شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

  SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II 

Duree { muqaddimah }

  Hadiisa  tokkoffa`aa 

Hadiisa lammeysa`aa

Hadiisa sadeessa`aa

Hadiisa afreessa`aa

Hadiisa shanaffa`aa

Hadiisa jaheessa`aa

Hadiisa torbeessa`aa

Hadiisa saddeyteysa`aa

Hadiisa seyleessaadhaa
Hadiisa kurneessa`aa
Hadiisa kudha tokkoo
Hadiisa kudha lamaa
Hadiisa kudha sadiyyii
Hadiisa kudha afreessa`aa
Hadiisa kudha shaneessa`aa
Hadiisa kudha jaheessa`aa
Hadiisa kudha torbeysa`aa
Hadiisa kudha saddeetii
Hadiisa kudha seyleessa`aa
Hadiisa diiddammeysa`aa
Hadiisa diiddamii tokkeessa`aa
Hadiisa diiddamii lammeysa`aa
Hadiisa diiddamii sadeessa`aa
Hadiisa diiddamii afreessa`aa
Hadiisa diiddamii shaneessa`aa
Hadiisa diiddamii jaheessa`aa
Hadiisa diiddamii torbeessa`aa
Hadiisa diiddamii saddeetii
Hadiisa diiddamii sayleessa`aa
Hadiisa soddommeysa`aa
Hadiisa soddomii tokkeessa`aa
Hadiisa soddomii lammeysa`aa
Hadiisa soddomii saddeessa`aa
Hadiisa soddomii afreessa`aa
Hadiisa soddomii shaneessa`aa
Hadiisa soddomii jaheessa`aa
Hadiisa soddomii torbeessa`aa
Hadiisa soddomii saddeeteysa`aa
Hadiisa soddomii seyleessa`aa
Hadiisa afurtammeysa`aa
Hadiisa afurtamii tokkoffa`aa
Hadiisa afurtamii lammeysa`aa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II

   
 

 

ÇáÍÏíË ÇáËÇäì ÚÔÑ

HADIISA KUDHA LAMAA

 *Hadiisa kana abuu hureyra`a atu Rabbi  isarraa haa jaalatuu nuu odeesse inni akki je`e

Úä ÃÈí åõÑóíÑóÉó y  ÞÇáó

*Rasuulli Rabbii nageenyi isarratti haa jiraatuu akki je`e

ÞÇáó ÑóÓõæáõ r

*Mu`mini waan isa hin yaachifne waan faaydaa diinifii faaydaa  dunyaadhaa isaaf hin qabne, dalaguu, takkaa je`uu dhiisun , islaamni isaa toluudharraayi takkaa mishu`urraayi. 

ãöäú ÍõÓúäö ÅöÓúáÇãö ÇáãóÑúÁö ÊóÑúßõåõ ãÇ áÇ íÚúäöíåö

Mu`minni islaamni isaa tola`aa , takkaa guutu`uu, waan bu`aa takkaa faaydaa qabu malee , waan biraa hin dalagu, takkaa hin je`u mu`minni guutun, waan dalagu`uu ka`e , takkaa je`uudhaa ka`e, dura ayli`iin laala ,yoo waan ara`aafii boru , ammaafii, booda, addunya`aafii ,aakhira`atti ,isaa tolu taate ,takkaa faaydaa qabu taate, ni dalaga , takkaayuu ni je`a ammoo yoo waan faaydaa, takkaa bu`aa, hin qabne taate hin dalagu , takkaayuu hin je`uu , ni dhiisa .

Wanni suhufa ibraahiim keessa jiru kan nabi Muhammad, abuu zarriif odeesse , gariin waan as deemu kana .

{ wanni nama aylii qaburratti jiru , yoo ayliin isaa tuqamte malee , waa sadii malee hojjatuu dhabu`,sadeen waan guyyaa boruu ,isa fayyadu malee, waan biraa dalaguu dhabu` waan addunya`arratti isa fayyadu malee, waan biraa dalaguu dhabu` waan halaal taye malee haraam mi`eeffatuu dhabuu takkaa qanani`uun dhabu`}

Ammas wanni suhufa takkaa kitaaba Ibraahiim keessa jiru{ wanni aaqilarratti jiruu yoo ayliin isaa tuqamte malee zamana keessa jiru beekhu waan faaydaa qabu dalagu arraba isaa eegu` namni wanni inni dubbatu , dalagaa isarraa tayuu beekhe, takaa lakkaawe, waan faaydaa hin qabne, dubbatu`urraa, dubbiin isaa ni xiqqaatti }

*Hadiisa kan turmuzi`iifii nama  biralle`eetu akkanitti odeesse inni hadiisa fayyaa qabu

ÍóÏöíËñ ÍóÓóä¡ ÑóæóÇåõ ÇáÊÑãÐí æóÛóíÑõåõ åóßóÐóÇ

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com