شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

  SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II 

Duree { muqaddimah }

  Hadiisa  tokkoffa`aa 

Hadiisa lammeysa`aa

Hadiisa sadeessa`aa

Hadiisa afreessa`aa

Hadiisa shanaffa`aa

Hadiisa jaheessa`aa

Hadiisa torbeessa`aa

Hadiisa saddeyteysa`aa

Hadiisa seyleessaadhaa
Hadiisa kurneessa`aa
Hadiisa kudha tokkoo
Hadiisa kudha lamaa
Hadiisa kudha sadiyyii
Hadiisa kudha afreessa`aa
Hadiisa kudha shaneessa`aa
Hadiisa kudha jaheessa`aa
Hadiisa kudha torbeysa`aa
Hadiisa kudha saddeetii
Hadiisa kudha seyleessa`aa
Hadiisa diiddammeysa`aa
Hadiisa diiddamii tokkeessa`aa
Hadiisa diiddamii lammeysa`aa
Hadiisa diiddamii sadeessa`aa
Hadiisa diiddamii afreessa`aa
Hadiisa diiddamii shaneessa`aa
Hadiisa diiddamii jaheessa`aa
Hadiisa diiddamii torbeessa`aa
Hadiisa diiddamii saddeetii
Hadiisa diiddamii sayleessa`aa
Hadiisa soddommeysa`aa
Hadiisa soddomii tokkeessa`aa
Hadiisa soddomii lammeysa`aa
Hadiisa soddomii saddeessa`aa
Hadiisa soddomii afreessa`aa
Hadiisa soddomii shaneessa`aa
Hadiisa soddomii jaheessa`aa
Hadiisa soddomii torbeessa`aa
Hadiisa soddomii saddeeteysa`aa
Hadiisa soddomii seyleessa`aa
Hadiisa afurtammeysa`aa
Hadiisa afurtamii tokkoffa`aa
Hadiisa afurtamii lammeysa`aa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II

   
 

 

ÇáÍÏíË ÇáÊÇÓÚ

HADIISA SEYLEESSOODHAA

 *Namni hadiisa     kana odeesse ashaabticha nabi Muhammad kan abii hurayraa je`amu kan maqaan isaa abdurrahmaan ilma sgakhrii je`amu, Rabbi isarraa haa jaalatuu inni nama hadiisa akkaan nabi Muhammadirraa nuu odeesse    

Úóäú ÃÈí åñÑóíÑóÉó y  

*Abuu hureyran hadiisa kana keessatti akki je`e

ÞÇáó 

*Wannin nabi Muhammadirraa dhagaye isaa akkana je`u

ÓóãöÚúÊõ ÑóÓæáó Çááå r  íÞõæáõ

*Yaa ummata kiyya, waanin an irraa isin dhoowwe hundarraa , dhoowwamaa  irraa fagaadhaa hin dalaginaa

ãÇ äóåóíÊõßõãú Úóäúåõ ÝÇÌúÊóäöÈæåõ

*Ammoo waanin an, itti isin am-mare, takkaa dalagaa je`ee itti isin ajaje

æãóÇ ÃóãóÑúÊõßõãú Èöåö

*Waan sanirraa  waan dandeessan dalagaa hanga dandeessaniin dha-abbadhaa, takkaa dhufaa waanin an isiniin je`u dhagayaa , irraa hin maqinaa waan biraa, kan an, irraa cal`ise , kan dalagaa isiniin hin je`en , kan akkasuma hin dalaginaa isiniin hin je`in, nan gaafatina`aa akka-sumatti irraa cal`isaa yoo gaafattan waan hi jaallanne dhagayu`uutu malaa waan dalaguu hin dande -enyin, deebisaan dhufu`uut malaa  

ÝÃúÊõæÇ ãúäõå ãÇ ÇÓúÊóØóÚúÊõãú

*Maalif ? wanni ummata isin dura  dabre balleesse waa    gaggaafa tuu isaaniti gaafii heddommeysuu isa-aniti kan deebisaa hedduu argatanii, waan isaanin je`ametti dalaguu dadhabanii , sababaa saniin badan .    

ÝÅäøóãóÇ Ãåúáóßó ÇáøóÐöíäó ãöäú ÞóÈúáößõãú ßóËúÑóÉõ ãóÓÇÆöáöåãú

*Ammas  wanni umm ata isin duraa balleesse dubbii anbiyoota isaanii didu`u Wanni nabi Muhammad irraa dhoowwe bakka lamatti baya : 

æÇÎúÊöáÇÝõåõãú Úáì ÃäúÈöíÇÆöåöãú

Tokko : waan dhoowwinsa jabaa irraa dhoowwan kan

Lammeysa`aa : waan dhoowwinsa laafaa irraa dhowwan .

Wanni,waan dhoowwinsa jabaa nabi Muhammad irraa dhoowwe beekhaniin , nama isa dalageef qixaan`i jabaan qophaayuu , duuba waan san dalaguun hin gayu sun akka foon waan ifiin du`ee nyaatu`uutii yoo dirqiin itti geessite malee waan biraa kan nyaatan dhabuudhaa jecha .

Ammoo wanni isaan dhoowwinsa laaftuu irraa dhowwan , waan akka dhaabbatanii bishaan dhugu`uu faadha san dalaguun ni gayaa haatayuu dhiisu`uutu irra caala waan nabiin irraa hedduu taa`anii dhuganiif

Waan Nabi Muhammad itti ajaje wanni nurratti , jiru waan saniin dhaabbatu`u takkaa dalagu`.yoo dandeenye,hunda isi`ii ,yoommoo dadhabne , hanguma irraa dandeenyu dalagu`u wanni dadhabne nurraa kuftee fakkeessa`aaf namni dhaabbatee salaatuu dadhabe taa`eti salaata kan taa`uu dadhabe ciiseti salaata .

Wanni ummata nu dura dabre , balleesse , waa lama kan duraa waan anbiyoonni isaani je`an dhagayuu diduu kan lammeysa`aa waa gaggaafatuu heddommeysuu

*Hadiisa kana Bukhaari`iifii muslimtu odeesse

ÑæóÇå ÇáÈõÎÇÑöí æóãõÓúáöã

 
 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com