شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

  SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II 

Duree { muqaddimah }

  Hadiisa  tokkoffa`aa 

Hadiisa lammeysa`aa

Hadiisa sadeessa`aa

Hadiisa afreessa`aa

Hadiisa shanaffa`aa

Hadiisa jaheessa`aa

Hadiisa torbeessa`aa

Hadiisa saddeyteysa`aa

Hadiisa seyleessaadhaa
Hadiisa kurneessa`aa
Hadiisa kudha tokkoo
Hadiisa kudha lamaa
Hadiisa kudha sadiyyii
Hadiisa kudha afreessa`aa
Hadiisa kudha shaneessa`aa
Hadiisa kudha jaheessa`aa
Hadiisa kudha torbeysa`aa
Hadiisa kudha saddeetii
Hadiisa kudha seyleessa`aa
Hadiisa diiddammeysa`aa
Hadiisa diiddamii tokkeessa`aa
Hadiisa diiddamii lammeysa`aa
Hadiisa diiddamii sadeessa`aa
Hadiisa diiddamii afreessa`aa
Hadiisa diiddamii shaneessa`aa
Hadiisa diiddamii jaheessa`aa
Hadiisa diiddamii torbeessa`aa
Hadiisa diiddamii saddeetii
Hadiisa diiddamii sayleessa`aa
Hadiisa soddommeysa`aa
Hadiisa soddomii tokkeessa`aa
Hadiisa soddomii lammeysa`aa
Hadiisa soddomii saddeessa`aa
Hadiisa soddomii afreessa`aa
Hadiisa soddomii shaneessa`aa
Hadiisa soddomii jaheessa`aa
Hadiisa soddomii torbeessa`aa
Hadiisa soddomii saddeeteysa`aa
Hadiisa soddomii seyleessa`aa
Hadiisa afurtammeysa`aa
Hadiisa afurtamii tokkoffa`aa
Hadiisa afurtamii lammeysa`aa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II

   
 

 

الحديث الثالث عشر

HADIISA KUDHA SADIYYII

 *Namni hadiisa kana nuu odeesse. ashaabticha abbaa hamza`aa je`amu, kan maqaan isan { anas ilma maalik } je`amu

عن أبى حمزة أنس بن مالك y

*Anas ilma maalik kun, khaadima nabi Muhammad nageenyi isarratti haa jiraatuu

خادم رسول الله r

*Isaatuu Rabbi isarraa haa  jaalatuu nabi Muhammadirraa nageenyi isarratti haa jiraatu nuu odeesse

عَنِ النبي r

*Nabi Muhammad nageenyi isarratti haa jiraatuu akki je`e

قال قالَ

*Tokkoon keessan iimaana guutuu hin amanu

لا يؤْمِنُ أحدكُم

*Hanga waan lubbuu ifiitin jaallatu obboleessa isaatin jaalatutti obb-oleessi isaa kan khayrii ifiin jaalatu isaan jaalatu , sun mu`mina tayuu kaafira tayuu , maalif akkuma obboleessa isaa kan amane iima-anarratti jabaatuu isaa jaalatuu obb-oleessa isaa kan kaafiraa amanee islaamatti seenuu,isaa jaalatuu qaba, tanaaf jecha kaafira Rabbi haa qajeelchu je`anii du`aa`ii isaaf go-dhuun barbaadama . 

حتى يحِبَّ لأَخِيهِ ما يحِبُّ لِنَفْسِهِ

Namni waan gaarii ifiin jaalatu obboleessa isaatin hin jaalanne iimaanni isaa guutu`uu miti wanni obboleessaf jaalatan , waanuma faaydaa addunya`aa khira`aa isaaf qabu hunda haa tayuu wanni jaalalatti fedhame, jaalala shari`aadhati .jaalala nabsee namaatii mitii maalif nabseen namaa , kheyrin nama isan tayiniif argamuu ni jibbiti , haa tayuu wanni nama iimaana qaburratti jiru , waan nabseen namaa feetu obboleessa isaati du`aa`ii godhu` waan ifiin jaalatu isaan jaalatu` .

*Hadiisa kana buklhaari`iifii muslimtu odeesse

رَوَاه البخاري وَمُسْلِمٌ

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com