شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

  SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II 

Duree { muqaddimah }

  Hadiisa  tokkoffa`aa 

Hadiisa lammeysa`aa

Hadiisa sadeessa`aa

Hadiisa afreessa`aa

Hadiisa shanaffa`aa

Hadiisa jaheessa`aa

Hadiisa torbeessa`aa

Hadiisa saddeyteysa`aa

Hadiisa seyleessaadhaa
Hadiisa kurneessa`aa
Hadiisa kudha tokkoo
Hadiisa kudha lamaa
Hadiisa kudha sadiyyii
Hadiisa kudha afreessa`aa
Hadiisa kudha shaneessa`aa
Hadiisa kudha jaheessa`aa
Hadiisa kudha torbeysa`aa
Hadiisa kudha saddeetii
Hadiisa kudha seyleessa`aa
Hadiisa diiddammeysa`aa
Hadiisa diiddamii tokkeessa`aa
Hadiisa diiddamii lammeysa`aa
Hadiisa diiddamii sadeessa`aa
Hadiisa diiddamii afreessa`aa
Hadiisa diiddamii shaneessa`aa
Hadiisa diiddamii jaheessa`aa
Hadiisa diiddamii torbeessa`aa
Hadiisa diiddamii saddeetii
Hadiisa diiddamii sayleessa`aa
Hadiisa soddommeysa`aa
Hadiisa soddomii tokkeessa`aa
Hadiisa soddomii lammeysa`aa
Hadiisa soddomii saddeessa`aa
Hadiisa soddomii afreessa`aa
Hadiisa soddomii shaneessa`aa
Hadiisa soddomii jaheessa`aa
Hadiisa soddomii torbeessa`aa
Hadiisa soddomii saddeeteysa`aa
Hadiisa soddomii seyleessa`aa
Hadiisa afurtammeysa`aa
Hadiisa afurtamii tokkoffa`aa
Hadiisa afurtamii lammeysa`aa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II

   
 
 
 الحديث الرابع عشر

HADIISA KUDHA AFREESSO`OO

*Hadiisa kana  ashaabticha nabi Muhammad kan abdullaahii ilma mas`uud je`amuutu  odeessee

عَنِ ابْنِ مَسْعُودy

*Akki je`e Rabbiin isarraa haa jaalatuu

قالَ

*Ergamaan Rabbii nabi Muhammad nageenyi isarratti haa jiraatuu akki je`e

قالَ رَسُولُ اللهr

*Dhiiyni nama islaamaa tokko halaal hin tayu isa ajjeesun hin gayu

لا يحلٌّ دَمُ امرئ مُسْلِمٍ

*Yoo  waa  sadiyirraa  tokko itti argame  malee , takkaa irraa mul`ate malee, gaafas ni ajjeefama sadeen sun tokko

إِلا بإِحْدَى ثَلاث

 

*Namafuudha    qajeello`oo fuudhee eegasii zinaa ,takkaa sharmuuxummaa , takkaa gumnummaa, dalage jaartin isaa gaafa san jala jiraattuu hiikhuu , duutuu, namni fuudhee, eegasii gumnaa dalage, takkaa dhalaa halaal isaa hin tayinitti ida`ame,ni ajjeefama akkaatan itti ajjeefamu dhaga`aan mataa keessa tuman , hanga du`utti , dhalaa tayuu dhiira tayuu  

الثيب الزَّانِي

*Lammeysan lubbuun lubbu`uuf ajjeefamuu namni nama ajjeese ni ajjeefama

والنَّفْسُ بالنَّفْسِ

*Sadeessan ,nama diinaa isaa dhiisee kafaree , tuuta takkaa   jamaa`aa  islaamatiin adda baye namni islaamaa tokko yoo diinaa islaamaa dhiisee kafare, mukaan Rabbi je`ee takkaa Rabbiin sadii je`ee takkaa Rabbiin ni dhalate, takkaa ni dhale faa je`ee , ni ajjeefama yoo islaamatti hin deebi`in akkasuma nama bid`aa fidee, waan ulamaa`in islaamaa hundi irratti walii galte ,khallafe takkaa karaa isaanirraa maqe , ni ajjeefama  

والتَّارِكُ لِدينِه المُفارِقُ للِجمَاعَةِ

*Hadiisa kana bukhaari`iifi muslimtu odesse

رَوَاهُ البخاري وَمُسْلِمٌ

   
 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com