شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

  SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II 

Duree { muqaddimah }

  Hadiisa  tokkoffa`aa 

Hadiisa lammeysa`aa

Hadiisa sadeessa`aa

Hadiisa afreessa`aa

Hadiisa shanaffa`aa

Hadiisa jaheessa`aa

Hadiisa torbeessa`aa

Hadiisa saddeyteysa`aa

Hadiisa seyleessaadhaa
Hadiisa kurneessa`aa
Hadiisa kudha tokkoo
Hadiisa kudha lamaa
Hadiisa kudha sadiyyii
Hadiisa kudha afreessa`aa
Hadiisa kudha shaneessa`aa
Hadiisa kudha jaheessa`aa
Hadiisa kudha torbeysa`aa
Hadiisa kudha saddeetii
Hadiisa kudha seyleessa`aa
Hadiisa diiddammeysa`aa
Hadiisa diiddamii tokkeessa`aa
Hadiisa diiddamii lammeysa`aa
Hadiisa diiddamii sadeessa`aa
Hadiisa diiddamii afreessa`aa
Hadiisa diiddamii shaneessa`aa
Hadiisa diiddamii jaheessa`aa
Hadiisa diiddamii torbeessa`aa
Hadiisa diiddamii saddeetii
Hadiisa diiddamii sayleessa`aa
Hadiisa soddommeysa`aa
Hadiisa soddomii tokkeessa`aa
Hadiisa soddomii lammeysa`aa
Hadiisa soddomii saddeessa`aa
Hadiisa soddomii afreessa`aa
Hadiisa soddomii shaneessa`aa
Hadiisa soddomii jaheessa`aa
Hadiisa soddomii torbeessa`aa
Hadiisa soddomii saddeeteysa`aa
Hadiisa soddomii seyleessa`aa
Hadiisa afurtammeysa`aa
Hadiisa afurtamii tokkoffa`aa
Hadiisa afurtamii lammeysa`aa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II

   
 
 
الحديث الثانى والأربعون

HADIISA AFURTAMII LAMMEYSO`OO 

*Hadiisa kana anastu Rabbi isarraa haa jaalatuu odeesse

عَنْ أَنَس بْن مالكٍ y

*{ Anas } akki je`e .

قالَ

*Wannin, ergamaa Rabbii nabi Muhamadirraa dhagaye waan as deemu kana , isaa akana je`u

 سَمِعْتُ رَسُولَ اللّهِ r  يقولُ

*Rabbiin akki je`e , yaa ilma aadam

قالَ اللّهُ تعالى : يا ابْنَ آدَمَ

*Waan ati na khadhatte ammallee narraa khajeelte hunda

إِنَّكَ ما دَعَوْتَني وَرَجَوْتَنِي

*Sii kennee sii araarame

غفرت لك غَفَرْتُ لكَ

*Balleessuma sirra argamteen wajji

على ما كانَ مِنْكَ

*Wanni na dhibaa hin jirtu wanni narraa ir`atu hin jiru waa takkaa hin badadu

وَلا أُبالي

*Yaa ilma {aadam} odoo dilii tee samii ol laallee garru tana guuttee .

يا ابْنَ آدَمَ لَوْ بَلَغَتْ ذُنوبُكَ عَنانَ السَّماءِ

*Eegasii, araara narra barbaaddee silaa siifin araarama

ثمَّ اسْتَغْفَرْتَنِي غَفَرْتُ لَكَ

*Yaa ilma {aadam} odoo ati dilii waan dachi`itti qixxaayun dhuftee

ياابْنَ آدَمَ إِنَّكَ لَوْ أَتَيتَنِي بِقُرَاِبِ الأَرْضِ خَطايا

*Eegasii sii natti waan qindeessine kan na malee nama biraa hin    ibaadine kan an hiritya`an qabaa hin aanne , islaamarratti duutee , na argarte .

ثمَّ لَقِيتَنِي لا تُشْرِكُ بِي شَيئاً

*Silaa araara dachi guutun sii dhufeetan ,sii araarama

لأَتَيتُكَ بقُرَابِها مَغْفِرَةً

*Hadiisa kana tirmi`iitu odeesse inni akki je`e hadiisa nagaya,fayyaa qabu

 رَوَاهُ الترمذي وقَالَ : حدَيثٌ حَسَنٌ صَحَيحٌ .

تم بعون الله وتوفيقه 10/8/140 هـ الموافق 26/5/1985 م

DR / MUHAMMAD RASHAAD KABIIR  ABDULLEE KABIIR MUUMMAYYA’AA

Rabbi isaanii haa araaramuu

10/8/1405        26/5/1985

MAKKAH ALMUKARRAMAH

مكة المكرمة

 

 
 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com