`aa
Hadiisa soddomii seyleessa`aa
Hadiisa afurtammeysa`aa
Hadiisa afurtamii tokkoffa`aa
Hadiisa afurtamii lammeysa`aa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II

   
 
 
الحديث الخامس  والثلاثون

HADIISA SODDOMII SHANEESSO`OO

*Hadiisa kana abuu hureyra`aatu Rabbi isaraa haa jaalatuu nuu odeesse

عَنْ أبي هُرَيرَةَ y

*Wanni inni je`e

قال

*Ergamaan Rabbii nabi Muhammad rahmataafii nageenyi ,isaafii ,aalii isarratti haa jiraatu akki je`e

قالَ رَسُولُ

*Yaa gabroottan  Rabbii wal hin waanyinaa takkaa wal hin hassadinaa qananiin obboleessa keessani  ,akka irraa deemtu , hin hawwinaa   

لاَ تحاسَدُوا

*Wal hin  khadda`inaa  fakkeysa`aaf

ولا تَناجَشُوا

nama waa bitu`uf ,waa gatii, godhu’utti jiru,kan abbaan meeshaadhaa, dhibbattin sii gurgura je`uun,kan namichi bitu`uu deemu ,lakkii shantaman sii kenna je`uunitti, dhuftee , nama gurguru, gargaaru`uu jecha, saddeettaman sii kenna , yoo jetteen , kan bitii garaadhaa hin qabne , namicha bitu jaynoomsu`uuf deemta malee , dalagaa tun { najshii } je`amti , akkana jechuun: nama bitu san gowwuumsu je`amti sun isa duchiiftee , waan bitu`u hin muratin bichisisu`uuf deemta. kun waan Rabbiifii namnilleen jibbuu , irraa fagaadhaa .

*Waliin hin oodinaa walirraa hin citinaa

وَلا تَدابَرُوا

*Ammas bitii walirraan hin bitinaa  walirr aan bituun , nama tokko kan

وَلا يبعْ بَعْضُكُمْ على بيعِ بَعْصٍ

 meeshaa takka gurguru`uuf,nama bituun gati`irratti, wal tayaniin, dhuftee nama bitu`uu deemu saniin naatu, meeshaa, akkanaa tana gatii tanaa gaditti ,sii gurguraa dhiisi jettee, isarraan isaa gurguru`  jara wal taye adda baaftee akkasuma walirraan bituun hin gayu naatu gatii tanaa olitti sirraa bitaa hin gurguriniif jettee eega wal tayanii adda baasun haraami ammoo odoo isaan gati`irratti wal hin tayin yoo taatee haraamii miti biti`irraan waa bituun akka dabarsine kana .

*Yaa gabroota   Rabbii Obboleeyyan walii tayaa,akka obboleeyyan wajji jiraatanitti wajji jiraadhaa jaalalaan wal tayu`uun,garaa walitti tolu`uun, wal gargaaru`uun , waan gaari`itti wal gorsu`uun , walii tumsu`uun .

وَكُونُوا عِبادَ اللّهِ إِخْوَانا

*Muslumni obboleessa muslimaati

المُسْلِمُ أَخُو المُسْلِمِ

*Muslimni muslima hin miidhu hin cunqursu

لا يظْلِمُهُ

*Isaaf tumsuu  dhiisee , xilaataa isa hin kennu , yoo gargaarsa isarra barbaade ,haa gargaaruu jechu

ولا يخْذُلُهُ

*Muslimni     muslima hin kijibsiisu ni dhugo`oomsa jechu` , ammallee muslimni kijiba muslimatti hin odeessu dhuguma itti odeessa jechu

وَ لا يكْذِبُهُ

*Muslimni     muslima hin xiqqeessu isarra ifin guddisu muslimni an nama biraa kan muslimarran caalaa hin yaadu

وَلا يحْقِرُهُ

*Nabi Muhammad akki je`e isaa qoma ifitti akeeku{sodaan Rabbii asi } hoggaa sadii deddeebisanii je`an

التَّقْوَى هاهُنَا ،  وَيشِيرُ إلى صَدْرِهِ ثَلاثَ مرات

*Ammas akki je`an muslima   xiq-qeessun ,  balleessaa yookaa yookaa  sharrii guddoo diliin isi`ii nama isii dalageef geessu ,kan balleessu`uuf geessu

بِحَسْبِ امْرِيءِ مِنَ الشَّرّ أَنْ يحْقِرَ أَخاهُ المُسْلِمَ

*Wanni namni islaamaa qabu hundi, nama islaamarratti haraami

كُلُّ المُسْلِمِ على المسلم حَرَامٌ

*Dhiyni islaamaa ,nama islaamarratti haraami, ajjeessun, takkaa dhawuun hin gayu

دَمُهُ

*Horiin muslimaa  muslimarratti haraami nyaatun hin gayu , yoo inni garaa gaari`iin isa kenne malee.

وَماُلُه

*Ammallee gurri muslimaa muslim-a`arratti haraami hamatu`uufii , arrabsuun hin gayu.

وَعِرْضُهُ

*Hadiisa kana muslimtu odeesse

رَوَاهُ مُسْلِمٌ .

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com