شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

  SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II 

Duree { muqaddimah }

  Hadiisa  tokkoffa`aa 

Hadiisa lammeysa`aa

Hadiisa sadeessa`aa

Hadiisa afreessa`aa

Hadiisa shanaffa`aa

Hadiisa jaheessa`aa

Hadiisa torbeessa`aa

Hadiisa saddeyteysa`aa

Hadiisa seyleessaadhaa
Hadiisa kurneessa`aa
Hadiisa kudha tokkoo
Hadiisa kudha lamaa
Hadiisa kudha sadiyyii
Hadiisa kudha afreessa`aa
Hadiisa kudha shaneessa`aa
Hadiisa kudha jaheessa`aa
Hadiisa kudha torbeysa`aa
Hadiisa kudha saddeetii
Hadiisa kudha seyleessa`aa
Hadiisa diiddammeysa`aa
Hadiisa diiddamii tokkeessa`aa
Hadiisa diiddamii lammeysa`aa
Hadiisa diiddamii sadeessa`aa
Hadiisa diiddamii afreessa`aa
Hadiisa diiddamii shaneessa`aa
Hadiisa diiddamii jaheessa`aa
Hadiisa diiddamii torbeessa`aa
Hadiisa diiddamii saddeetii
Hadiisa diiddamii sayleessa`aa
Hadiisa soddommeysa`aa
Hadiisa soddomii tokkeessa`aa
Hadiisa soddomii lammeysa`aa
Hadiisa soddomii saddeessa`aa
Hadiisa soddomii afreessa`aa
Hadiisa soddomii shaneessa`aa
Hadiisa soddomii jaheessa`aa
Hadiisa soddomii torbeessa`aa
Hadiisa soddomii saddeeteysa`aa
Hadiisa soddomii seyleessa`aa
Hadiisa afurtammeysa`aa
Hadiisa afurtamii tokkoffa`aa
Hadiisa afurtamii lammeysa`aa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II

   
 
 
الحديث  التاسع و العشرون

HADIISA DIIDDAMII SAYLEESSO`OO

*Hadiisni kun, asaabtichi mu` aaz ilwa jabal je`amurraan nu gaye, Rabbi irraa haa jaalatuu

عَنْ مُعاذِ بْنِ جَبَلٍ y

*Mu`aaz ilma jabal,kun akki je`e

قالَ

*Yaa ergamaa Rabbii dalagaa jannata na seensiftee ,ibiddarraa na fageessitu, naa himiin je`een

قُلْتُ يا رَسُولَ الله أخبرني بِعَمَلٍ يدْخِلُنِي الجنَّةَ وَ يباعِدُنِي عَنِ النَّارِ

*Jennaanin akki naan je`e

قالَ

*Dhugumaan waan guddo `orraa gaafatte .

لَقَدْ سأَلْتَ عَنْ عَظِيمٍ

*Haa  tayuu ,wanni ati irraa gaafatte kun nama Rabbiin ol taye, isarratti laaffiseef laafa`aa ,siifan himaa qabadhu

وإِنَّهُ لَيسِيرٌ على مَنْ يسَّرَهُ الله علَيهِ

*Wanni jannata Rabbii  si seensisee, azaaba Ra bbirraa si fageessu Rabbii guddaa ibaaduu isaaf gad je`u .waan biraa isatti qindeessuu dhabuu tokkummaa isaa yaadu

تَعْبُدُ الله لا تُشْرِكُ بِهِ شَيئاً

*Ammas wanni jannata si seensisu , kan azaabarraa si fageessu, salaata shanan guuttee salaatuu

وَتُقِيمُ الصَّلاةَ

*Ammas zakaa baafatu`

وَتُؤْتِي الزَّكاةَ

*Baatii {ramadaanaa} soomanuu

وَتَصُومُ رَمَضَانَ

*Ammas hajjii godhuu makka dhayxee ka`baa ziyaartee 

وَتَحُجُّ البَيت

*Eegasii nabi Muhammad nageenyi  isarratti  haa jiraatuu akki naan je`e:

ثمَّ قالَ

*Yaa mu`aaz, hula khayri`ii takkaa waan gaari`itti, sin qajeelchuu , naan je`e eeyeen je`een

أَلاَّ أَدُلَّكَ على أَبْوَابِ الخَيرِ ؟

*Jennaanin   akki   naan je`an soomanni sunna`aa gaachena waan ibidda sirraa dhoowwuu  heddommeysi naan je`an

الصَّوْمُ جُنَّةٌ

*Sadaqaan, yookaa wanni nama haajameef kennan, takkaa nyaachisan ,takkaa uwwisan,takkaa obaasan, dilii dhabamsiifti , takkaayuu dhaamsiti .

والصَّدَقَةُ تُطْفِئُ الخَطِيئَةَ

*Akka bishaan ibidda dhaamsutti

كمَا يطْفِئُ الماءُ النَّارَ

*Ammas wanni khayrii namaa fidu ,hulaan waan gaari`ii, halkan kees sa ka`anii salaata sunna`aa salaatu` sun waan sawaaba guddaa qabuu

وَصَلاةُ الرَّجُلِ في جَوْفِ اللَّيلِ

*Nabi Muhammad eega salaata halkanii dubbatee , wanni qara`e {  tata jaafaa junuubuhum kganilmadgaajikgi} hanga qaraatii isaanii,itti fufanii,yakglamuun}gayanitti , suuraa sajda`aa

ثمَّ تَلاـ تَتَجَافَى جُنُوبُهُمْ عَنِ المَضَاجِعِ ـ حتى بَلَغَ ـ يعْلَمُونَ

*Eegasii nabi Muhammad wanni naan je`e yaa mu`aaz

ثمَّ قالَ

*Mataa amri`irraa takkaa mataa islaamarraa

ألا أُخْبِرُكَ بِرَأْسِ الأَمْرِ

*Ammallee utubaa isarraa

وعَمُودِه

*Ammallee dalluu isarraa siin odeessuu ? naan je`e

وَذِرْوَةِ سِنامِهِ ؟

*Eeyee ,yaa ergamaa Rabbii , naa himi je`een

قُلْتُ بَلى يا رَسُولَ الله

*Jennaanin  akki   je`an  mataan amriidhaa islaama Rabbitti amanuu akkuma mataa malee jiruun hin taane jiruun gabroota Rabbii , islaama malee hin taane

قالَ : رَأْسُ الأَمْرِ الإِسْلامُ

*Ammoo utubaan isaa salaata shananii

وَعَمُودُهُ الصَّلاةُ

*Ammoo dalluun islaamaa jihaada qabsoo haqaati

وَذِرْوَةُ سَنامِهِ الجِهادُ

*Eegasii akki naan je`e waan waan dubbannee dabarsinee, hunda walitti qabatu,siin odeessuu?

ثم قالَ : أَلا أُخْبِرُكَ بِمَلاكِ ذلكَ كُلِّهِ ؟

*Jennaan eeyee, yaa ergamaa Rabbii je`een

قُلْتُ بَلى يا رَسُولَ الله

*Jennaanin, arraba isaanii qabanii wanni naan je`e

فأَخذَ بِلِسَانِهِ ثمَّ قالَ

*Arraba kee kana ,qabadhu waan garte hin dubbatin takkaa waa halle , hi je`in jechu`

كُفَّ عَلَيك هذَا

*Akkas naan jennaan, wannin je`een yaa nabiyyii Rabbii, si nuti waan dubbannurraa ,ni gaafatanaa?

قُلْتُ يا نَبِي الله وَإِنَّا لمُؤَاخَذُونَ بِمَا نَتَكَلَّمُ بِه؟

*Jennaanin haatee si haa dhabduu

فَقالَ: ثَكِلَتْكَ أُمُّكَ يا مَعاذُ

*Si wanni ibidda keessa fuulan nama kuffisu

وَهَلْ يكُبُّ النَّاسَ في النَّارِ على وُجُوهِهِمْ

*Takkaa funyaanin ibidda keessa nama kuffisu

أَوْ على مَناخِرِهِمْ

*Waan   namni    arraba isaanitiin je`anii , haammatan malee wanni biraa ni jiraa

Fuulan ibidda keessa bu`uun , takkaa kufuun , midhaan takkaa bu`aa , waan hamtuu arrabni dubbatuuti , midhaan san haammaatuun aakhira`atti funyaanin ibidda keessa kufuu .

            Irra hedduun nama azaaba seenuu , warruma arrabni isaanii sababa itti taye

إِلاَّ حَصَائِدَ أَلْسِنَتِهِمْ

*Hadiisa kana tirmizi`iitu odeesse inni hadiisa nagayaafii fayyaa qabu

رَوَاهُ الترمذي وَقالَ حَديثٌ حَسَنٌ صَحِيحٌ

 
 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com