شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

  SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II 

Duree { muqaddimah }

  Hadiisa  tokkoffa`aa 

Hadiisa lammeysa`aa

Hadiisa sadeessa`aa

Hadiisa afreessa`aa

Hadiisa shanaffa`aa

Hadiisa jaheessa`aa

Hadiisa torbeessa`aa

Hadiisa saddeyteysa`aa

Hadiisa seyleessaadhaa
Hadiisa kurneessa`aa
Hadiisa kudha tokkoo
Hadiisa kudha lamaa
Hadiisa kudha sadiyyii
Hadiisa kudha afreessa`aa
Hadiisa kudha shaneessa`aa
Hadiisa kudha jaheessa`aa
Hadiisa kudha torbeysa`aa
Hadiisa kudha saddeetii
Hadiisa kudha seyleessa`aa
Hadiisa diiddammeysa`aa
Hadiisa diiddamii tokkeessa`aa
Hadiisa diiddamii lammeysa`aa
Hadiisa diiddamii sadeessa`aa
Hadiisa diiddamii afreessa`aa
Hadiisa diiddamii shaneessa`aa
Hadiisa diiddamii jaheessa`aa
Hadiisa diiddamii torbeessa`aa
Hadiisa diiddamii saddeetii
Hadiisa diiddamii sayleessa`aa
Hadiisa soddommeysa`aa
Hadiisa soddomii tokkeessa`aa
Hadiisa soddomii lammeysa`aa
Hadiisa soddomii saddeessa`aa
Hadiisa soddomii afreessa`aa
Hadiisa soddomii shaneessa`aa
Hadiisa soddomii jaheessa`aa
Hadiisa soddomii torbeessa`aa
Hadiisa soddomii saddeeteysa`aa
Hadiisa soddomii seyleessa`aa
Hadiisa afurtammeysa`aa
Hadiisa afurtamii tokkoffa`aa
Hadiisa afurtamii lammeysa`aa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II

   
 

 

الحديث السادس

HADIISA JEHEYSO`OO

 

*Hadiisa kana abbaa abdullaahii nu`maan ilma bashiiritu, nabirraa nuu odeesse Rabbiin isaafii abbaa isarralleedhaa haa jaalatuu

  عَنْ أبي عبدالله النُّعْمانِِ بْنِ بَشِيرٍ y قالَ

*Nabi Muhammad ergamaa Ra-bbii nageenyi isarratti haa jiraatuu hunoo kan akkana je`un dhagaye

سَمِعتُ رَسُولَ الله r يقُول

*Halaal beekkamaa Rabbiin waan dalaguun isiniif gayu isinii himee jira ergamaan isaa isinii himee jiraa , halaal waan shari`aan baqqaasiftee, hukmiin isaa beekkamaa  

إنَّ الحلال بَينٌ

*Amma sharaamis  beekkamaa inni waan shari`aan irraa isin dho-owwitee Halaal waan halaalum-maan isaa akkaan namaa mul`ate kan hukmiin isaa namatti wal hin fakkaanne haraam waan haraamu-mmaan akkaan ifa namaa baye kan hukmiin isaa namatti wal hin fak-kaanne, waan daliilli, takkaa ragaan halaalummaa isaa, takkaa hara-amummaa isaa,qur`aanafii, hadiisatti dha-fee jiruuf  . 

وإِنَّ الحَرامَ بَينٌ

*Waan halaalumma`aafii hara-amummaan, isaa beekkame jidduu

 وبَينَهُما

*Waan namatti wal fak kaatutu jira kan halaalifii haraamillee fakkaatu, waan daliilli halaalu-mmaa isaatifii haraamummaa isaa , muree himu , hin jirreef  

أَمُورٌ مُشْتَبِهاتُ

*Irra hedduun namaa hukmii waan sanii hin beekhan ammoo namni xiqqaan ni beekha

لا يعْلَمُهُنَّ كَثِير مِنَ النَّاسِ

*Duuba namni waan halaal tayu-`uufii haraam tayuun isaa,itti wal fakkaate san , dhiise

فَمَنْ اتَّقى الشُّبهاتِ

*Dhugumaan diin isaa, waan Ra-bbiin dhoowwerraa, qulqulluu ,isaaf tayuu barbaade

فَقَدْ اسْتَبْرَأَ لِدينِه

*Ammallee  dhugummaan gurri

وَعِرْضِهِ

isaa, qulqulluuisaaf tayuu barbaade . maalif yoo waan namatti wal fakkaate san,hin dhiisin,namni adaba hin qabne, akki je`uun namni sun haraam dalage je`eeti isa hamatee, gurra isaa cabsa takkaa maqaa isa balleessa,duuba namni sun dilii hamatti, nama san naqe , je`ama .

Nabi Muhammad nageenyi isaanirratti haa jiraatuu akki je`an namni Rabbiifii , guyyaa qiyaama`atti amanu , bakka namni waan hamtu`uun isa dubatu`utti isa geessu hin dhaabbatinii , irraa haa fagaatuu .

*Namni waan halaal tayu`uufii haraam tayuun isaa,itti wal fakkaate ,keessa bu`ee dalage

وَمَنْ وَقَعَ في الشُّبهاتِ

*Haraam keessa bu`e isaa wa- 

وَقَع في الحَرَامِ

 nni sun haraamii mitii seyu takkaa ma`naan isaa namni waan halaal tayu`uufii , haraam tayuun isaa hin beekkamin dalagu ,haraamitti seenu`uu dhiyaate jechu` maalif namni waan akkanaa dalagu, takkaa keessa bu`u, haraamis odoon beyne keessa bu`a takkaa dalaga .

*Inni akka dheeda  namaa takkaa khaloo namaa, tan maa,tan namni   seeratee nama irraa dhoowwu maddii horii isaa geessuti,takkaa tiysuuti

كالرَّاعِي يرْعَى حَوْلَ الحِمَى

*Namichi sun gaaf tokko horiin isaa,seera  

يوشِكَ أَنْ يرْتَعَ فِيهِ

 Takkaa khaloo san seenee, dheedun ni dhiyaata duuba akkasuma, namni waan Rabbiin irraa dhoowwu maddii deddeemus ,haraam keessa bu`uun ni dhiyaata .

Wanni ati beytu ,wanni Rabbiin irraa dhoowwe marti, takkaa haraam godhe marti , seera takkaa dallaya, takkaa daangaa qabdi takkaa harama qabdi. Fakkeessa`aaf dhalaan alaga`aa dallaya qaba takkaa daangaa qaba, akka khaloo sanitti dallooyni takkaa seerri dhalaa alaga`aa, khopha`aan isii bayatuu dhabu`u na’mni kopha`aan isii bayate , isi`itti ida`amu `uu dhiyaate. tanaaf jecha, waan irraa dhoowwaman ,isi`iifii dallaya isi`irralle’ee, fagaatu` waan Rabbiin irraa dhoowwe keessa bu`uu soda`aaf .

*Dhagayaa mootin hundi kha-loo  qaba  ,waan irraa nama dhoowwu qaba, seerri Rabbi   wawaan  har-aam godhee irraa nama dhoowwe irraa dhooww-amaa , maddii hin deddee-minaa 

أَلاَ وإنَّ لِكُلّ مِلَكٍ حِمّي، ألاَ وإِنَّ حِمَى الله مَحَارِمُهُ

*Ammas dhagayaa qaama namaa keessa, foon takkootu jira

أَلا وإنَّ في الجَسَدِ مُضْغَةً

*Kan yoo foon  sun tole, qaamni hundi tolu kan yoo inni Rabbi sodaate, humniti hundi Rabbi sodaattu

إذا صلحتْ صَلَحَ الجَسَدُ كله

*Kan yoo foon xiqqaan qaama keessa jiru sun , bade qaamni hundi badu ,kan yoo inni jallate humniti hundi jallattu

وإذَا فَسَدَتْ فَسَد الجَسَدُ كلهُ

*Foon yoo inni tole  qa

أَلاَ وهِي القَلْبُ

amni hundi tolu, kan yoo inni bade , qaamni hundi badu sun,qalbi`i, takkaa onne`e

 qalbiin baduun haala badaa qabaatu`u sun dhukkuba qal;bi`itti je`ama

Dhukkubni onne`ee yookaa qalbi`ii sun ,akka haqa malee, nama jebbu`uuti akka nama hassadu`uuti akka doyn`umma`aati ,akka if guddisu`uuti akka nama xiqqeessu`uuti akka waa nama garsiifatu`uuti , akka if nama dhageessisu`uuti akka mala badaa namatti yaadu`uuti akka addunya`aaf bololu`uuti akka waa hunda khajeelu`uuti akka waan Rabbiin qaddare,takkaa mure jaalatuu dhabu`uuti akka khijibu`uuti walitti nama diru`uuti akka nama hamatu`uuti akka baallama diiqu`uuti. akka nama ganu`uuti akka Rabbitti amanee galata isaa galchuu dha-bu`uuti dhukkubni onne`ee takkaa qalbi`ii hanga dubbanne kana qofaa mitii , afurtamaa ol ni gayaa , Rabbiin keenya, dhukkuba qalbi`ii hun-darraa , nu fayyisee takkaa nu qulqulleysee , akka qalbii nagaya qabduun isa agarru nu haa godhu .

*Hadiisa jaheessu`uu kana bu-khaari`iifii muslimtu odeesse

رَوَاه البُخارِي وَمُسْلِمٌِ .

 
 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com