شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

  SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II 

Duree { muqaddimah }

  Hadiisa  tokkoffa`aa 

Hadiisa lammeysa`aa

Hadiisa sadeessa`aa

Hadiisa afreessa`aa

Hadiisa shanaffa`aa

Hadiisa jaheessa`aa

Hadiisa torbeessa`aa

Hadiisa saddeyteysa`aa

Hadiisa seyleessaadhaa
Hadiisa kurneessa`aa
Hadiisa kudha tokkoo
Hadiisa kudha lamaa
Hadiisa kudha sadiyyii
Hadiisa kudha afreessa`aa
Hadiisa kudha shaneessa`aa
Hadiisa kudha jaheessa`aa
Hadiisa kudha torbeysa`aa
Hadiisa kudha saddeetii
Hadiisa kudha seyleessa`aa
Hadiisa diiddammeysa`aa
Hadiisa diiddamii tokkeessa`aa
Hadiisa diiddamii lammeysa`aa
Hadiisa diiddamii sadeessa`aa
Hadiisa diiddamii afreessa`aa
Hadiisa diiddamii shaneessa`aa
Hadiisa diiddamii jaheessa`aa
Hadiisa diiddamii torbeessa`aa
Hadiisa diiddamii saddeetii
Hadiisa diiddamii sayleessa`aa
Hadiisa soddommeysa`aa
Hadiisa soddomii tokkeessa`aa
Hadiisa soddomii lammeysa`aa
Hadiisa soddomii saddeessa`aa
Hadiisa soddomii afreessa`aa
Hadiisa soddomii shaneessa`aa
Hadiisa soddomii jaheessa`aa
Hadiisa soddomii torbeessa`aa
Hadiisa soddomii saddeeteysa`aa
Hadiisa soddomii seyleessa`aa
Hadiisa afurtammeysa`aa
Hadiisa afurtamii tokkoffa`aa
Hadiisa afurtamii lammeysa`aa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II

   
 

 

الحديث الثامن

HADIISA SADDEYTEYSO`OO

*Namni hadiisa kana odeesse ilma ashaab umar Abdullaahi, Rabbiin isaanirraa haa jaalatuu

عَنْ عبدالله عُمَرَ y

*Nabi Muhammad nageenyi isarratti haa jiraatuu hadiisa kana keessatti akki je`e

أَنَّ رَسُولَ r قَال

*Orma kuffaaraa , kan yahuuda`a-afii nasaaraa hin tayin ,warra waan akka mukhaa gabbaruun lolu`utti ajajameen jira

أُمِرْتُ أَنْ أُقَاتِلَ الناس

*Hanga isaan ,Rabbii tokkicha waa hunda uume malee,Rabbiin biraa hin jiruu beekhanitti yookaa ragaa bayanitti takkaa yaadanitti

حتى يشْهَدُوا أَنْ لا إلَهَ إلاَّ الله

*Ammallee hanga isaan Muhammad ergamaa Rabbiitii beekhanii waan inni Rabbirraa dhufeen hunda dhugo`oomsanitti 

وَأَنَّ مُحَمَّدًا رَسُولُ الله

*Ammallee hanga salaata salaatanitti salaanni sun salaata shanani zuhrii ,asrii, maghriba, ishaa`ii, subbiidha 

 وَيقِيمُوا الصَّلاةَ

*Ammallee anga isaan zakaa horii isaanii nama haajama`aa kennanitti

وَيؤْتُوا الزكاةَ

*Duuba yoo ormi  kuffaaraa waan sadeen kana dalage {shahaadaa lamaan qabatanii ,salaatanii zakaa baafatan

فإذَا فَعَلُوا ذلكَ

*Dhiiga isaanii narraa eeggatanii, isaan ajjeessuu hin qabu

عَصَمُوا منى دِماءَهُمْ

*Horii  isaanitis narraa tiyfatanii horii isaanii boojiyuu hin qabu akkuman isaan ajjeesuu hin qabne

وأمْوَالَهُمْ

*Yoo haqa    islaamatiif   ajjeefaman malee takkaa yakkaman malee yoo qixaaxamanii, ajjeefaman, takkaa horiin isaanii , fuudhame malee .

إِلاَّ بِحَقً الإسْلامِ

Namni kaafiraa kan yahuuda`afii nasaaraa hin tayin , yoo shahaadaa lamaan qabatee,salaatee zakaa baafate ,inni islaamaa, waan namni islaamaa qabu qabaa,isa ajjeesun hin gayu horii isaa nyaatun hin gayu inni ajjeecha`aafii waan biralle`een hin yakkamu yoo haqa islaamatiif qabame malee.yoo waan islaamni hin balleesinaa je`e balleesse malee gaafas,ni qaxxa`ama ajeecha`aafii, waan biralle`een

Fakkeessa`aaf namni nama ajjeese,ni ajeefama, namni islaamaa kan zakaa baafatuu didu, horiin zaka`aa hayni haajama`aa irraa fuudhama namni bishaan, nama itti haajamu,takkaa horii itti haajamu dhoowwate, bishaan sun, irraa fuudhama  namni horii namaa kan isarra jiru odoo dandayuu galchuu dide dirqi`iin irraa fuudhama .

Namni waan sadeen dubbanne dalage , shahaadaa qabatee , salaatee , zakaa baafate , odoo waan san nama garsiifatulle`ee ,kan dalagu taatee, odoo akka islaamni nan ajjeefne`eef, kan afaanuma qofaan amanullee, taatee, inni nu biratti muslimaa , takkaa islaamaa, waanuma namni islaamaa qabu qaba yoo du`e irratti salaanna qabroota islaamatti isa awwaalla .

*Ammoo   ,waan  garaa isaanii ke-essa jiru, Rabbiitu beekaa , irraa isaan gaafatu`uu taa`a,sanirraa gaafatuun  nurra hin jiru,maalif shari`aan islaamaa , waanuma namarraa nuu mul`atetti dalaynee waan namni nurraa dhoyse Rabbii isaan uumeef dhiisu`utti,nu ajajje tanaaf jecha nama islaama mul`isee kufrii gara`atti qabate, islaamummaa isaa irraa qeeballa .

وَحِسابُهُمْ على الله تعالى

*Hadiisa kana bukhaari`iifii muslimtu odeesse

 رَوَاهُ البُخارِي وَمُسْلِمٌ

 
 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com