شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

  SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II 

Duree { muqaddimah }

  Hadiisa  tokkoffa`aa 

Hadiisa lammeysa`aa

Hadiisa sadeessa`aa

Hadiisa afreessa`aa

Hadiisa shanaffa`aa

Hadiisa jaheessa`aa

Hadiisa torbeessa`aa

Hadiisa saddeyteysa`aa

Hadiisa seyleessaadhaa
Hadiisa kurneessa`aa
Hadiisa kudha tokkoo
Hadiisa kudha lamaa
Hadiisa kudha sadiyyii
Hadiisa kudha afreessa`aa
Hadiisa kudha shaneessa`aa
Hadiisa kudha jaheessa`aa
Hadiisa kudha torbeysa`aa
Hadiisa kudha saddeetii
Hadiisa kudha seyleessa`aa
Hadiisa diiddammeysa`aa
Hadiisa diiddamii tokkeessa`aa
Hadiisa diiddamii lammeysa`aa
Hadiisa diiddamii sadeessa`aa
Hadiisa diiddamii afreessa`aa
Hadiisa diiddamii shaneessa`aa
Hadiisa diiddamii jaheessa`aa
Hadiisa diiddamii torbeessa`aa
Hadiisa diiddamii saddeetii
Hadiisa diiddamii sayleessa`aa
Hadiisa soddommeysa`aa
Hadiisa soddomii tokkeessa`aa
Hadiisa soddomii lammeysa`aa
Hadiisa soddomii saddeessa`aa
Hadiisa soddomii afreessa`aa
Hadiisa soddomii shaneessa`aa
Hadiisa soddomii jaheessa`aa
Hadiisa soddomii torbeessa`aa
Hadiisa soddomii saddeeteysa`aa
Hadiisa soddomii seyleessa`aa
Hadiisa afurtammeysa`aa
Hadiisa afurtamii tokkoffa`aa
Hadiisa afurtamii lammeysa`aa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II

   
 

 

الحديث الحادى عشر

HADIISA KUDHA TOKKOO

*Hadiisa kana abbaa Muhammad sayyid, hasan ilma aliyyii, abii xaalib   akaakiyyee  nabi Muhammad nage-enyi isarratti haa jiraatuu orgaayaa nabi Muhammad ilma faaxima`aatu Rabbi isaanirraa haa jaalatuu odeesse . 

عنْ الْحَسَنِ بْنِ على بْنِ أبي طالِبٍ y سِبطِ رَسُولِ الله  rوَرَيحانَتِهِ،

Sayyid hasan ilmaan faaximaa, intala nabirraa tokko faximaan ilmaan shan sayyid aliif dhalte, isaaan hasan  huseyn ,muhsin, ummu kulsuum, zaynab , hasan eega abbaan isaanii asab{ ali }du`ee , matummaa ummata islaamaa qabateeti, eega baatii jahaatii mu`aawiya`aaf , da-barse, kan sababaa saniin, balaan guddoon ummata islaamatti dhufu`uu kaate dhaamte, shanyiin namaa karaa ilmaatin, haftii , ammoo shanyiin nabi Muhammad karaa intala isaanii faaxima`aatini tanaaf jecha { ahlilbaytin } dhiiga nabi Muhammad qabdu , kan ilmaan nabi Muh-ammad je`aman ilmaan hasaniifii, ilmaan huseenii qofa .ammoo muhsin isaa xiqqa`aati du`ee, ilmaan hin dhiifne,ammoo zeynabaafii , kulsuum ilmaan, hedduu dhiisanii haa tyuu akka ilmaan hasaniifii huseynitii miti sayyid hasan sibxiin nabi Muhammadi sibxii jechuun ilma intalaa jechu`uu hadiisa kana sayyid hasan hoggaa nuu odeessu akki je`e .

*Wannin ergamaa Rabbii akaaki-yyee, kiyya nabi Muhammadirraa dhagayee qabadhe  nageenyi isa-rratti haa jiraatuu .

قالَ حَفِظْتُ مِنْ رَسُولِ الله r:

*Waan haqamoo,haqaa mitii sha-kkitu dhiisii

دَعْ ما يرِيبُكَ

*Gara  waan haqa  tayuu isaa hin shak-kinee , kan haqa tayuu isaa beytuu gori  

إلى ما لا يرِيبُكَ

Yoo waan nyaataa argattee, halaalimoo , halaalii mitii shakkite ,isa hin nyaatinii, dhiisii ,nyaata biraa barbaadd-adhu. Wanni biraatis akkasi haa tayuu nyaata akkasii nyaatun hin dhoowwamu yoo haraam tayuun isaa hin beekkamin sanumaan wajji, dhiisu`uutu irra gaari`i jecha`aafi jenna .

*Hadiisa kana tirmiziidhafii nasaa`iitu odeesse tirmuziin akki je`e hadiisni kun hadiisa nagayaafii fayyaa qabu je`e

رَوَاهُ النسائي والترمذي، وَقالَ  حَسَنٌ صَحِيحٌ

 
 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com