شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

  SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II 

Duree { muqaddimah }

  Hadiisa  tokkoffa`aa 

Hadiisa lammeysa`aa

Hadiisa sadeessa`aa

Hadiisa afreessa`aa

Hadiisa shanaffa`aa

Hadiisa jaheessa`aa

Hadiisa torbeessa`aa

Hadiisa saddeyteysa`aa

Hadiisa seyleessaadhaa
Hadiisa kurneessa`aa
Hadiisa kudha tokkoo
Hadiisa kudha lamaa
Hadiisa kudha sadiyyii
Hadiisa kudha afreessa`aa
Hadiisa kudha shaneessa`aa
Hadiisa kudha jaheessa`aa
Hadiisa kudha torbeysa`aa
Hadiisa kudha saddeetii
Hadiisa kudha seyleessa`aa
Hadiisa diiddammeysa`aa
Hadiisa diiddamii tokkeessa`aa
Hadiisa diiddamii lammeysa`aa
Hadiisa diiddamii sadeessa`aa
Hadiisa diiddamii afreessa`aa
Hadiisa diiddamii shaneessa`aa
Hadiisa diiddamii jaheessa`aa
Hadiisa diiddamii torbeessa`aa
Hadiisa diiddamii saddeetii
Hadiisa diiddamii sayleessa`aa
Hadiisa soddommeysa`aa
Hadiisa soddomii tokkeessa`aa
Hadiisa soddomii lammeysa`aa
Hadiisa soddomii saddeessa`aa
Hadiisa soddomii afreessa`aa
Hadiisa soddomii shaneessa`aa
Hadiisa soddomii jaheessa`aa
Hadiisa soddomii torbeessa`aa
Hadiisa soddomii saddeeteysa`aa
Hadiisa soddomii seyleessa`aa
Hadiisa afurtammeysa`aa
Hadiisa afurtamii tokkoffa`aa
Hadiisa afurtamii lammeysa`aa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II

   
 

  

الحديث الأول
HADIISA  DURAA

*Hadiisa ,kana, namni nabi Mu-hammadirraa nageenyi isarratti haa  jiraatuu nuu odeesse amiira mu`mintoota, khaliifaa nabi Mu-hammad , abbaa hafsa`aa ,ilma khaxxaabii Rabbi isarraa haa ja-alatuu

عَنْ أَمِيرِ المُؤْمِنِينَ عمر بْنِ الخطاب y

*Asaab Umar akki je`e ergamaa Rabbii Muha hammad, ahgma-taafii nageenyi isarratti haa jiraa-tuu, kan dubbii as deemtu tana je`un gurra kiyyaan dhagaye 

قالَ:سَمِعْتُ رَسُولَ الله r يقولُ

*Wanni isaan je`an dalagaan ibaad-a`aa hundi , niyya`aan, takkaa yaa-dan taati, dalagaan yaanni bira hin jirre hin qeebalamtuu, takkaa hin guutamtuu

إِنَّمَا الأَعْمَالُ بالنِّياتِ،

*Ammas namuu waanuma niy-yate qabawaanuma niyyaterratti sawaaba argata

وإِنَّمَا لِكُلّ امرئ ما نَوَي،

*Tanaaf jecha namni hijran ma-kkarraa madiina`atti godaanun   isaa dubbii Rabbiitifii,dubbii er-gamaa isaa dhagayu`uuf jecha taate, gaafas makkarraa hijraa bayuun waajibaa , diqamaa 

فَمَنْ كانَتْ هِجْرَتُهُ إلى الله وَرَسولِهِ

*Hijraan isaa sun  shari`aadhatti hijraa gara Rabbiitifii ergamaa isaatii,sawaaba itti argata,waan godaansa isatti Rabbiifii rasuula jaalachiisuu nayyateef, takkaa yaadef

فَهِجْرَتُهُ إلى الله وَرَسُولِهِ،

*Ammoo namni hijraa Makkar-raa madiina`atti godaanu`uu  sani tti,addunyaa argatuu niyyate , sababaa makkarraa madiina`atti godaanu’uutin.

ومَنْ كانَتْ هِجْرَتُهُ لِدُنْيا يصِيبُها،

*Takkaa Makkarraa Madiina`atti godaanuu kanatti,dhalaa fuudhuu fedhu,argatuu ,niyyate,kan sababaa intalti inni jaalate makk-arraa madiina`atti godaannan isii jalaa hafuu dadhabee niyyaa isii argatu`uutin godaane .takkaa  horiidhan argadhaa hamile  

أوْ امْرَأَةٍ ينْكِحُها

*Hijraan nama kanaa hijraa gara waan hamileetii, Rabbi biraa, sawwaaban namni sawaaba arg-atu , nama diin isaa jabeessu`uu jecha, bakka nabi Muhammad jiru dhaqee, diin isaa baratu`uu jecha hijraa baye

فَهِجْرَتُهُ إلى ما هاجَرَ إِليهِ 

*Hadiisa kana bukhari`iifii , mu-slimtu odeesse.

رَوَاهُ البُخَارِي وَمُسْلِمٌ

Sheeykh {Bukhaarii} maqaan isaa Muhammed ilma Ismaa`iil , ilma ibraahiim ilma mughiira’aa, ilma bardizbahi.bitti isaa bukh-aaraa je`amti tanaaf bukhaarii je`aniin. Kitaaba bukhaari`ii maqa-an isaa { aljaami`u assahiih,almusnad, al mukhtaar, min hadiisi rasuulillaahi}akkana jechuun kitaaba waan hadiisa nabi Muham-madirraa nama walirraa dhagayeen nu gaye walitti qabu mara-xamaa } jechu`u  

Kitaabni isaa kun,kitaabban hadiisaa hunda keessaa ,kan irra fayyaa qabu ,kan wanni xa`iifa taye keessa hin jirre, dhaloonni isaa 194  duutii isaa  256 H.

 Sheeykh { Muslim , maqaan isaa muslim , ilma hajjaaj, muslim bitti isaa niisaabuur,bakka qusheyri je`amtu. Tanaaf niisaabu-urii qusheyrii je`ama kitaaba muslim kana maqaan isaa { alja-ami`ussahiih } akkana jechuun:kan hadiisa fayyaa qabu walitti  qabu jechu`.

  Kitaabni isaa kun kitaaba bukhaari`itti aana Muslim kita-aba isaa keessatti hadiisa sahiiha hin deddeebi`in kuma afur walitti qabe dhaloonni isaa 2H duutii isaa 261

 
 

 

 

 

 

 

 

 

  filadhu  

kh_rashad2004@hotmail.com