شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

  SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II 

Duree { muqaddimah }

  Hadiisa  tokkoffa`aa 

Hadiisa lammeysa`aa

Hadiisa sadeessa`aa

Hadiisa afreessa`aa

Hadiisa shanaffa`aa

Hadiisa jaheessa`aa

Hadiisa torbeessa`aa

Hadiisa saddeyteysa`aa

Hadiisa seyleessaadhaa
Hadiisa kurneessa`aa
Hadiisa kudha tokkoo
Hadiisa kudha lamaa
Hadiisa kudha sadiyyii
Hadiisa kudha afreessa`aa
Hadiisa kudha shaneessa`aa
Hadiisa kudha jaheessa`aa
Hadiisa kudha torbeysa`aa
Hadiisa kudha saddeetii
Hadiisa kudha seyleessa`aa
Hadiisa diiddammeysa`aa
Hadiisa diiddamii tokkeessa`aa
Hadiisa diiddamii lammeysa`aa
Hadiisa diiddamii sadeessa`aa
Hadiisa diiddamii afreessa`aa
Hadiisa diiddamii shaneessa`aa
Hadiisa diiddamii jaheessa`aa
Hadiisa diiddamii torbeessa`aa
Hadiisa diiddamii saddeetii
Hadiisa diiddamii sayleessa`aa
Hadiisa soddommeysa`aa
Hadiisa soddomii tokkeessa`aa
Hadiisa soddomii lammeysa`aa
Hadiisa soddomii saddeessa`aa
Hadiisa soddomii afreessa`aa
Hadiisa soddomii shaneessa`aa
Hadiisa soddomii jaheessa`aa
Hadiisa soddomii torbeessa`aa
Hadiisa soddomii saddeeteysa`aa
Hadiisa soddomii seyleessa`aa
Hadiisa afurtammeysa`aa
Hadiisa afurtamii tokkoffa`aa
Hadiisa afurtamii lammeysa`aa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II

   
 
 
الحديث الثالث والثلاثون

HADIISA SODDOMII SADDEESSO`OO

*Hadiisni kun ilma abbaasirraa Rabbiin isaanirraa haa jaalatuu nuu odeeffame ibnu abbaas akki je`e 

عَنْ ابْنِ عَبِّاسٍ y

*Ergamaan Rabbii nageenyi isarratti haa jiraatuu akki je`e

أَنَّ رَسُولَ الله rقالَ

*Odoo warri  waa himatu matuma waa himatu`uutin , kan wanni himatan sun,isaanii kennamtu taatee

لَوْ يعْطَى النَّاسُ بِدَعْواهْم

*Silaa nama , meeqaatamtu horii namaa , takkaa dhiiga namaa ka`ee himatee fudhata

لادَّعَي رجالٌ أَمْوالَ قَوْمٍ وَدِماءَهْم

*Haatayuu haqa ,himannaa qofaan

لَكِنِ

 hin argatan maalif nama waa himaturraa waan barbaadamuutu jira akkasuma nama himatamurraayis , waan barbaadamuutu jira

*Tanaaf   jecha  namni   waa himatu

البَينَةُ على المُدَّعِي

 matu, waan himaturratti ragaa fidu`uutu isarratti jira ragaan isarraa  barbaadamu akkuma wanni inni himatu wal dhabdu wal dhaba wanni gariin tan ragaa tokko qofa barbaaddu gariin ta lama barbaaddu , gariin ta afur barbaaddu

*Ammoo yoo namichi  himatu ragaa dhabe , namichi himatamurra , kha-khatuun jirti .

واليمِينُ على مَنْ أَنْكَرَ

Ammoo yoo namichi himatamu khadhatuu dide , khakhuun namichi himaturratti deebiteeti khakhatee haqa isaa argata

*Hadiisni kun hadiisa nagaya qabuu , bayhaqiidhafii , nama biralle`eetu akkanatti oddeesse gariin kanaa bukhaari`iifii muslim keessa jira.

حَدِيثٌ حَسَنٌ ، رَوَاهُ البَيهَقِي وَغَيرُهُ هَكَذَا ، وَبَعْضُهُ في الصَّحيحَينَ

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com