شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

  SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II 

Duree { muqaddimah }

  Hadiisa  tokkoffa`aa 

Hadiisa lammeysa`aa

Hadiisa sadeessa`aa

Hadiisa afreessa`aa

Hadiisa shanaffa`aa

Hadiisa jaheessa`aa

Hadiisa torbeessa`aa

Hadiisa saddeyteysa`aa

Hadiisa seyleessaadhaa
Hadiisa kurneessa`aa
Hadiisa kudha tokkoo
Hadiisa kudha lamaa
Hadiisa kudha sadiyyii
Hadiisa kudha afreessa`aa
Hadiisa kudha shaneessa`aa
Hadiisa kudha jaheessa`aa
Hadiisa kudha torbeysa`aa
Hadiisa kudha saddeetii
Hadiisa kudha seyleessa`aa
Hadiisa diiddammeysa`aa
Hadiisa diiddamii tokkeessa`aa
Hadiisa diiddamii lammeysa`aa
Hadiisa diiddamii sadeessa`aa
Hadiisa diiddamii afreessa`aa
Hadiisa diiddamii shaneessa`aa
Hadiisa diiddamii jaheessa`aa
Hadiisa diiddamii torbeessa`aa
Hadiisa diiddamii saddeetii
Hadiisa diiddamii sayleessa`aa
Hadiisa soddommeysa`aa
Hadiisa soddomii tokkeessa`aa
Hadiisa soddomii lammeysa`aa
Hadiisa soddomii saddeessa`aa
Hadiisa soddomii afreessa`aa
Hadiisa soddomii shaneessa`aa
Hadiisa soddomii jaheessa`aa
Hadiisa soddomii torbeessa`aa
Hadiisa soddomii saddeeteysa`aa
Hadiisa soddomii seyleessa`aa
Hadiisa afurtammeysa`aa
Hadiisa afurtamii tokkoffa`aa
Hadiisa afurtamii lammeysa`aa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II

   
 
 
الحديث الحادى و العشرون

HADIISA DIIDDAMII TOKKEESSO`OO

*Hadiisa kana abbaa {amree } takkaa abbaa { amra`aa}kan sufyaan ilma abdullaahii je’a-muutu odeesse

عَنْ أبي عَمْرو، وَقيلَ أبي عَمْرَةَ سُفْيانَ بْنِ عبدالله رضي الله عَنْهُ

*Saahibtichi kun akki je`e,: Rabbirraa haa ja-alatuu

قالَ

*Ergamaa Rabbii Muhammadiin nageenyi isarratti haa jiraatuu, akkin je`e : yaa rasuula Rabbii 

قُلْتُ: يا رسول الله

*Dubbii adii,waan islaamni   taye    walitti naa   qabdu ,taniin nama biraa kan isin hin tayin  irraa gaafatu`utti,nan haajamsiifne, naan je`i   je`een

قُلْ لي في الإِسْلامِ قَوْلاً لا أَسْألُ عَنْهُ أَحَداً غَيرَكَ،

*Jennaanin nabi Muhammad akki naan je`e

قالَ:

*Rabbitti   amane   je`i, iimaana kee arrabaan dubbadhu , qalbi`iin yaad-adhu , waan  Rabbiin je`u hunda dhu-go`oomsii

قُلْ: آمَنْتُ بالله

*Eegasii qajeelii  ,waan

Rabbiin dalagi, siin je`e ,hunda dalagii ,wa-an Rabbiin dhiisi, siin je`e hunda dhiisi

ثمَّ اسْتَقِمْ

*Hadiisa kana musli-miitu odeesse 

رَواهُ مُسْلِمٌ

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com