شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

  SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II 

Duree { muqaddimah }

  Hadiisa  tokkoffa`aa 

Hadiisa lammeysa`aa

Hadiisa sadeessa`aa

Hadiisa afreessa`aa

Hadiisa shanaffa`aa

Hadiisa jaheessa`aa

Hadiisa torbeessa`aa

Hadiisa saddeyteysa`aa

Hadiisa seyleessaadhaa
Hadiisa kurneessa`aa
Hadiisa kudha tokkoo
Hadiisa kudha lamaa
Hadiisa kudha sadiyyii
Hadiisa kudha afreessa`aa
Hadiisa kudha shaneessa`aa
Hadiisa kudha jaheessa`aa
Hadiisa kudha torbeysa`aa
Hadiisa kudha saddeetii
Hadiisa kudha seyleessa`aa
Hadiisa diiddammeysa`aa
Hadiisa diiddamii tokkeessa`aa
Hadiisa diiddamii lammeysa`aa
Hadiisa diiddamii sadeessa`aa
Hadiisa diiddamii afreessa`aa
Hadiisa diiddamii shaneessa`aa
Hadiisa diiddamii jaheessa`aa
Hadiisa diiddamii torbeessa`aa
Hadiisa diiddamii saddeetii
Hadiisa diiddamii sayleessa`aa
Hadiisa soddommeysa`aa
Hadiisa soddomii tokkeessa`aa
Hadiisa soddomii lammeysa`aa
Hadiisa soddomii saddeessa`aa
Hadiisa soddomii afreessa`aa
Hadiisa soddomii shaneessa`aa
Hadiisa soddomii jaheessa`aa
Hadiisa soddomii torbeessa`aa
Hadiisa soddomii saddeeteysa`aa
Hadiisa soddomii seyleessa`aa
Hadiisa afurtammeysa`aa
Hadiisa afurtamii tokkoffa`aa
Hadiisa afurtamii lammeysa`aa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II

   
 
 
الحديث الرابع و العشرون     

HADIISA DIIDDAMII AFREESSO`OO

*Hadiisni kun abbaa zarrirraa odeeffame , Rabbi isarraa haa jaalatuu

عن أبى ذر الغفارى y ،

*Ammoo abaa zarri nabi Muha-mmadirraa nuu odeesse nageenyi isarratti haa jiraatuu .

عَنِ النبي r

*Nabi Muhammad hadiisa kana Rabbii gudda`arraa nuu odeesse .

فِيما يرْويهِ عَنْ رَبّه عَزَّ وَجَلَّ

*Rabbiin guddaan akki je`e :

أَنَّهُ قالَ

*Yaa gabroottan kiyya

يا عبادي

*An gabroottan kiyyatti roorrisuu , haraam ifirratti godhee

إِنِّي حَرَّمْتُ الظَّلْمَ على نَفْسِي

*Ammallee isin wal miidhuu haraam isinirratti godhee dhoowwama isinirratti ,godhee                 

وَجَعَلْتُهُ بَينَكُمْ مُحَرَّماً

*Wal  hin     miidhinaa , horii walii haqa malee hin nyaatinaa, waan namni isinitti dalaguu hin feene namatti hi dalaginaa

فَلا تظَّالَمُوا

*Yaa gabroottan kiyya , hundi keessan naman  an qajeelche malee ,  ja llinarra jiraa , waan addunya`aafii aakhira`atti isaaf tolutti qajeeluu hin dandayuu

يا عبادي كلٍكمْ ضَالٌ إِلاَّ مَنْ هدَيتُهُ

*Qajeelloo narra barbaadaa

فاسْتهْدُوني

*Isinan qajeelchaa waan addunya`aa , aakhira`atti isi nii tolluttan isin qaj-eelchaa

أَهْدِكُم

*Yaa gabroottan kiyya hundi keessan naman an nyaachise malee , be elaya`aa odoo dhan rizqii isaa fidee nyaatuu baatee, silaa nyaata hin argatuu

يا عبادي كُلُّكُمْ جائِع إلاَ مَنْ أَطْعَمْتُهُ

*Nyaata narra barbaada isinan nyaachisaa akkana jechuun nyaata na malee, nama birarraa hin barbaadinaa nama isin irra barbaadan sanuu naatu nyaachisaa yaadaa , inni sababaa isinii tayee beekaa jechu`

فاسْتَطْعِموني أُطْعِمكُمْ

*Yaa gabroottan kiyya hundi keessan, naman an uwwise malee, daar a`aa odo`on an huccuu uumefii, uffatuu baatee, silaa qullaa deemaa

يا عبادي كلّكُمْ عار إِلاَ مَنْ كَسَوْتُهُ

*Daara bayuu narra ba rbaadaa isinan uwwisaa , karaa waan uffattan itti argattanan isinii laaffisaa , na khadhadhaa

فاسْتكْسوُنِي أَكْسكُمْ

*Yaa gabroottan  kiyya hundi keessan, halkaniifii guyyaa natti balleessitan dubbii tiyya hin dhageessan

يا عبادي إِنَّكُمْ تُخْطِئُونَ باللَّيلِ والنَّهارِ

*Sanumaan wajji,an dilii , takkaa balleessaa teessan hunda isiniifan araarama

وَأَنا أَغْفِرُ الذُّنُوبَ جَمِيعاً

*Dhiifama narra barbaadaa, isiniifan araarama 

فاسْتَغْفِروُني أَغْفِرْ لَكُمْ

*Yaa ,gabroottan kiyya ana midhuu dandeessanii nan miitan

يا عبادي إنَّكُمْ لَنْ تَبْلُغُوا ضُرّي فَتَضُرُّونِي

*Na   fayyaduu   dande ssanii nan fayyaddan ,cubbuun teesssan   nan dhibdu ammallee ibaadan teessan nan fayyaduu.

وَلَنْ تَبْلُغُوا نَفْعِي فَتَنْفَعُونِي

*Yaa gabroottan kiyya odoo hundi keessan kan duraatifii kan boodaatilleen

يا عبادي لوْ أَنَّ أَوَّلَكُم وآخِرَكُمْ

*Namaafii jinniin teessanilleen

وَإِنْسَكُمْ وَجِنَّكُمْ

*Qalbii nama tokkicha , kan isirraa taye,kan Rabbi sodaatu taatanii,Rabbi    ibaaddanii, namni ni gabroottan Rabbirraa akkaan Rabbi sodaatu nabi Muhammadi nageenyi isarratti haa jiraatuu . Duuba odoo hundi keessan akka nabi Muhammaditti na ibaaddanii, qabeenya, takkaa mulkii tiyyarratti , waa takka waan naa ida`u hin qabu .

كانُوا على أَتْقَى قَلْبِ رَجُلٍ واحِدٍ مِنْكُمْ ما زَادَ ذَلِكََ في مُلْكِي شَيئاً

*Yaa gabroottan kiyya , odoo hundi keessan kan duraatifii kan boodalleen

يا عبادي لَوْ أَنَّ أَوَّلَكُمْ وآخِركُمْ

*Namaafii jinniin teessanilleen

وإنْسَكُمْ وَجِنَّكُمْ

*Qalbii nama tokkicha  isinirraa tayee, kan akkaan Rabbitti balleesse , taatanii walii galtanii natti balleessitanii  

كانُوا على أَفْجَرِ قَلْبِ رَجُلٍ واحِدٍ مِنْكُمْ

*Sun waa takka qabeenya kiyyarraa waan ir`isu hin qabu,{ irra badaan gabroota Rabbii ibliisi

ما نَقَصَ ذلكَ مِنْ مُلْكِي شَيئاً

*Yaa gabroottan kiyya odoo,hundi keessan,duraa boodan namaafii jinni`iin

يا عبادي لَوْ أَنَّ أَوَّلَكُمْ وآخِرَكُمْ، وَإنْسَكُمْ وَجِنَّكُمْ

*Dirree ,yookaa bakka takka keessa dhaabbattanii

قامُوا في صَعيدٍ واحِدٍ

*Hundi keessan waan fedhu na khadhatee

فَسألُونِي

*Duuba namuufuu waan inni fedhu kennee

فأَعْطَيتُ كُلَّ واحِدٍ مَسْأَلَتَهُ

*Khennaan sun waanan an qaburraa waa takka hin ir`iftu

ما نَقَصَ ذَلكَ مِمَّا عِنْدِي

*Hanga lilmeen hoggaa bahara licc-isiisanii baasan baharirraa    ir`i ftu yoo taate malee wanni beekkamee jiru, lilmeen waa takka baharirraa hin ir`iftu , inumaa faanti bishaanii ijaafii miiz-aanalle`een hin mul`attu

إلاَّ كما ينْقُصُ المِخْيطُ إذا أُدْخِلَ البَحْر

*Yaa gabroottan kiyya wanni  isin gu-yyaa qiyaama`aa  argu`uu   tee ssa , dalaguma teesan tan isin addunya`arratti dalaydan kheyrii tayuu , sharrii tayuu

 

ياعبادِي إِنَّما هي أَعْمَالُكُمْ

*Dalagaa teessan hunda lakkaayetan , isinii katabee, ol kaayee teessii

أُحْصِيها لَكُمْ

*Eega duutanii isin dura kaayetan isin garsiisee, irraa isin gaafadha

ثمَّ أُوَفَيكُمْ إياها

*Duuba namni isinirraa kitaaba dalagaa isaa keessatti,guyyaa qiyaama`aa waan gaarii arge

فَمَنْ، وَجَدَ خَيرًا

*Haa Rabbii isaatii  ga   lata galchuu , Rabbii isa uumee, waa hundaan isa qananiisee , waan gaarii dalagu addu-nya`arratti isa qunnamsiisee , aakhira`atti dalagaa isaa sanirratti , waan gaarii isa argachiisef , rabbiif galata haa galchuu

فلْيحْمَدِ الله

*Ammoo namni kitaaba dalagaa isaa keessatti, waan hamtuu azaaba isa seensiftu arge

ومَنْ وَجَدَ غَيرَ ذَلكَ

*Lubbuu isaa malee nama biraa hin zigaalin , Rabbiin aylii isaa kenneeti ,anbiyaa ergee karaa hama`aafii gaarii adda baasefii , karaa gaarii deemi, jannatan si geessaa , ammoo yoo karaa hamaa deemte azaaban si geessa je`ee beysisee jiraa , duuba yoo adduny-a`arratti badii dalagee aakhira`atti waan hamtuu qunname, ifumaaf if miidhee , if malee nama biraa hin zigaalin , takkaa hin komatin , dalagaa isaatitu achiin isa gayee         

فَلا يلُومَنَّ إلاَّ نَفْسَهُ

*Hadiisa kana Muslimtu odeesse

رَوَاهُ مُسْلِمٌ

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com