شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

  SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II 

Duree { muqaddimah }

  Hadiisa  tokkoffa`aa 

Hadiisa lammeysa`aa

Hadiisa sadeessa`aa

Hadiisa afreessa`aa

Hadiisa shanaffa`aa

Hadiisa jaheessa`aa

Hadiisa torbeessa`aa

Hadiisa saddeyteysa`aa

Hadiisa seyleessaadhaa
Hadiisa kurneessa`aa
Hadiisa kudha tokkoo
Hadiisa kudha lamaa
Hadiisa kudha sadiyyii
Hadiisa kudha afreessa`aa
Hadiisa kudha shaneessa`aa
Hadiisa kudha jaheessa`aa
Hadiisa kudha torbeysa`aa
Hadiisa kudha saddeetii
Hadiisa kudha seyleessa`aa
Hadiisa diiddammeysa`aa
Hadiisa diiddamii tokkeessa`aa
Hadiisa diiddamii lammeysa`aa
Hadiisa diiddamii sadeessa`aa
Hadiisa diiddamii afreessa`aa
Hadiisa diiddamii shaneessa`aa
Hadiisa diiddamii jaheessa`aa
Hadiisa diiddamii torbeessa`aa
Hadiisa diiddamii saddeetii
Hadiisa diiddamii sayleessa`aa
Hadiisa soddommeysa`aa
Hadiisa soddomii tokkeessa`aa
Hadiisa soddomii lammeysa`aa
Hadiisa soddomii saddeessa`aa
Hadiisa soddomii afreessa`aa
Hadiisa soddomii shaneessa`aa
Hadiisa soddomii jaheessa`aa
Hadiisa soddomii torbeessa`aa
Hadiisa soddomii saddeeteysa`aa
Hadiisa soddomii seyleessa`aa
Hadiisa afurtammeysa`aa
Hadiisa afurtamii tokkoffa`aa
Hadiisa afurtamii lammeysa`aa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II

   
 
 
الحديث السابع و العشرون

HADIISA DIIDDAMII TORBEESSO`OO

 

*Hadiisa kana sahaabicha {nawwaas il sam`aan} je`amuutu Rabbi isarraa haa jaalatuu

عَن النَّواسِ بْنِ سَمْعانَ y

*Nabi Muhammadirraa nuu odeesse nagayaafii rahgmanni isaafii aalii isarratti haa jiraatuu.

عَنِ النبي r

*Nabi Muhammad akki je`e

قَالَ

*Gaarummaan

البِرُّ

*Haala tolu` haala   toluun waan namaan wajji dalagan keessatti nama miidhuu dhabu`fuula tolu` harka tolu` firdii takkaa murtii tolu` waan Rabbiin je`u dhagayuu . Guyyaa qiyaama`aa dhugo`oomsuu

حُسْنُ الخُلُقِ

*Dilii jechuun waan qa lbiin jaalattee,hin fudhanne ,kan qalbii nama nyaatu , kan qalbiin maalifan waan san dalage , ifiin jettu

وَ الإِثْمُ ما حاكَ في نَفْسِكَ

*Kan namni sii waan san dalagu arguu jibbitu takkaa dhagayuu jibbitu

وَكَرِهْتَ أَنْ يطَّلِعَ عَلَيهِ الناسُ

*Hadiisa kana Muslimtu odeesse

رَوَاهُ مُسْلِمُ

*Asaabtichi{ waabisaa ilma ma`bad} je`amu tokko ,Rabbi isarraa haa jaalatuu akki je`e

وَعَنْ وابِصَةَ بَنْ مَعْبَدٍy  قالَ

*Gaafa tokko waan gaari`iifii waan hamtu`urraa gaafatu`uufan, nabi Muhammaditti dhufe

أَتَيتُ رَسُولَ اللهr

*Duuba hogga`an bira gayu odo`on an waanin deemuf ittin himin , akki naan je`e

فقَالَ

*Yaa {waabisaa} waan gaari`irraa gaafatu`uu dhuftee ?

جِئْتَ تَسْأَلُ عَنِ البِرّ

*Jennaan{eeyeen} je`een

قُلْتُ نَعَمْ

*Jennaanin,yoo   waan   gaari`iifii hamaa adda baruu feete qalbii tee gaafadhu qalbin nagaya qabdu , waan gaari`iifii , waan hamtuu ada beytii .

قَالَ: اسْتَفْتِ قَلْبَكَ

*Ammoo an siifan  himaa ,waan gaarii jechuun , waan lubbun nama guutu`uu fudhattu , takkaa jaalattu tan irraan dhaysine

البِرُّ ما اطْمأنَّتْ إِلَيهِ النَّفْسُ

*Waan qalbiin, das irraa jettee itti boohartu 

واطْمأَنّ إِلَيهِ القَلْبُ

*Ammoo wanni hamuun ,takkaa cubbuun , waan lubbuun hin fudhanne, waan garaa nama nyaatu

والإِثْمُ ما حاكَ في النَّفْسِ

*Waan qalbiin  hin   fu dhanne , takkaa hin jaalanne , kan qoma keessa gad hin teenye kan hoggaa ati isa dalaydu , namni si arguu hin feene , kan namarraa qaanfattu .

Duuba miizaana kanarraa hin maqin, yoo kheyri`ii , sharrii adda baruu feete .

وتَرَدَّد في الصَّدْرِ

*Odoo namni akka  biraa  sii odeesselle`ee , irraa hin maqin miizaanni kee qalbuma teetii.

 Tanaaf jecha namni tokko hoggaa waa dalaguu fedhe, odoo hin dalayne , qalbii isaatin haa mariyatuu duuba yoo qalbiin jaalatte haa dalaguu, yoo qalbiin irraa hin gammadin , haa dhiisuu

وَإِنْ أَفْتاكَ النَّاس وأَفْتُوكَ

*Hadiisa kana imaam ahmad ilma hanbaliifii daarmi’iitu musnada isaan laanii keessatti  odeesse sanadni hadiisa kana gaari`i

حَديثٌ حَسَنٌ روَيناه في مُسْنَدِي الإمامَينْ أَحْمَدَ والدَّارِمِي بإسْنَادِ حَسَنٍ

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com