شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

  SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II 

Duree { muqaddimah }

  Hadiisa  tokkoffa`aa 

Hadiisa lammeysa`aa

Hadiisa sadeessa`aa

Hadiisa afreessa`aa

Hadiisa shanaffa`aa

Hadiisa jaheessa`aa

Hadiisa torbeessa`aa

Hadiisa saddeyteysa`aa

Hadiisa seyleessaadhaa
Hadiisa kurneessa`aa
Hadiisa kudha tokkoo
Hadiisa kudha lamaa
Hadiisa kudha sadiyyii
Hadiisa kudha afreessa`aa
Hadiisa kudha shaneessa`aa
Hadiisa kudha jaheessa`aa
Hadiisa kudha torbeysa`aa
Hadiisa kudha saddeetii
Hadiisa kudha seyleessa`aa
Hadiisa diiddammeysa`aa
Hadiisa diiddamii tokkeessa`aa
Hadiisa diiddamii lammeysa`aa
Hadiisa diiddamii sadeessa`aa
Hadiisa diiddamii afreessa`aa
Hadiisa diiddamii shaneessa`aa
Hadiisa diiddamii jaheessa`aa
Hadiisa diiddamii torbeessa`aa
Hadiisa diiddamii saddeetii
Hadiisa diiddamii sayleessa`aa
Hadiisa soddommeysa`aa
Hadiisa soddomii tokkeessa`aa
Hadiisa soddomii lammeysa`aa
Hadiisa soddomii saddeessa`aa
Hadiisa soddomii afreessa`aa
Hadiisa soddomii shaneessa`aa
Hadiisa soddomii jaheessa`aa
Hadiisa soddomii torbeessa`aa
Hadiisa soddomii saddeeteysa`aa
Hadiisa soddomii seyleessa`aa
Hadiisa afurtammeysa`aa
Hadiisa afurtamii tokkoffa`aa
Hadiisa afurtamii lammeysa`aa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II

   
 
 
الحديث العشرون

HADIISA DIIDDAMMEYSO`OO

*Hadiisa kana abbaa mas`uud kan maqaan isaa uqbaa ilma amrii je`am-uutu odeesse inni warra madiina`aa , ansaarota lola badrii dhuferraayi , Rabbi isarraa haa jaalatuu

عَنْ أبي مَسْعودٍ عُقْبَةَ بْنِ عَمْرِو الأَنْصَارِي البَدْرِي y

*Sahaabtichi {uqbaa amrii} je`amu sun akki je`e

قالَ

*Ergamaan Rabbii nageenyi isaafii aalii isarratti haa jiraatuu akki je`e

قالَ رَسُولُ الله r:

*Waan namni dubbii anbiyoota dabrerraa dhaqabee qabaterraa tokko 

إنَّ مِمَّا أَدْرَكَ النَّاسَ مِنْ كَلامِ النُّبُوَّةِ الأُوَلي

*Yoo Rabbirraa hin qaanfatin yoo namarraa hin qaanfatin

إذَا لم تَسْتَحِ

*Waan feete dalagi namaafii Rabbii birattillee

فاصْنَعْ ما شِئْتَ

Ma`naan kanaa namni waa takkaa wahirraa hin saa-lfanne , takkaa adaba hin qabne, waan fedhe, kan namaafii Rabbi biratti isa xiqqeessu tayuu, kan biraa tayuu , dalagaa .

Ammoo namni Rabbiifii,namarraa qaanfatu , akkas hin dalagu.maalif inni hoggaa waa dalagu`uu ka`e , yoo wanni dalagu`uu ka`e sun , waan isii dalaguun , Rabbi biratti qaani`ii , tan shari`aan Rabbii hin eehamne taate , akkasuma yoo waan nama biratti isii dalaguun qaani`ii taate , hin dalaguu ni dhiisa .

Rabbirraa qaanfatuun , bakka inni itti nama yaametti argamu` bakka inni irraa nama dhoowwerraa fagaatu`u

Ammoo namarraa qaanfatuun waan isaan biratti naamusa, takkaa adaba kee balleessu , dalaguu dhabu`u

Hadiisni kun waan qaaydan islaamaa hundi isaan marsitu takkaayuu itti hidha`aati .

*Hadiisa kana Bukhaari`iitu odeesse

رَوَاهُ البخاري

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com