شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

  SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II 

Duree { muqaddimah }

  Hadiisa  tokkoffa`aa 

Hadiisa lammeysa`aa

Hadiisa sadeessa`aa

Hadiisa afreessa`aa

Hadiisa shanaffa`aa

Hadiisa jaheessa`aa

Hadiisa torbeessa`aa

Hadiisa saddeyteysa`aa

Hadiisa seyleessaadhaa
Hadiisa kurneessa`aa
Hadiisa kudha tokkoo
Hadiisa kudha lamaa
Hadiisa kudha sadiyyii
Hadiisa kudha afreessa`aa
Hadiisa kudha shaneessa`aa
Hadiisa kudha jaheessa`aa
Hadiisa kudha torbeysa`aa
Hadiisa kudha saddeetii
Hadiisa kudha seyleessa`aa
Hadiisa diiddammeysa`aa
Hadiisa diiddamii tokkeessa`aa
Hadiisa diiddamii lammeysa`aa
Hadiisa diiddamii sadeessa`aa
Hadiisa diiddamii afreessa`aa
Hadiisa diiddamii shaneessa`aa
Hadiisa diiddamii jaheessa`aa
Hadiisa diiddamii torbeessa`aa
Hadiisa diiddamii saddeetii
Hadiisa diiddamii sayleessa`aa
Hadiisa soddommeysa`aa
Hadiisa soddomii tokkeessa`aa
Hadiisa soddomii lammeysa`aa
Hadiisa soddomii saddeessa`aa
Hadiisa soddomii afreessa`aa
Hadiisa soddomii shaneessa`aa
Hadiisa soddomii jaheessa`aa
Hadiisa soddomii torbeessa`aa
Hadiisa soddomii saddeeteysa`aa
Hadiisa soddomii seyleessa`aa
Hadiisa afurtammeysa`aa
Hadiisa afurtamii tokkoffa`aa
Hadiisa afurtamii lammeysa`aa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II

   
 
 
الحديث التاسع والثلاثون

HADIISA SODDOMII SEYLEESSA`AA

*Hadiisa kana Abdullaahi ilma abb-aasitu nuu odeesse Rabbiin isaanirraa haa jaalatuu

عن ابن عباس رضى الله عنهما عَنِ ابْنِ عَبَّاسٍ y

*Ergamaan Rabbiin nabi Muhammad rahmataafii nageenyi isaafii aalii isarratti haa jiraatuu aki je`e

أَنّ رَسُولَ الله  rقالَ

*Rabbiin naaf je`ee , ummata kiyyaaf, waan  isaan khaxa`aan takkaa gafi`iin dalagan irra dabreef waan isaan gafi`iin dalaganiif isaan hin yakku .

إِنَّ اللّهَ تَجَاوَزَ لي عَنْ أُمَّتِي الخَطَأَ

*Ammallee waan isaan irraanfi`iin dalagan irra dabreefii, irraa isaan hin gaafatu

وَالنَّسْيانَ

*Ammallee  waan   namni isaanirra jaba`aa, itti isaan giddee dalaganirraa isaan hin gaafatu dilii waan isaan akkasitti dalaganii irra isaanii dabre .

وَما اسْتُكْرِهُوا عَلَيهِ

Ammoo namni tokko yoo khaxa`aan ,takkaa danu`uun, gafi`iin waan namaa balleesse,yookaa irranfi`iin amaanaa balleyse takkaa bachiise , dilii hin qabu malee , waan san abba`aaf kafala .

Akkasuma namni zina`atti dirqame ni yakkama , maalif odoo inni keessa qabaatuu baatee , silaa waan san dalagu hin dandayu .

Ajjeechanis akkasi isaan lamaan itti dirqamu`uun dalaguun namaaf hin gayu , yoo nama kana ajeesi , yoo ajjeessuu baatte , sin ajjeesa siin je`e, ifii , du`i malee nama san ajjeesun siif hin gayu .

*Hadiisa kana ibnu maajahiifii bayh-aqiidhafii ammallee nama biraatitu odeesse , inni hadiisa nagaya qabu

حَدِيثٌ حَسنٌ روَاهُ ابْنُ ماجَهْ والبَيهَقِي وَغَيرهمَ

 

 
 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

Copyright © 2008 rashaad All rights reserved.

kh_rashad2004@hotmail.com