شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

  SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II 

Duree { muqaddimah }

  Hadiisa  tokkoffa`aa 

Hadiisa lammeysa`aa

Hadiisa sadeessa`aa

Hadiisa afreessa`aa

Hadiisa shanaffa`aa

Hadiisa jaheessa`aa

Hadiisa torbeessa`aa

Hadiisa saddeyteysa`aa

Hadiisa seyleessaadhaa
Hadiisa kurneessa`aa
Hadiisa kudha tokkoo
Hadiisa kudha lamaa
Hadiisa kudha sadiyyii
Hadiisa kudha afreessa`aa
Hadiisa kudha shaneessa`aa
Hadiisa kudha jaheessa`aa
Hadiisa kudha torbeysa`aa
Hadiisa kudha saddeetii
Hadiisa kudha seyleessa`aa
Hadiisa diiddammeysa`aa
Hadiisa diiddamii tokkeessa`aa
Hadiisa diiddamii lammeysa`aa
Hadiisa diiddamii sadeessa`aa
Hadiisa diiddamii afreessa`aa
Hadiisa diiddamii shaneessa`aa
Hadiisa diiddamii jaheessa`aa
Hadiisa diiddamii torbeessa`aa
Hadiisa diiddamii saddeetii
Hadiisa diiddamii sayleessa`aa
Hadiisa soddommeysa`aa
Hadiisa soddomii tokkeessa`aa
Hadiisa soddomii lammeysa`aa
Hadiisa soddomii saddeessa`aa
Hadiisa soddomii afreessa`aa
Hadiisa soddomii shaneessa`aa
Hadiisa soddomii jaheessa`aa
Hadiisa soddomii torbeessa`aa
Hadiisa soddomii saddeeteysa`aa
Hadiisa soddomii seyleessa`aa
Hadiisa afurtammeysa`aa
Hadiisa afurtamii tokkoffa`aa
Hadiisa afurtamii lammeysa`aa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II

   
 
 
الحديث السابع والثلاثون

HADIISA SODDOMII TORBEESSA`AA

*Hadiisa kana ilma abbaasitu odeesse Rabbiin isaafii abbaa isarraa haa jaalatuu

عَنْ ابْن عَبَّاسٍ y

*Nabi Muhammadirraa nageenyi isirraa haa jaalatu

عَنْ رَسول الله r

*Hadiisa nabi Muhammad Rabbii isarraa nuu odeessu Rabbii guddaa ol tayerraa

فيما يرْويهِ عَنْ رَبَهِ َتبارَكَ وََتعالى

*Nabi Muhammad nageenyi isarratti haa jiraatuu akki je`e

قال

*Rabbiin waan gaari`iifii, waan hamtullee uumee katabee jira

إنَّ الله كَتَبَ الحَسَنات والسَّيئاِتِ

*Eegasii Rabbiin haala  namaatifii,  haala waan gaari`ii, ammallee haala waan hamtu`uu, akkaataa itti katabu, adda babaasee , nuu himee jira

ثَمَّ بَين ذلكَ

*Duuba  namni waan  gaarii takka dalaguu yaadee haa tayuu dalaguu oole ,takkaa hojjatuu hanqate

فَمَنْ هَمَّ بحسنة فَعَملَها

*Rabbiin waan inni dalaguu yaadee, dalaguu hanqate  san  akka waan inni dalagetti , sawaaba waan gaari`ii guutuu,if biratti isaaf kataba

كَتَبها الله عِنْدَهُ عَشْرَ حَسَنات

*Ammoo yoo waan dalaguu yaade san Rabbiin isa qunnamsiisee waan gaarii yaade san dalage

وإن هم بها فعملها

*Rabbiin waan takkittii inni dalage san , sawaaba isi`ii kudhan godheeti if biratti isaaf kataba

كتبها الله عنده عشر حسنات

*Kurnan san hanga dhibba torbatti isaaf ol fuudha

إلى سْبْعمائِةِ ضعفٍ

*Hanga dacha dachaa hedduu godhuufitti, yoo niyyaan isaa tolte

إلى أضعاف كَثِيرَةٍ

*Namni tokko yoo waan hamtuu takka dalagu`uu ka`ee

وَإِنْ هَمَّ بِسَيئَةٍ

*Duuba dalaguu baate

فَلَمْ يعْمَلْهَا

*Rabbiin,inni waan hamtu niyyatee, dhiisuu san sawaaba waan gaari`ii guutuu if biratti isaaf kataba

كَتَبها عِنْدَهُ حَسَنَةً كاملَةً

*Namni tokko yoo waan dili`ii yoo-kaa cubbu`uu takka dalaguu yaade yookaa niyyatee duuba waan san akkuma niyyatetti dalage .

وَإن هَمَّ ِبها فَعَمِلَها

*Rabbiin waan inni dalage san cubbuu takkittii , qofa, isarratti kataba

كَتَبها الله سيئَةً وَاحِدَةً

*Hadiisa kana bukhaari`iifi muslimtu odeesse mee yaa obboleessoo tola  Rabbii keenyaa laali ,kan yoo waan gaarii dalayne galata isiidhaa if biratti hanga fedhe nuu heddommeeysu ,kan yoo cubuu dalayne takkitti qofa nurratti katabu, kan yoo cubbuu dalaguu niyyannee,takkaa yaannee , dalaguu baanne sawaaba nuu katabu kun waan isarratti Rabbii keenyaf galata galchinee fixuu hin dandeenye

رواه البخارى ومسلم فى صحيحهما بهذه الحروف فانظر يا اخي وفقني الله واياك الى عظيم لطف الله تعالى وتأمل هذه الألفاظ وقوله { عنده } اشارة الى الاعتناء بها وقوله { كاملة } للتأكيد وشدة الاعتناء بها ، وقال من السيئة التى هم بها ثم تركها { كتبها الله عنده حسنة كاملة }فأكدها بـ{كاملة } وإن عملها كتبها سيئة واحدة فأكد قليلها بـ { واحدة } ولم يؤكدها بـ { كاملة فلله الحمد والمنة سبحانه  لا   نحصى ثناء عليه وبالله التوفيق

 
 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

Copyright © 2008 rashaad All rights reserved.

kh_rashad2004@hotmail.com