شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

  SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II 

Duree { muqaddimah }

  Hadiisa  tokkoffa`aa 

Hadiisa lammeysa`aa

Hadiisa sadeessa`aa

Hadiisa afreessa`aa

Hadiisa shanaffa`aa

Hadiisa jaheessa`aa

Hadiisa torbeessa`aa

Hadiisa saddeyteysa`aa

Hadiisa seyleessaadhaa
Hadiisa kurneessa`aa
Hadiisa kudha tokkoo
Hadiisa kudha lamaa
Hadiisa kudha sadiyyii
Hadiisa kudha afreessa`aa
Hadiisa kudha shaneessa`aa
Hadiisa kudha jaheessa`aa
Hadiisa kudha torbeysa`aa
Hadiisa kudha saddeetii
Hadiisa kudha seyleessa`aa
Hadiisa diiddammeysa`aa
Hadiisa diiddamii tokkeessa`aa
Hadiisa diiddamii lammeysa`aa
Hadiisa diiddamii sadeessa`aa
Hadiisa diiddamii afreessa`aa
Hadiisa diiddamii shaneessa`aa
Hadiisa diiddamii jaheessa`aa
Hadiisa diiddamii torbeessa`aa
Hadiisa diiddamii saddeetii
Hadiisa diiddamii sayleessa`aa
Hadiisa soddommeysa`aa
Hadiisa soddomii tokkeessa`aa
Hadiisa soddomii lammeysa`aa
Hadiisa soddomii saddeessa`aa
Hadiisa soddomii afreessa`aa
Hadiisa soddomii shaneessa`aa
Hadiisa soddomii jaheessa`aa
Hadiisa soddomii torbeessa`aa
Hadiisa soddomii saddeeteysa`aa
Hadiisa soddomii seyleessa`aa
Hadiisa afurtammeysa`aa
Hadiisa afurtamii tokkoffa`aa
Hadiisa afurtamii lammeysa`aa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II

   
 

 

ÇáÍÏíË ÇáÓÇÏÓ ÚÔÑ

HADIISA KUDHA JAHEESSO`OO

*Hadiisa kana ,namni nabi Muha-mmadirraa nuu odeesse , abuu hure-yra`a , Rabbiin isarraa haa jaalatuu, abuu hureyran akki je`e

Úóäú ÃÈí åõÑóíÑóÉó y  

*Namni tokko nabi Muhammaditti , dhufee ,akki je`een .

Ãóäøó ÑóÌõáÇð ÞÇáó ááäøóÈöí r:

*Na gorsi ,takkaa waan gaarii , na , fayyadu , naa dhaami , je-`een

ÃóæúÕöäöí

*Jennaanin, nabi  Muhammad akki je`een hin dallanin,waan dallansuun dalagi isiin jettu, takkaa itti si kaaftu, hin dalagin, odoo dallansuun sirraa argamtelle`ee, if qabi je`een . 

ÞÇá: « áÇ ÊóÛúÖóÈú

*Hoggaa hedduu itti deddee-bisee gaafate

ÝóÑóÏøóÏó ãöÑóÇÑðÇ

*Hin dallanin,hin aarin je`een Ma`naan hin{ dallanin }jech-u`uu yoo dallante , takkaa aarte , aara saniin waan dalagin , aara kee dalaga`arraa hin oolchinii , aara liqimsii if qabi jechu`  

ÞÇá: áÇ ÊóÛúÖóÈú

Maalif:dallansuu,namni ifirraa deebisuu dandayu hin jiruu haa tayuu waajibni mu`minaa dallansuu sanitti dalaguu dabu` if qabu .

Nabi Muhammad nageenyi isarratti haa jiraatu akki je`e { hin dallaninaa, dallansuun,takkaa aarri ibidda, barbadaa , kan onnee ilma nama keessatti bobaye, tokkoon keessan hoggaa aare, akka ijji isaa itti diimattu, akka hiddi mormaa itti bokhokhu , hin agarree ? duuba tokkoon keessan , hoggaa akkasitti aare, gad haa ciisuu , takkaa lafatti haa maxxanuu  je`an .

Wanni aara namaraa deemsisu , shayxaanarraa Rabbitti maganfatu`, isaatu aara namatti,mi`eysaa ,duuba isarraa Rabbitti maganfatuun, gaachena takkaa waantaa, jabaa , sheyxaanan ifirraa deebisan

*Hadiisa kana Bukhaari`iitu odeesse

ÑóæóÇåõ ÇáÈÎÇÑí

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com