شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

  SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II 

Duree { muqaddimah }

  Hadiisa  tokkoffa`aa 

Hadiisa lammeysa`aa

Hadiisa sadeessa`aa

Hadiisa afreessa`aa

Hadiisa shanaffa`aa

Hadiisa jaheessa`aa

Hadiisa torbeessa`aa

Hadiisa saddeyteysa`aa

Hadiisa seyleessaadhaa
Hadiisa kurneessa`aa
Hadiisa kudha tokkoo
Hadiisa kudha lamaa
Hadiisa kudha sadiyyii
Hadiisa kudha afreessa`aa
Hadiisa kudha shaneessa`aa
Hadiisa kudha jaheessa`aa
Hadiisa kudha torbeysa`aa
Hadiisa kudha saddeetii
Hadiisa kudha seyleessa`aa
Hadiisa diiddammeysa`aa
Hadiisa diiddamii tokkeessa`aa
Hadiisa diiddamii lammeysa`aa
Hadiisa diiddamii sadeessa`aa
Hadiisa diiddamii afreessa`aa
Hadiisa diiddamii shaneessa`aa
Hadiisa diiddamii jaheessa`aa
Hadiisa diiddamii torbeessa`aa
Hadiisa diiddamii saddeetii
Hadiisa diiddamii sayleessa`aa
Hadiisa soddommeysa`aa
Hadiisa soddomii tokkeessa`aa
Hadiisa soddomii lammeysa`aa
Hadiisa soddomii saddeessa`aa
Hadiisa soddomii afreessa`aa
Hadiisa soddomii shaneessa`aa
Hadiisa soddomii jaheessa`aa
Hadiisa soddomii torbeessa`aa
Hadiisa soddomii saddeeteysa`aa
Hadiisa soddomii seyleessa`aa
Hadiisa afurtammeysa`aa
Hadiisa afurtamii tokkoffa`aa
Hadiisa afurtamii lammeysa`aa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II

   
 

 

 ÇáÍÏíË ÇáÓÇÈÚ  ÚÔÑ     

HADIISA KUDHA TORBEYSO`O

*Hadiisa kana ashaabticha nabi Muhammad kan abuu yakglaa   je`a mu kan maqaan isaa{ shaddaad ilma owsii } je`amuutu Rabbiin irraa haa jaalatuu 

Úóäú ÃÈí íÚúáóì ÔóÏøóÇÏö Èúä ÃóæúÓy

*Ergamaa Rabbii nabi Muhamm-adirraa , nuu  odeesse

Úäú ÑóÓõæáö r

*Nabi Muhammad nageenyi isarratti haa jiraatuu akki je`e .

ÞÇá

*Rabbiin tola ooluu waa hundarra kaaye jira mu`minni waa hunda keessatti tola ooluu qaba takkaa waa tolchuu qaba

Åöäøó Çááå ßóÊóÈó ÇáÅöÍúÓÇäó Úáì ßõáø ÔóíÁò

*Tanaaf? jecha isin ormi islaamaa hoggaa nama ajjeechan , itti mur-amte , ajjeeftan, hin cinqina`aa akk-uma  gaari`itti ajjeesaa

ÝÅöÐóÇ ÞóÊóáúÊõãú ÝÃóÍúÓöäõæÇ ÇáÞöÊúáóÉó

*Hoggaa waan akka hori`ii gor-raatan gorra`iinsa gaarii gorra`aa , takkaa gorra`iinsa tolchaa   

æÅöÐóÇ ÐóÈÍÊõã ÝÃóÍÓöäõæÇ ÇáÐøóÈÍóÉó

*Tokkoon keessan hoggaa waa garra`uudhaa ka`e  ablee  akkaan, haa ratuu,    haa tayuu

æóáúíÍöÏøó ÃóÍóÏõßõã ÔóÝúÑóÊóåõ¡ æáúíÑöÍ ÐóÈöíÍóÊóå

 fuula waan gorra`uu duratti ablee hin qaratin, waan dooma`aan hin qalin odoo hin gorraane, bishaan dura haa qabuu, eega gorra`ee odoo isiin hin duune , gogaa irraa fuudhu`utti hin seenin. Akkasuma waa irraa muru`utti hin seenin ammas isii aanan qabdu qaluu dhabu`. Ammallee isii ilmoo qabdu hanga ilmoon guddattee isi`irraa duroomtuu , qaluu dhabu` horii tokko horii tokko duratti, qaluu dhabuu, takkaa gorra`uu dhabu` akkasuma hori`ii tola oolun hoggaa elman, hunda keessaa fixanii goggoysuu dhabuu. Ammas hoggaa elmu`uu ka`an kottee ciratu` .

Hoggaa waa gorra`uudhaa ka`an dingatatti lafaan dhayanii lafarra harkisuu dhabuu hoggaa gorra`an qibla`atti gara galchu`uu { bismillaahi }  je`uu khokke`eefii , liqimsaa ammallee hidda  dhamaa hogguma takkatti muruu eegasii hanga isiin qabbanooytu itti dhiisuu` .

*Hadiisa kana Muslimiitu odeesse

ÑóæóÇåõ ãõÓúáöã.

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com