شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

  SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II 

Duree { muqaddimah }

  Hadiisa  tokkoffa`aa 

Hadiisa lammeysa`aa

Hadiisa sadeessa`aa

Hadiisa afreessa`aa

Hadiisa shanaffa`aa

Hadiisa jaheessa`aa

Hadiisa torbeessa`aa

Hadiisa saddeyteysa`aa

Hadiisa seyleessaadhaa
Hadiisa kurneessa`aa
Hadiisa kudha tokkoo
Hadiisa kudha lamaa
Hadiisa kudha sadiyyii
Hadiisa kudha afreessa`aa
Hadiisa kudha shaneessa`aa
Hadiisa kudha jaheessa`aa
Hadiisa kudha torbeysa`aa
Hadiisa kudha saddeetii
Hadiisa kudha seyleessa`aa
Hadiisa diiddammeysa`aa
Hadiisa diiddamii tokkeessa`aa
Hadiisa diiddamii lammeysa`aa
Hadiisa diiddamii sadeessa`aa
Hadiisa diiddamii afreessa`aa
Hadiisa diiddamii shaneessa`aa
Hadiisa diiddamii jaheessa`aa
Hadiisa diiddamii torbeessa`aa
Hadiisa diiddamii saddeetii
Hadiisa diiddamii sayleessa`aa
Hadiisa soddommeysa`aa
Hadiisa soddomii tokkeessa`aa
Hadiisa soddomii lammeysa`aa
Hadiisa soddomii saddeessa`aa
Hadiisa soddomii afreessa`aa
Hadiisa soddomii shaneessa`aa
Hadiisa soddomii jaheessa`aa
Hadiisa soddomii torbeessa`aa
Hadiisa soddomii saddeeteysa`aa
Hadiisa soddomii seyleessa`aa
Hadiisa afurtammeysa`aa
Hadiisa afurtamii tokkoffa`aa
Hadiisa afurtamii lammeysa`aa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II

   
 

  

الحديث الثالث

HADIISA  SADEESSA'AA

*Hadiisa kana saahiba nabi Muh-ammad kan abii abdirrahgmaan  abdullaahi ilma umar ilma khaxxaab je`amuutu nabi Muhammadirraa nuu odeesse Rabbiin isaafii abbaa isarr-alle`ee haa jaalatuu

عَنْ أبي عَبْدِ الرَّحْمَنِ عبدالله بْنِ عمر y

*Abdallaahi akki je`e nabi Muham-mad nageenyi isarratti haa jiraatuu hunoo kan akkana je`un dhagaye

 قالَ:سَمِعْتُ رَسُولَ اللهr  يقُولُ

*Islaamni waa shanirratti jaarame takkaa waa shanirraa jaarame

بُنِي الإِسْلامُ على خَمْسٍ

*Shanan  sanirra  tokko { laa ilaaha illallaahu } Rabbii guddaa malee Rabbiin ibaadaa, takkaa isa guddisuu haqa godhatu , hin jiruu yaaduu beeku

شَهَادَةِ أَنْ لا إِلَهَ إِلاَّ الله

*Nabi , Muhammad , ergamaa bab-biitii, beekhuu yookaa yaaduu

وأَنَّ مُحَمَّداً عَبْدُهُ وَرَسُولُهُ

*Waan shananirraa  kan lammeys-a`aa salaata dhaabuu, salaata shanan salaatuu salaanni shanan : zuhrii , asrii , maghriba , ishaa`ii , subhi`I ,shanan kun waytii keessa salaataniifii , akk-aataa itti salaataniifii , sharxii salaata-niin qabdi, namni sharxii salaataa eeggatee guutee salaate , salaanni isaa irraa qeebalamti , duuba yoo salaanni irraa qeebalamte wanni inni dalage , marti , irraa qeebalamti .

وإِقامِ الصَّلاةِ

*Waan shananirraa kan sadeessa`aa zakaa baafatu`u zakaa midhaanii tayuu kan maallaqaa tayuu, kan hori`ii tayuu kan qaamaa tayuu baafatanii warra haajamee kennu`u 

وإِيتاءِ الزَّكاةِ

 

*Waan shananirraa  kan afreessa`aa Makka dhaqanii hajjiidhafii ,um raa godhu`,yoo dandayan horii hanga dhaqee deebi`u isaafii nama inni qa-llabu , isaaf gayu qabaatu`uun, ammallee karaan nagaya tayu`uun, dandaytin argamti sharxii biraa wajjiin 

وَحَجِّ البَيتِ

*Waan shaman sanerraa shanee-ssa`aa soomana ramadgaanaa so-omanu`Namni waan shanan kanaan dhaabbate islaamni isaa guutame, takkaa jaarame, maalif islaamni akka manaatii ijaan hin agarre malee duuba akkuma manni utuba`aan dhaabbatu islaamni utubaa shaniin dhaabbata utubaan shanan shahaadaa lamaan, salaata , zakaa, soomana , hajjii Du-uba akkuma jaarmayni yoo utubaan jige jigu diin islaamaa yoo wanni shanan sun dhabamte keessattuu shahaadan lamaan jiga

وَصَوْم رَمَضَانَ

*Hadiisa kana bukaari`iifii Muslimtu odeesse 

رَوَاهُ البُخارِي وَمُسْلِمٌ

 

 
 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com