شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

  SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II 

Duree { muqaddimah }

  Hadiisa  tokkoffa`aa 

Hadiisa lammeysa`aa

Hadiisa sadeessa`aa

Hadiisa afreessa`aa

Hadiisa shanaffa`aa

Hadiisa jaheessa`aa

Hadiisa torbeessa`aa

Hadiisa saddeyteysa`aa

Hadiisa seyleessaadhaa
Hadiisa kurneessa`aa
Hadiisa kudha tokkoo
Hadiisa kudha lamaa
Hadiisa kudha sadiyyii
Hadiisa kudha afreessa`aa
Hadiisa kudha shaneessa`aa
Hadiisa kudha jaheessa`aa
Hadiisa kudha torbeysa`aa
Hadiisa kudha saddeetii
Hadiisa kudha seyleessa`aa
Hadiisa diiddammeysa`aa
Hadiisa diiddamii tokkeessa`aa
Hadiisa diiddamii lammeysa`aa
Hadiisa diiddamii sadeessa`aa
Hadiisa diiddamii afreessa`aa
Hadiisa diiddamii shaneessa`aa
Hadiisa diiddamii jaheessa`aa
Hadiisa diiddamii torbeessa`aa
Hadiisa diiddamii saddeetii
Hadiisa diiddamii sayleessa`aa
Hadiisa soddommeysa`aa
Hadiisa soddomii tokkeessa`aa
Hadiisa soddomii lammeysa`aa
Hadiisa soddomii saddeessa`aa
Hadiisa soddomii afreessa`aa
Hadiisa soddomii shaneessa`aa
Hadiisa soddomii jaheessa`aa
Hadiisa soddomii torbeessa`aa
Hadiisa soddomii saddeeteysa`aa
Hadiisa soddomii seyleessa`aa
Hadiisa afurtammeysa`aa
Hadiisa afurtamii tokkoffa`aa
Hadiisa afurtamii lammeysa`aa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II

   
 
 
الحديث  الحادى والثلاثون

HADIISA SODDOMII TOKKEESSO`OO

*Hadiis kana asaabticha abbaa abbaas je`amu , kan maqaan isaa { sahlii ilma sa`dii saa`idii } tayeetu , Rabbiin ol taye isarraa haa jaalatuu , odeesse

عَنْ سَهْلِ بْنِ سعد السَّاعِدِي y

*Wanni inni je`e

قالَ

*Namni tokko nabi Muhammaditti dhufee

جاءَ رَجُلٌ إلى النبي r

*Yaa ergamaa Rabbii, mee dalagaa yoon dalagee

فقالَ : يا رَسُولَ الله

*Rabbiifii namnilleen na jaalatutti na qajeelchi je`een

دُلَّنِي على عَمَلٍ إِذَا عَمِلْته أَحَبَّني الله وَأَحَبّنِي النَّاسُ

*Jennaanin ,nabi  Muhammed akki je`een addunyaa tanarraa hanga itti haajamtu malee , waan kaan ifirraa dhiisi,gaafas Rabbiin si jaalata

فَقالَ : ازْهَدْ في الدُّنْيا يحِبَّكَ الله

*Akkasuma waan namni qaburraa duroomi , hin kadhatin hin jaalatin .

وازْهَد فِيما عِنْدَ النَّاسِ يحِبَّكَ النَّاسُ

*Hadiisa kana ibnu maajahiifii ,nama biralla`eetu odeesse karaa nagaya qabuun

حَديثٌ حَسَنٌ رَوَاهُ ابْنُ ماجة وَغَيرُهُ بأَسانِيدَ حَسَنَةٍ

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com