شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

  SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II 

Duree { muqaddimah }

  Hadiisa  tokkoffa`aa 

Hadiisa lammeysa`aa

Hadiisa sadeessa`aa

Hadiisa afreessa`aa

Hadiisa shanaffa`aa

Hadiisa jaheessa`aa

Hadiisa torbeessa`aa

Hadiisa saddeyteysa`aa

Hadiisa seyleessaadhaa
Hadiisa kurneessa`aa
Hadiisa kudha tokkoo
Hadiisa kudha lamaa
Hadiisa kudha sadiyyii
Hadiisa kudha afreessa`aa
Hadiisa kudha shaneessa`aa
Hadiisa kudha jaheessa`aa
Hadiisa kudha torbeysa`aa
Hadiisa kudha saddeetii
Hadiisa kudha seyleessa`aa
Hadiisa diiddammeysa`aa
Hadiisa diiddamii tokkeessa`aa
Hadiisa diiddamii lammeysa`aa
Hadiisa diiddamii sadeessa`aa
Hadiisa diiddamii afreessa`aa
Hadiisa diiddamii shaneessa`aa
Hadiisa diiddamii jaheessa`aa
Hadiisa diiddamii torbeessa`aa
Hadiisa diiddamii saddeetii
Hadiisa diiddamii sayleessa`aa
Hadiisa soddommeysa`aa
Hadiisa soddomii tokkeessa`aa
Hadiisa soddomii lammeysa`aa
Hadiisa soddomii saddeessa`aa
Hadiisa soddomii afreessa`aa
Hadiisa soddomii shaneessa`aa
Hadiisa soddomii jaheessa`aa
Hadiisa soddomii torbeessa`aa
Hadiisa soddomii saddeeteysa`aa
Hadiisa soddomii seyleessa`aa
Hadiisa afurtammeysa`aa
Hadiisa afurtamii tokkoffa`aa
Hadiisa afurtamii lammeysa`aa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II

   
 

 

ÇáÍÏíË ÇáÎÇãÓ

HADIISSA SHANEYSO`OO

*Hadiisa   kana haadha mu`min-tootaa haadhaa abdullaahii jaartii   nabi Muhammad nageenyi isarratti haa jiraatuu, Aa`isha`aatu Rabbi isi`irraa haa jaalatuu nuu odeesse

Úóä Ãõãø ÇáãõÄúãöäöíäó ÚÇÆÔÉy

*Giifti aa`ishaan akki jette

ÞÇáóÊú

*Ergamaan Rabbii nabi Muham-mad akki je`e nageenyi isarratti haa jiraatuu

ÞÇáó ÑóÓõæáõ Çááår

*Namni diinaa keenya kana ke-essatti waan haarawa  fide

ãóäú ÃóÍúÏóËó Ýí ÃóãúÑöäÇ åóÐóÇ

*Waan diinaa hin tayin, waan qur`aanan wal didu waan hadi-isan qiyaasan, ijmaa`an wal didu guyyaa keessaa dalage , takkaa fide 

ãÇ áóíÓó ãöäúåõ

*Wanni  inni  fide  sun deeffa-mti, irraa hin qeebalamtu, isarratti didamti , diliin waan sanii isarratti deebiti 

Ýóåõæó ÑóÏøõ

*Hadiisa kana bukhaari`iifii mus-

ÑóæóÇåõ ÇáÈõÎÇÑöí æóãõÓúáöãõ

imtu odeesse.muslim karaa biraatin wanni odeesse æÝí ÑæÇíÉò áöãõÓúáöãò «ãóäú Úóãöáó ÚóãóáÇð áóíÓó Úóáóíåö ÃóãúÑõäÇ Ýóåõæó ÑóÏøõ »     Man kgamila kgamalan laysa kgalayhi amrunaa fahuwa raddun} Ma`naan isaa : namni dalagaa diinan keenya,takkaa amriin teenya,hin waafayn`e takkaa irra hin jirre dalage dalagaan sun irratti diidamti , takkaa irratti deeffamti 

Hadiisni kun wanni nu beysisu , wanni ibaadaa Rabbii taye, takka wuduu`aa , salaataa soomanaa,faan,yoo akka shari`aa hin gaxxamnetti dalagamte nama dalagerratti deeffamti , isiin baaxilaa fayyaan taatu .

Ammallee hadiisni kun, wanni nu beysisu, namni diin keessatti bid`aadhan dhufe ,dilii guddoo qaba, dalagaan isaa hin qeebalamtu

Ammoo wanni zamana nabi Muhammad hin jirre kan asaabonni, khaliifota isaanii  baasan, kan akka asaab umar raka`aa diiddama taraawiiha salaatu`urratti walitti nama qabu`uu kan akka asaab usmaan , azaana jum`aadhaa tokko ida`uudhaa ,odoo bid`aadhallee kan jennu taatee,hadiisa kana jala hin seenu maalif nabi Muhammaddu, dalagaan isaanii sunna`aa qabadhaa nuun je`ee .

Ammas wanni zamana nabi Muhammad hin jirre,kan akka qur`aana bakka takkatti, walitti deebisanii katabu`uu , kan akka qafti`iifii , lukudi`iifii ,laastu`oofii likadoo harfii qur`aanatii godhu`uu, kan akka hadiisafii, fiqhii takkaa nahwii, takkaa faraa`ida keessatti kitaaba katabu`uu, hadiisa kana jala hin seenu maalif wanni kun hundinuu waan nabi Muhammad je`e takkaa ajaje jala seenaa .

Hadiisni kun,waan namni dalagu , tan shari`aa keessa hin jirre deebisu`uuf , ragaa jaba`a tanaaf jecha hadiisa kana baratu`uufii barsiisu`uufii facaasulleen akkaan barbaadama

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com