شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

  SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II 

Duree { muqaddimah }

  Hadiisa  tokkoffa`aa 

Hadiisa lammeysa`aa

Hadiisa sadeessa`aa

Hadiisa afreessa`aa

Hadiisa shanaffa`aa

Hadiisa jaheessa`aa

Hadiisa torbeessa`aa

Hadiisa saddeyteysa`aa

Hadiisa seyleessaadhaa
Hadiisa kurneessa`aa
Hadiisa kudha tokkoo
Hadiisa kudha lamaa
Hadiisa kudha sadiyyii
Hadiisa kudha afreessa`aa
Hadiisa kudha shaneessa`aa
Hadiisa kudha jaheessa`aa
Hadiisa kudha torbeysa`aa
Hadiisa kudha saddeetii
Hadiisa kudha seyleessa`aa
Hadiisa diiddammeysa`aa
Hadiisa diiddamii tokkeessa`aa
Hadiisa diiddamii lammeysa`aa
Hadiisa diiddamii sadeessa`aa
Hadiisa diiddamii afreessa`aa
Hadiisa diiddamii shaneessa`aa
Hadiisa diiddamii jaheessa`aa
Hadiisa diiddamii torbeessa`aa
Hadiisa diiddamii saddeetii
Hadiisa diiddamii sayleessa`aa
Hadiisa soddommeysa`aa
Hadiisa soddomii tokkeessa`aa
Hadiisa soddomii lammeysa`aa
Hadiisa soddomii saddeessa`aa
Hadiisa soddomii afreessa`aa
Hadiisa soddomii shaneessa`aa
Hadiisa soddomii jaheessa`aa
Hadiisa soddomii torbeessa`aa
Hadiisa soddomii saddeeteysa`aa
Hadiisa soddomii seyleessa`aa
Hadiisa afurtammeysa`aa
Hadiisa afurtamii tokkoffa`aa
Hadiisa afurtamii lammeysa`aa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II

   
 
 
ÇáÍÏíË ÇáÑÇÈÚ  æÇáËáÇËæä

HADIISA SODDOMII AFREESSO`OO

*Hadiisnikun abbaa Sa`iidilkhudri `irraa nuu odeeffame , Rabbi irraa haa jaalatuu

Úóäú ÃÈí ÓÚöíÏò ÇáÎõÏúÑöíy

*Wanni inni je`e

ÞÇáó

*Wannin an ergamaa Rabbirraa dhagaye rahgmataafii nageenyi isarratti haa jiraatuu

ÓóãöÚúÊõ ÑóÓõæáó ÇááåríÞõæá

*Namni isinirraa waan    hamtuu dalagamtu arge , waan shari`aan hin eehamne kan ulamaan wanni sun hamtuu tayu`urratti walii galte , kan afaan arabatti { munkara } je`amu namni arge

ãóäú ÑóÃóì ãöäúßõãú ãõäúßóÑóÇð

*Harka isaatin haa deemsisuu

ÝáúíÛóíÑúåõ ÈöíÏöåö

*Yoo   harkaan deems suu dadhabe arraba isaatin haa deemsisuu , afaanin dubbatee waan kana dhiisaa je`ee , haa deemsisu

ÝÅöäú áóãú íÓúÊóØöÚú ÝóÈöáöÓÇäöåö

*Yoo afaanin deemsisuu dadhabe qalbi`iin haa jibbuu

ÝÅöä áóãú íÓúÊóØöÚú ÝóÈöÞóáúÈöåö

*Qalbiidhan munkara , takkaa waan hamtuu , jibbuun ,irra xiqqoo dalagaa iimaanati

æÐáßó ÃóÖúÚóÝõ ÇáÅöíãÇä

*Hadiisa kana muslimtu odeesse .

ÑóæóÇåõ ãõÓúáöãñ

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com