شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

  SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II 

Duree { muqaddimah }

  Hadiisa  tokkoffa`aa 

Hadiisa lammeysa`aa

Hadiisa sadeessa`aa

Hadiisa afreessa`aa

Hadiisa shanaffa`aa

Hadiisa jaheessa`aa

Hadiisa torbeessa`aa

Hadiisa saddeyteysa`aa

Hadiisa seyleessaadhaa
Hadiisa kurneessa`aa
Hadiisa kudha tokkoo
Hadiisa kudha lamaa
Hadiisa kudha sadiyyii
Hadiisa kudha afreessa`aa
Hadiisa kudha shaneessa`aa
Hadiisa kudha jaheessa`aa
Hadiisa kudha torbeysa`aa
Hadiisa kudha saddeetii
Hadiisa kudha seyleessa`aa
Hadiisa diiddammeysa`aa
Hadiisa diiddamii tokkeessa`aa
Hadiisa diiddamii lammeysa`aa
Hadiisa diiddamii sadeessa`aa
Hadiisa diiddamii afreessa`aa
Hadiisa diiddamii shaneessa`aa
Hadiisa diiddamii jaheessa`aa
Hadiisa diiddamii torbeessa`aa
Hadiisa diiddamii saddeetii
Hadiisa diiddamii sayleessa`aa
Hadiisa soddommeysa`aa
Hadiisa soddomii tokkeessa`aa
Hadiisa soddomii lammeysa`aa
Hadiisa soddomii saddeessa`aa
Hadiisa soddomii afreessa`aa
Hadiisa soddomii shaneessa`aa
Hadiisa soddomii jaheessa`aa
Hadiisa soddomii torbeessa`aa
Hadiisa soddomii saddeeteysa`aa
Hadiisa soddomii seyleessa`aa
Hadiisa afurtammeysa`aa
Hadiisa afurtamii tokkoffa`aa
Hadiisa afurtamii lammeysa`aa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II

   
 
 
الحديث السادس  والثلاثون

HADIISA SODDOMII JAHEESSA`AA

*Hadiisa kana abuu hureyra`aatu nabi Muhammadirraa, nuu odeesse , nageenyi isarratti haa jiraatuu 

 عَنْ أبي هُرَيرَةَ yعَنِ النبي r

*Nabi Muhammad akki je`e

قالَ

*Namni mu`minarraa , cinqii adduny-a`aa takkitti deemsise , hori`iin takkaa beekkomsaan , takkaa gargaarsan

مَنْ نَفَّسَ عَنْ مُؤْمِنٍ كُرْبةً مِنْ كُرَبِ الدُّنْيا

*Rabbiin cinqii guyyaa qiyaama`aati , isarraa deemsisa takka isa fura

نَفَّسَ الله عَنْهُ كُرْبَةً مِنْ كُرَبِ يوْمِ القِيامَةِ

*Namni  nama  deynii , takkaa mu-goota , isarraa fuudhee , waan isaaf galchu dhabeef ,dubbii laaffise , qa-axaroo achi dheeresseefii , hanga horii argatee , isaa kafaluu danfayutti, tak-kaa deyniidharraa yookaa mugoo-tarraa waa dhiisefii, irraa isa qulqulle-eysee , akkatti rakkoo keessaa isa baase

وَمَنْ يسَّرَ على مُعْسِرٍ

*Rabbiin addunya`aafii , aakhira`atti waan isatti jabaate hunda isarratti laaffisa, takkaa isa fura

يسَّرَ الله عَلَيهِ في الدُّنْيا والآخِرَةَ

*Namni addunyaa tanarratti kafaana  muslimatti qabe , yoo  daare uwwisee takkaa qaanii isaa dhoyse waan hamtuu inni dalage namatti odeessuu dhabu`uun isa basaasuu dhabu`uun , akkuma Rabbiin je`e { walaa tajassasuu }{ولا تجسسو  } walin basaasinaa , kafana walirraan fuudhi naa lukkee walitti hin tayinaa jechu`uu , duuba nama akkatti , nama sattare, Rabbiin addunya`atti isa sattara qaanii isaa, waan hamtuu inni dalage hunda namarraa dhoysa

وَمَنْ سَتَرَ مُسْلِماً سَتَرَهُ الله في الدُّنْيا والآخِرَةِ

*Rabbiin gabricha isaa gargaaruu hin dhiisu, waan gabrichi dalagaa obboleessa isaa gargaaru`uu keessa jiruun

والله في عَوْنِ العَبْدِ ما كانَ العَبْدُ في عَوْن أَخيهِ

*Namni beekkomsa haqaa ,tokko barbaadu`uuf karaa tokko seene

وَمَنْ سَلَكَ طَرِيقا يلْتَمِسُ فِيهِ عِلْما

*Rabbiin sababaa saniin, karaa jannataa isaaf laaffisa

سَهَّلَ الله لَهُ بِهِ طَرِيقاً إلى الجِنَّةِ

*Yoo jamaa`an tokko masjida Rabbii keessatti walitti qabame

وَما اجْتَمَعَ قَوْمٌ في بَيت مِنْ بُيوتِ الله

*Kanneen,qur`aana ara`an

يتْلُونَ كتاب الله

*Kanneen ma`naa isaa wal barsiisan

وَيتَدارَسونهُ بَينَهُمْ

*Kan{sakiinan} isaan itti buu tu malee hin tayan {sakiinaa} jechuun rahmata takkaa ulfina takkaa gammachuudha

إِلاَّ نَزَلَتْ عَلَيهِمُ السَّكِينةُ

*Ammallee kanneen rahmanni Rabbii bakka sanitti isaan hagoogu malee , in tayan

وَغَشِيتْهُمُ الرَّحْمَةُ

*Ammallee kanneen malaaykan isaanin marsitee dhaabbattu malee , hin tayan

وَحَفَّتْهُمُ المَلائِكَةُ

*Rabbiin jara qur`aana qara`u`uuf walitti qabame san , warra isa bira jiru keessatti isaan dubbata warra akka anbiya`aa malaayka`aa,keessatti isaan dubbata , isaan guddisu`uu jecha .

وَذَكَرَهُمُ الله فيمَنْ عِنْدَهُ

*Namni dalagaan isaa booda isa aansite ,takkaa xiqqeessite ,nasabni isaa takkaa gosti isaa , dura isa hin aansisu,takkaa isa hin guddiftu

وَمَنْ أَبْطأَ بهِ عَمَلُهُ لم يسْرِعْ بِهِ نَسَبُهُ

*Hadiisa kana muslimtu odeesse

رَوَاهٌ مُسْلِمٌ بِهَذَا اللَّفْظِ

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

Copyright © 2008 rashaad All rights reserved.

kh_rashad2004@hotmail.com