شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

  SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II 

Duree { muqaddimah }

  Hadiisa  tokkoffa`aa 

Hadiisa lammeysa`aa

Hadiisa sadeessa`aa

Hadiisa afreessa`aa

Hadiisa shanaffa`aa

Hadiisa jaheessa`aa

Hadiisa torbeessa`aa

Hadiisa saddeyteysa`aa

Hadiisa seyleessaadhaa
Hadiisa kurneessa`aa
Hadiisa kudha tokkoo
Hadiisa kudha lamaa
Hadiisa kudha sadiyyii
Hadiisa kudha afreessa`aa
Hadiisa kudha shaneessa`aa
Hadiisa kudha jaheessa`aa
Hadiisa kudha torbeysa`aa
Hadiisa kudha saddeetii
Hadiisa kudha seyleessa`aa
Hadiisa diiddammeysa`aa
Hadiisa diiddamii tokkeessa`aa
Hadiisa diiddamii lammeysa`aa
Hadiisa diiddamii sadeessa`aa
Hadiisa diiddamii afreessa`aa
Hadiisa diiddamii shaneessa`aa
Hadiisa diiddamii jaheessa`aa
Hadiisa diiddamii torbeessa`aa
Hadiisa diiddamii saddeetii
Hadiisa diiddamii sayleessa`aa
Hadiisa soddommeysa`aa
Hadiisa soddomii tokkeessa`aa
Hadiisa soddomii lammeysa`aa
Hadiisa soddomii saddeessa`aa
Hadiisa soddomii afreessa`aa
Hadiisa soddomii shaneessa`aa
Hadiisa soddomii jaheessa`aa
Hadiisa soddomii torbeessa`aa
Hadiisa soddomii saddeeteysa`aa
Hadiisa soddomii seyleessa`aa
Hadiisa afurtammeysa`aa
Hadiisa afurtamii tokkoffa`aa
Hadiisa afurtamii lammeysa`aa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II

   
 
 
الحديث الثانى و العشرون

HADIISA DIIDDAMII LAMMEYSO`OO

*Hadiisni kun abbaa Abdullaahii jaabir ilma Abdullaahii , kan ansaarotarraa tayerraa , nuu odeffame , jaabir Rabbi isarraa haa jaalatuu akki je`e

عَنْ أبي عبدالله جابِرٍ بْنِ عبدالله الأَنْصارِي y

*Namni tokko ergamaa Rabbii nabi Muhammad nageenyi isarratti haa jiraatuu, gaafii takka gaafatee akk je`een .

أَنَّ رجُلاً سأَلَ رَسُولَ rفَقالَ

*Yaa   ergamaa Rabbii , mee naa odeessi , yoon salaata waajibaa shanan zuhrii asrii maghriba ,kgishaa`ii , sgubhgii salaatee

أَرأَيتَ إِذَا صَلَّيتُ المَكْتُوباتِ

*Soomana ramadgaanaa soomanee .

وصُمتُ رَمَضَانَ

*Waan  Rabbiin halaal godhe halaal tayuu isaa yaadee, waan isarraa dalaguun , waajibaa dalagee

 وأَحْلَلْت الحَلالَ

*Waan Rabbiin haraam godhe haraam tayuu isaa yaadee , irraa fagaadhe

وَحَرَّمت الحَرَامَ

*Waa takka waan sanirratti ida`ee , dalaguu baadhee

ولم أَزِدْ على ذلكَ شَيئاً

*Jannata nan seenaa ? je`een jennaanin nabi Muhammad akki je`een

أَدْخُلُ الجَنَّةَ ؟

*Eeyee ,jannata ni  see nta je`een wanni nabi Muhammad fardii malee sunnaa namicha kana hin barsiisiniif, inni nama amma islaamatti seenee, fardi`iifii sunna`aatu yoo hunda itti hime , itti wal fakkaata`aafi , ammas nabi Muhammed wanni beekhe , akka namichi sun, waan sunnaa taye , baratu`uu taa`u maalif fardiin hunde`ee sunnaan dame` .

قالَ: نَعَمْ

*Hadiisa kana Muslimtu odeesse

رواهُ مُسلِم

*Ma`naan {haraam haraam godhe jechu`uu:haraam tayuu isaa yaadee

ومعنى حرمت الحرام

*Irraa fagaadhe jechuu     

اجتنبته

*Ma`naan { halaal halaal godhe jechu`uu :

ومعنى احلل الحلال

*Inni halaal tayuu yaada`aa dalage jechuu.

فعلته معتقدا جله

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com