شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

  SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II 

Duree { muqaddimah }

  Hadiisa  tokkoffa`aa 

Hadiisa lammeysa`aa

Hadiisa sadeessa`aa

Hadiisa afreessa`aa

Hadiisa shanaffa`aa

Hadiisa jaheessa`aa

Hadiisa torbeessa`aa

Hadiisa saddeyteysa`aa

Hadiisa seyleessaadhaa
Hadiisa kurneessa`aa
Hadiisa kudha tokkoo
Hadiisa kudha lamaa
Hadiisa kudha sadiyyii
Hadiisa kudha afreessa`aa
Hadiisa kudha shaneessa`aa
Hadiisa kudha jaheessa`aa
Hadiisa kudha torbeysa`aa
Hadiisa kudha saddeetii
Hadiisa kudha seyleessa`aa
Hadiisa diiddammeysa`aa
Hadiisa diiddamii tokkeessa`aa
Hadiisa diiddamii lammeysa`aa
Hadiisa diiddamii sadeessa`aa
Hadiisa diiddamii afreessa`aa
Hadiisa diiddamii shaneessa`aa
Hadiisa diiddamii jaheessa`aa
Hadiisa diiddamii torbeessa`aa
Hadiisa diiddamii saddeetii
Hadiisa diiddamii sayleessa`aa
Hadiisa soddommeysa`aa
Hadiisa soddomii tokkeessa`aa
Hadiisa soddomii lammeysa`aa
Hadiisa soddomii saddeessa`aa
Hadiisa soddomii afreessa`aa
Hadiisa soddomii shaneessa`aa
Hadiisa soddomii jaheessa`aa
Hadiisa soddomii torbeessa`aa
Hadiisa soddomii saddeeteysa`aa
Hadiisa soddomii seyleessa`aa
Hadiisa afurtammeysa`aa
Hadiisa afurtamii tokkoffa`aa
Hadiisa afurtamii lammeysa`aa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II

   
 
 
الحديث الحادى والأربعون

HADIISA AFURTAMII TOKKOFFA`AA

  *Hadiisa kana abbaa Muhammad abdullaahii ilmaamrii ilma{aasitu } Rabbi isaanirraa haa jaalatuu odeesse

عن ابى محمد عبدالله بن عمرو بن العاص رضى الله عنهما

*Abdullaahin ilmi amrii akki je`e

قال

*Ergamaan Rabbii nageenyi isaafii aalii isarratti haa jiraatuu akki je`e

قال رسول الله r

*Tokkoon keessan mu`mina hin je`amu

لايؤمن أحدكم

*Hanga hawaan isaa , takkaa yaanni isaa waanin an   dhufeen jala deemutti hanga waan dalagu hunda , qur`aanafii , hadiisirra fidee, waan isaan lamaan gaxxamu dalagee, waan nabseen isaa itti yaamtu dhiisutti hin amanu.

حتى يكون هواه تبعا لما جئت به

Akkasuma hanga nabi Muhammad qur`aanafii hadiisa nuu fide nama hundarra  jaalatutti , namni tookolleen mu`mina hin je`amu .

*Hadiisa kana kitaaba      {hujja`aa keessatti odeeffamne takkaa odeessine karaa fayyaa qabuun, inni hadiisa nagaya qabu ka fayyaa qabu .

حديث حسن صحيح رويناه فى كتاب الحجة باسناد صحيح

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com