شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

  SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II 

Duree { muqaddimah }

 Hadiisa  tokkoffa`aa 

Hadiisa lammeysa`aa

Hadiisa sadeessa`aa

Hadiisa afreessa`aa

Hadiisa shanaffa`aa

Hadiisa jaheessa`aa

Hadiisa torbeessa`aa

Hadiisa saddeyteysa`aa

Hadiisa seyleessaadhaa
Hadiisa kurneessa`aa
Hadiisa kudha tokkoo
Hadiisa kudha lamaa
Hadiisa kudha sadiyyii
Hadiisa kudha afreessa`aa
Hadiisa kudha shaneessa`aa
Hadiisa kudha jaheessa`aa
Hadiisa kudha torbeysa`aa
Hadiisa kudha saddeetii
Hadiisa kudha seyleessa`aa
Hadiisa diiddammeysa`aa
Hadiisa diiddamii tokkeessa`aa
Hadiisa diiddamii lammeysa`aa
Hadiisa diiddamii sadeessa`aa
Hadiisa diiddamii afreessa`aa
Hadiisa diiddamii shaneessa`aa
Hadiisa diiddamii jaheessa`aa
Hadiisa diiddamii torbeessa`aa
Hadiisa diiddamii saddeetii
Hadiisa diiddamii sayleessa`aa
Hadiisa soddommeysa`aa
Hadiisa soddomii tokkeessa`aa
Hadiisa soddomii lammeysa`aa
Hadiisa soddomii saddeessa`aa
Hadiisa soddomii afreessa`aa
Hadiisa soddomii shaneessa`aa
Hadiisa soddomii jaheessa`aa
Hadiisa soddomii torbeessa`aa
Hadiisa soddomii saddeeteysa`aa
Hadiisa soddomii seyleessa`aa
Hadiisa afurtammeysa`aa
Hadiisa afurtamii tokkoffa`aa
Hadiisa afurtamii lammeysa`aa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II

   
 

  

ببسم الله الرحمن الرحيم

Bismillaahirrahgmaanirrahgiim

Duree

المقدمة

Eegan Rabbi faarsee ,Nabi Muhammadiifii , aalii isaatifii Asaabaadhafii , warra karaa isaanii qabate hundarratti rahmataafii nagaya buusee, kitaabni kun sharhii arbakgiina nawawi`iiti .

Imaamunnawawiin ,yahgyaan ilmi sharafuddiin akki je`e wanni nabi Muhammad ,ergamaa Rabbirraa nuu odeffame, karaa heddu`uun: karaa aliyyii abii xaalibiin ,karaa Abdullaahii mas`uudin, karaa Mu`aaz jabaliin ,karaa Abiddardaa`in ,karaa ilma umariin ,karaa ilma abbaasin , karaa anas ilma malikiin , karaa abii hereyra aatin, karaa abii sa`iidil khudri`itin, wanni karaa, jara kanaatin , nabi Muhammadiraa nu gaye

إن رسول الله r قال : من حفظ على امتي أربعين حديثا من أمر دينها بعثه الله يوم القيامة فى زمرة الفقهاء والعلماء  وفى رواية بعثه الله فقيها عالما } وفي رواية أبي الدرداء { وكنت له يوم القيامة شافعا وشهيداً } وفي راوية ابن مسعود   { قيل له أدخل من أي ابواب الجنة شئت } وفي رواية ابن عمر  { كتب فى زمرة العلماء  وحشر فى زمرة الشهداء  } .

Ma`naan isaa : namni hadiisa kiyarraa ummata kiyyaaf Hadiisa afurtama kan diinaa islaamaa nama barsiisu tiyse qomatti qabatee takkaa kitaabatti kaatee akka hin banne godhe guyyaa qiyaama`aa Rabbin nama san jamaa`aa fuqahaadhatiifii jamaa`aa ulaaa`iidhatiin wajji isa kaasa. Karaa biraatin wanni odeefame nabi Muhammed Nageenyi isarratti haa jirtuu nam san shafaa`aadhan fuudha ammallee akka inni mu`mina taye raga`an bayaaf jechu  .

 

 

 

 

 

 

 

 

 

  

kh_rashad2004@hotmail.com