شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

  SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II 

Duree { muqaddimah }

  Hadiisa  tokkoffa`aa 

Hadiisa lammeysa`aa

Hadiisa sadeessa`aa

Hadiisa afreessa`aa

Hadiisa shanaffa`aa

Hadiisa jaheessa`aa

Hadiisa torbeessa`aa

Hadiisa saddeyteysa`aa

Hadiisa seyleessaadhaa
Hadiisa kurneessa`aa
Hadiisa kudha tokkoo
Hadiisa kudha lamaa
Hadiisa kudha sadiyyii
Hadiisa kudha afreessa`aa
Hadiisa kudha shaneessa`aa
Hadiisa kudha jaheessa`aa
Hadiisa kudha torbeysa`aa
Hadiisa kudha saddeetii
Hadiisa kudha seyleessa`aa
Hadiisa diiddammeysa`aa
Hadiisa diiddamii tokkeessa`aa
Hadiisa diiddamii lammeysa`aa
Hadiisa diiddamii sadeessa`aa
Hadiisa diiddamii afreessa`aa
Hadiisa diiddamii shaneessa`aa
Hadiisa diiddamii jaheessa`aa
Hadiisa diiddamii torbeessa`aa
Hadiisa diiddamii saddeetii
Hadiisa diiddamii sayleessa`aa
Hadiisa soddommeysa`aa
Hadiisa soddomii tokkeessa`aa
Hadiisa soddomii lammeysa`aa
Hadiisa soddomii saddeessa`aa
Hadiisa soddomii afreessa`aa
Hadiisa soddomii shaneessa`aa
Hadiisa soddomii jaheessa`aa
Hadiisa soddomii torbeessa`aa
Hadiisa soddomii saddeeteysa`aa
Hadiisa soddomii seyleessa`aa
Hadiisa afurtammeysa`aa
Hadiisa afurtamii tokkoffa`aa
Hadiisa afurtamii lammeysa`aa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II

   
 

  

الحديث الثاني
HADIISA  LAMMEYSA'AA

*Hadiisa kana asaab umartu Ra-bbirraa haa jaalatuu odeesse  . Wanni je`e

عَن عُمَرَ بْنِ الخَطَّابِ أَيضا

*Guyyaa tokko odoo nuti nabi Muhammad bira tatteenyuu nageenyi isarratti haa jiraatuu

قالَ:بَينَما نَحْنُ عِنْدَ رَسُولِ الله r ذَاتَ يوْمٍ

*Namni tokko kan hoccuun isaa akkaan adi`ii

ِإذْ طَلَعَ عَلَينَا رَجُل شَدِيدُ بياضِ الثِّيابِ

*Kan rifeensi isaa akkaan gurr-aachumu

شَدِيدُ سَوَادِ الشَّعَرِ

*Kan asxaan nama imaltu`urra jiruu irraa hin mul`anne

لا يرَى عَلَيه أَثَرُ السَّفَرِ

*Kan nurraa nam tokkolleen isa hin beyne nutti as baye

ولا يعْرِفُهُ مِنَّا أَحَدٌ

*Hanga dhufee Nabi Muham-mad bira taa`etti

حتى جَلَسَ إلى النبي r

*Jilba isaa lamaan jilba nabi Muh-ammaditti irkisee

فأَسْنَدَ رُكْبَتَيهِ إلى رُكْبَتَيهِ

*Shanacha isaa lamaan gudeeda Nabi Muhammad lamaanirra ka-ayee

وَوَضَعَ كَفَّيهِ على فَخِذَيهِ

*Namichi kun eega akkasitti taa`ee wanni je`e

وَقالَ

*Yaa Muhammad waan islaa-mni taye mee naa himi takkaa naa odeessi

يا محمدُ أَخْبِرْنِي عَنِ الإِسْلامِ ؟

*Jennaanin nabi Muhammad akki je`een nageenyi isarratti haa jiraatuu 

فَقالَ رَسُولُ الله r

*Islaama jechuun shahaadaa la-maan qabatu` { laa    ilaaha   illallaahu Mu-hammadun  rasuulullaahi } je`u’-ma`naan isaa Rabbii tokkicha malee Rabbiin biraa hin jiruu yaadu`u Muhammad erg-ama Rabbiitii ragaa bayu`u tak-kaayuu yaadu`u

أَن تشهد أنْ لا إِله إِلا الله، وأَنَّ مُحَمَّدا رَسُولُ الله،

*Salaata shanan salaatu`u

وَتُقِيمَ الصَّلاةَ

*Ammas zakaa baafatu`u zakaa hori`ii tayuu kan qaamaa tayuu

وَتُؤْتِي الزَّكاةَ

*Ammas soomana ramadaanaa soomanu`

وَتَصُومَ رَمضَانَ

*Ammas yoo dandeesse Makka dhayxee hajjii godhuu je`een, nabi Muhammad

وَتحُجَّ البَيتَ إِنِ اسْتَطَعْتَ إِلَيهِ سَبِيلا

*Jennaanin namichi sun dhugaa jette je`een

قال : صَدَقْتَ

*Ammas Umar akki  je`e si na-michi kun ifumaa  gaafateeti am-mas ifuma nabi Muhammad dhug-o`oomsaa akka nama waan san beekutti jennee ajaa`iba goone je`e

قالَ : فَعَجِبْنا لَهُ يسأَلُهُ وَيصَدِّقُهُ

*Ammas  namichi sun nabi Muh-ammadiin wanni je`e mee iimaa-narraa waa naa odeessi waan iimaanni taye naa himi

قالَ : فأَخْبِرْنِي عَنِ الإِيمَانِ ؟

*Jennaani   nabi  Muhammad wanni je`een iimaana jechuun Rabbitti amanu`u waaqni waan guu-tu`uun wassafamu, kan waan ir`uu taye hundarraa qulqullaaye ni jiraa dhug-o`oomsu 

قالَ أَنْ تُؤْمِنَ بالله

*Malaaykan Rabbii ni jirtii  dhugo`o-omsuu

وَمَلائكَتِه

*Kitaabban Rabbitti amanu`dh-ugo`oomsu`}

وكتبه

 

*Ergamoota Rabbii  hundatti amanu` isaan hunda dhugo`o-omsu , jaalatu, adda babaasuu dhabu`

وَرُسُلِهِ

*Guyyaa boodatti amanu` gu-yyaan qiyaama`aa ni dhufaa dhugo`oomsuu

واليوْمِ الآخِر،

*Qadaratti amanu` kheyri`iifii sharriin Rabbirraayi waan inni muree daba-rsee, dhugo`oomsuu je`een nabi Muhammad na-geenyi isarratti haa jiraatuu

وَتُؤْمِنَ بالقَدَرِ خَيرِه وَشَرِّهِ

*Jennaanin dhugaa jette je`een namichi sun

قالَ : صَدَقْتَ

*Ammas namichi sun wanni nabi Muhammadiin je`e : mee tolarraa naa odeessi takkaa hisaanarraa naa dubbadhu je`een

. قالَ : فأَخْبِرْنِي عَنِ الإِحْسانِ؟

*Jennaanin nabi  Muhammad akki je`een { tolli} takkaa {ihsaanni} Rabbii kee akka waan ijaan gartutti ibaaduu .

قالَ : أَنْ تَعْبُدَ الله كأَنَّكَ تَرَاهُ

*Maalif yoo atilleen arguu baatte inni si argaa je`een nabi Mu-hammad  Nageenyi isarratti haa jiraatuu

فإِنْ لم تَكُنْ تَرَاهُ فإِنَّهُ يرَاكَ

*Jennaanin namichi sun ammas akki je`een mee guyyaa qiyaama`arraa waa naa odeessi ?

قال صَدَقْتَ.قالَ فأَخْبِرْنِي عَنِ السَّاعَةِ؟

*Jennaanin Nabi Muhammad namni gaafatamu ifitti akheekhee nama  gaafaturra sun jib-riilii gaafa qiyaaman dhaab-battu hin beekhu je`een

قالَ: ما المَسْئُولُ عَنْها بأَعْلَمَ مِنَ السَّائِلِ

*Jennaanin hayya,mee asxaa ta-kkaa alaamaa guyyaa qiya-ama`arraa naa odeessi je`een 

قال : فأَخْبِرْنِي عَنْ أَمارَاتِها

*Jannaanin akki  je`een asxa an qiyaaman dhiyaatu`uu gabrittiin go-oftitti isi`ii, ifitti dhalu` ma`naan haati goftittii dhalu`uu ilmaan haadhatti hammaatanii akka goofittiin gabrittii isi`ii bulchitutti haadha isaanii bu-lchu`u, arrabaafii, xiqqeessu`-uun kun alaamaa qiyaaman dhiy-aatu`uuti

قالَ : أَنْ تَلِدَ الأَمَةُ رَبَّتَها

*Ammas  alaaman qiyaaman dhiya-atu`uu  warra homaan qabne , kan qullaa khophee malee yaa`an, kann-een re`ee eeggatanii jiraatuu turan

وأَنْ تَرَي الحُفاةَ العُراةَ العالَةَ رِعاءَ الشَّاءِ

*Kanneen quufanii, manneen fo-oqi`ii dhadheeraa jaaratanii, walittiin dhaa-ddatan argu`u { Hufaat}khophee malee {uraat} huccuu malee {alkg-aalah} kan homaan qabne {ri`aa`a-shaa`i} warra re`ee tiyfatu jechu`

يتَطاوَلونَ في البنيان.

*Duuba namichi sun eega ak-kasitti gaafatee ka`ee kute . kan nurraa nam tokko isan beekhin

ثمَّ انْطَلَقَ

*Asaab Umar akki  je`e eega du-bbiin tun argamtee ,hanga guyyaa sadiyiitan taa`e kan an namni sun nama inni taye hin beekhin 

فَلَبِثَ مَلِيا،

*Duuba nabi Muhammad eega guyyaa sadiyiitii , wanni naan je`e : nama waa na gaggaafate san beytaa ?

ثمَّ قالَ لي: يا عمرُ  أَتَدْرِي مَنِ السَّائل؟  

*Jennaan Rabbiifii rasuula isa-atitu beekha malee, an hin beekhu je`een

قُلْتُ الله وَرَسُولُهُ أَعْلَمُ،

*Jennaan: namni sun jibriili

قالَ : هَذا جِبْريلُ

*Diinaa keessan isin barsiiis-u’uuf dhufee waan na gaafatu san, na gaafatee je`een

أَتاكُمْ يعَلِّمُكُمْ دِينَكُمْ  

*Hadiisa kana muslimiitu ode-esse .

رَوَاهُ مُسْلِمٌ

Eega ma`naa hadiisa kanaa karaa gabaaba`aan barree, ammas itti deebinee dubbii garii addaan sassayn`ee keessa barra.

Iimaanafii Islaama

Iimaana jechuun afaan Arabatti : waa dhugo`oomsuu waanuma tayee haa tayuu

Ammoo iimaana jechuun akka shari`atti waa jaha dhu-go`oomsu`u takkaa amanu`u jahan sun: Rabbi , Malaaykaa , kitaabban isaa ,ergamoota isaa, guyyaa qiyaama`aa ,firdii isaa  dhugo`oomsu`u .

Iimaanni dalagaa qalbi`iitii, waan namaa mul`atuu miti .

Ammoo islaamni: dalagaa mul`isanii dalagan kan akka shahaadaa lamaan qabatu`uu salaatu`uu, zakaa baafatu`uu soomanu`uu , hajjii godhu`uu. tanaaf jecha iimaana jechuun qalbi`iin dubbii Rabbii dhagayanii dhugo`oomsu`u.ammoo islaamni humna qaamatiin, waan qalbiin dhugo`oomsite san dalaganii mul`isu`u namni waan Rabbiin je`u, kan nabi Muhammad dhufeen qalbi`iin dhugo`oomse, kan qaaman hin dalayne mu`mina , ni je`amaa haa tayuu muslima hin je`amu akkuma namni qalbi`iin hin dhugo`oomsine,yoo shari`aa islaamatti dalage , muslima je`amuu malee mu`mina hin je`amne .

Ihsaana

Nabi Muhammad akki je`e : ihsaana jechuun akka waan Rabbii kee ijaan gartutti , ibaadaa Rabbii godhu`hoggaa salaattu akka waan ijaan gartutti salaati atilleen isa arguu baattu inni si argaa yoo Rabbiin na argaa yaada`aa , sa-laatatti seente salaata keessatti qalbiin tee olii gad ded-deemu`urraa ni fagaatta .

 

 
 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com