شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

  SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II 

Duree { muqaddimah }

  Hadiisa  tokkoffa`aa 

Hadiisa lammeysa`aa

Hadiisa sadeessa`aa

Hadiisa afreessa`aa

Hadiisa shanaffa`aa

Hadiisa jaheessa`aa

Hadiisa torbeessa`aa

Hadiisa saddeyteysa`aa

Hadiisa seyleessaadhaa
Hadiisa kurneessa`aa
Hadiisa kudha tokkoo
Hadiisa kudha lamaa
Hadiisa kudha sadiyyii
Hadiisa kudha afreessa`aa
Hadiisa kudha shaneessa`aa
Hadiisa kudha jaheessa`aa
Hadiisa kudha torbeysa`aa
Hadiisa kudha saddeetii
Hadiisa kudha seyleessa`aa
Hadiisa diiddammeysa`aa
Hadiisa diiddamii tokkeessa`aa
Hadiisa diiddamii lammeysa`aa
Hadiisa diiddamii sadeessa`aa
Hadiisa diiddamii afreessa`aa
Hadiisa diiddamii shaneessa`aa
Hadiisa diiddamii jaheessa`aa
Hadiisa diiddamii torbeessa`aa
Hadiisa diiddamii saddeetii
Hadiisa diiddamii sayleessa`aa
Hadiisa soddommeysa`aa
Hadiisa soddomii tokkeessa`aa
Hadiisa soddomii lammeysa`aa
Hadiisa soddomii saddeessa`aa
Hadiisa soddomii afreessa`aa
Hadiisa soddomii shaneessa`aa
Hadiisa soddomii jaheessa`aa
Hadiisa soddomii torbeessa`aa
Hadiisa soddomii saddeeteysa`aa
Hadiisa soddomii seyleessa`aa
Hadiisa afurtammeysa`aa
Hadiisa afurtamii tokkoffa`aa
Hadiisa afurtamii lammeysa`aa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II

   
 
 
الحديث الثامن و العشرون

HADIISA DIIDDAMII SADDEETII

 

*Hadiisa kana abbaa najiihg } irbaadg , ilma saariya`aatirraa} odeeffame

عَنْ العِرْباضِ بْنِ سَارِيةَy

*{Irbaadg}Rabbi isarraa haa jaalatuu akki je`e :

قَال

*Gaafa tokko nabi Muhammed nageenyi isaafii ,aalii isarratti haa jiraatuu walitti nu ,qabeeti nu gorse

وَعَظَنَا رَسُولُ اللهr

*Gorsa jabaa,qalbii sodachisee , jiise , takkaa laaffise .

مَوْعِظَةً وَجِلَتْ مِنْها القُلُوبُ

*Kan ija nu boochise, takkaa imimmaan irraa jiyse

وَذَرَفَتْ مِنْها العُيونُ

*Inni akkasitti nu gorsinaan wanni jenneen , yaa ergamaa Rabbii go rsi kee kun, akka gorsa nama du`aa ka`ee , kan nama ifitti dhaammatuuti nutti fakkaataa

فَقُلْنا:يا رسول الله كأَنَّها مَوْعِظَةُ مُودّعٍ

*Mee akkaan,waan nuu tolu hunda nuu dhaami jenneen

فأَوْصِنا

*Jennaanin wanni nuun je`e wannin dhaamu  rabbi sodaadhaa ,waan itti isin ajaje dalagaa waan ini irraa isin dhoowwerraa dhowwamaa

قالَ: أَوْصِيكُمْ بتقوى الله عَزَّ وَجَلَّ،

*Ammas ajaja ,nama dubbii teessan harkaa qabuu , dhagayaa

وَالسَّمْعِ والطَّاعَةِ

*Odoo   namni  dubbiin  teessan harka jirtu , sun nama namni gabra je`eenii tuffatullee tayee waan inni je`u dhagayaa wal dhagayuun humna fiddi, wal dhagayuu dhabun badii fiddii.

وَإِنْ تأْمَّرَ عَلَيكُمْ عَبْد

*Yaa ashaaboota kiyya,namni isinirraa umriin dheerattee takkaa, yaroo dheertuu jiraate

فإِنَّهُ مَنْ يعِشْ مِنْكُمْ

*Ummanni wal dhabee bakka mee-qaatamitti  adda bayu argaa

فسيرَى اخْتِلافاً كَثِيراً

*Duuba gaafa namni wal dha bee,yaanni isaanii karaa karaa gore san, karaa kiyya qabadhaa

فَعَلَيكُمْ بِسُنَّتِي

*Ammallee karaa ,matoota qajeelee karaa kiyya deemuu qabadhaa .dubbii isaanii dhagayaa,waan isaan karaa kiyya isin qajeelchaniif .   

وَسُنَّةِ الخُلَفَاءِ الرَّاشِدينَ مِنْ بَعْدِي

*Karaa kiyya, waannin an isiniin je`e, takkaa an dalage, takkaa khaliifonni kiyya dalage jabaadha`aa qabadhaa ciniina`aa irratti du`aa {nawaajiz} A`moo .Sunnaa nabi Muhammad ciniinanii qabatuun itti dalagu`

{Khulafaa`urraashidiin } ashaabaadharraa kan duraa abuu bakarissidiiqi. kan lamayso`oo Umar . kan sadeeyso`oo usmaani. kan afreesso`oo aliyyi. Rabbi isaan hundarraa haa jaalatuu

عَضوا عَلَيها بالنَّوَاجِذِ

*Ammas nabi  Muham mad isaa gorsa isaa itti fufe , ashaabota isaatin akki je`e waan shari`aa hin gaxxamne , kan guyyaa keessaa argame , kanin an hin dalagin takkaa khaliifonni kiyya hin dalagin ittin dhiyaatinaa , hin dalaginaa

وإِياكُمْ ومُحْدَثَاتِ الأُمُورِ

*Wanni qur`aanafii sunna`aafii , ijaama`aa qiyaasan wal didu jallina karaa ibiddaati

فإِنَّ كُلَّ بِدْعَةٍ

*Wanni{bid`aa} je`amu   kan shari`aa-dharraa fakkaataa hin qabne , kan kitaabafii , sunnaa ijmaa`a qiyaasa khallafu , wanni sun karaa bada` karaa haqarraa maqe , karaa jallinaati .

ضَلالَةٌ

*Jallinni ibiddatti nama geessa 

وكل ضلالة فى النار

*Hadiisa kana abuu daawuudifii tir-mizhi`iitu odeesse ,tirmizhiin akki je`e inni hadiisa nagayaa fayyaa qabu

رَوَاهُ أَبُودَاودَ و الترمذى وقَالَ حَدِيثٌ حَسَنٌ صَحِيحٌ.

 
 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com