شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

  SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II 

Duree { muqaddimah }

  Hadiisa  tokkoffa`aa 

Hadiisa lammeysa`aa

Hadiisa sadeessa`aa

Hadiisa afreessa`aa

Hadiisa shanaffa`aa

Hadiisa jaheessa`aa

Hadiisa torbeessa`aa

Hadiisa saddeyteysa`aa

Hadiisa seyleessaadhaa
Hadiisa kurneessa`aa
Hadiisa kudha tokkoo
Hadiisa kudha lamaa
Hadiisa kudha sadiyyii
Hadiisa kudha afreessa`aa
Hadiisa kudha shaneessa`aa
Hadiisa kudha jaheessa`aa
Hadiisa kudha torbeysa`aa
Hadiisa kudha saddeetii
Hadiisa kudha seyleessa`aa
Hadiisa diiddammeysa`aa
Hadiisa diiddamii tokkeessa`aa
Hadiisa diiddamii lammeysa`aa
Hadiisa diiddamii sadeessa`aa
Hadiisa diiddamii afreessa`aa
Hadiisa diiddamii shaneessa`aa
Hadiisa diiddamii jaheessa`aa
Hadiisa diiddamii torbeessa`aa
Hadiisa diiddamii saddeetii
Hadiisa diiddamii sayleessa`aa
Hadiisa soddommeysa`aa
Hadiisa soddomii tokkeessa`aa
Hadiisa soddomii lammeysa`aa
Hadiisa soddomii saddeessa`aa
Hadiisa soddomii afreessa`aa
Hadiisa soddomii shaneessa`aa
Hadiisa soddomii jaheessa`aa
Hadiisa soddomii torbeessa`aa
Hadiisa soddomii saddeeteysa`aa
Hadiisa soddomii seyleessa`aa
Hadiisa afurtammeysa`aa
Hadiisa afurtamii tokkoffa`aa
Hadiisa afurtamii lammeysa`aa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II

   
 
 
الحديث الخامس و العشرون

HADIISA DIIDDAMII SHANEESSO`OO

 

*Hadiisa kanas abbaa zarriitu Rabbi isarraa haa jaalatuu nabi Muhammadirraa nuu odeesse 

ايضا عَنْ أبي ذَرٍّ y

*Aki inni je`e

قال

*Jarri tokko asaaba nabi  Muhammadi-rraa nageenyi isarratti haa jiraatuu

أَنَّ ناساً مِنْ أَصحابِ رَسُولِ r

*Nabi, Mohammadiin akki je`an,nagayaa rahgmanni isaafii aalii isarratti haa jiraatuu

قالوا للنَّبي r:

*Yaa ergamaa   Rabbii

يا رَسولَ الله

*Warri horii qabu dureeyyin sawaaban dabrate, sawaaban nu caallan

ذَهَبَ أَهْلُ الدُّثُورِ بالأَجُورِ

*Maalif isaan akka nuti salaannutti salaatan .

يصَلُّونَ كما نُصَلِّي

*Ammas akka nuti soomannutti soo-manan    

وَيصُومونَ، كما نَصُوم

*Ammas horii isaanii kan haajaa isaanirraa hafe, ni sadaqatan   am moo nuti waan sadaqannu hin qabnuu , kanaan nu caalan, nabi Muhammadiin je`an   

ويتَصَدقُونَ بِفَضُولِ أَمْوالِهِمْ

*Isaan  akkas   jennaan nabi Muhammad akki je`een

قالَ:

*Si isinis,Rabbiin waan sadaqattaniin isinii hin goone ? isinii godhe jechu` maalif

أَوَلَيسَ قَدْ جَعَلَ الله لَكُمْ ما تَصَّدَّقونَ

*{Tasbiihga}   tokkicha je`uun {subhg-aanallaahi} je`uun ,takkaa Rabbiin waan isaan hin mallerraa qulqullaaye , hogguma takka je`uun , sadaqaa   

إِنَّ بِكُلّ تَسْبِيحَةٍ صَدَقَةً

*{Takbiiraa} takkittii je`uun {allaahu akbar} takkaa Rabbiin {guddate} je-chuun sadaqaadha.

وكُلّ تَكْبيرَةٍ صَدقَةً

*Faaruu   hoggaa  takk itti Rabbi faarsan , takkaa galanni tokkichi Rabbiif galata galchan{ alhgamdu lillaahi } takkaa yaa waaqa galanni keeti je`anii , sadaqaadha .

وكُلّ تَحْمِيدَةٍ صَدَقَةً

*Ammallee  {laa ilaaha illallaahu} jechuun sadaqaa, tahliilli tokkichi takkaa { Rabbii tokkicha malee Rabbiin biraa hi jiru } jechuun sadaqaadha

وَكلّ تَهْلِيلَةٍ صَدَقَةً

*Ammas waan gaari`itti nama gorsuun, sadaqaadhaa

وأَمر بالمَعْرُوفِ صَدَقَةً

*Ammas waan hamtu`urraa nama dhoowwun sadaqa` .

وَنَهْي عَنْ مُنْكَرٍ صَدَقَةً

*Tokkoon keessan jaartii ifitti ida`amuu keessa sadaqa`aatu jira

وفي بضْعِ أَحَدِكُمْ صَدَقَةً

*Jennaan yaa ergamaa Rabbii

قالُوا: يا رسول الله

*Tokkoon keenya jaartuma ifitti ida`a-meeti sawaaba argataa? je`aniin

أَيأَتِي أَحَدُنَا شَهْوَتَهُ وَيكونَ لَهُ فِيها أَجرٌ ؟

*Jennaanin akki je`een

قالَ:

*Isin namni akkana je`u,mee naa himaa ,waanin isin gaafadhu naa deebisaa

أَرَأَيتُم

*Tokkoon keessan odoo jaalal isaa  dhalaa haraam isarratti  go dhamtetti  baafatee yookaa dhalaa nikaaha malee itti ida`amee ,takkaa shari`aa malee wajji rafee , diliin isarra jirti moo hin jirtu ? ni jirti jechu` .

لَوْ وَضَعَهَا في حَرام، أكانَ علَيهِ وِزْرٌ ؟

*Duuba  akkuma  yoo jaalala isaa takkaa shahwaa isaa haraam   kee ssa kaaye yakkamu yoo dhalaa halaalitti ida`ame sawaaba argata je`een nabi Muhammad nageenyi isarratti haa jiraatuu .

فَكَذلكَ إِذَا وَضَعَها في الحَلالِ

Dhalaa halaalitti ida`amuun yoo haqa jaarti`ii eegu`uu taate takkaa ilmoo barbaadu`uu taate takkaa haraamirraa if tiysu`uuf taate isi`itti ida`amuun ibaada`aa , sawaaba irratti argatan

*Hadiisa kana Muslimtu  odeesse.

رَوَاهُ مُسْلِمٌ.

 Wanni hadiisa kanarraa fudhannu .

Dalagaa gaarii keessatti wal doggomuun ni barbaadama

Sadaqaan horii qofaa mitii waan biraa keessallee ni jirti .

Niyaan waan sawaaba hin qabnetti sawaaba gooti .

Jaartii ifitti ida`amu`utti nama mirqaamsuu waan faaydaa guddoo qabuuf kan akka isaafii isi`illee haraamirraa eegu`uu .

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com