شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

  SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II 

Duree { muqaddimah }

  Hadiisa  tokkoffa`aa 

Hadiisa lammeysa`aa

Hadiisa sadeessa`aa

Hadiisa afreessa`aa

Hadiisa shanaffa`aa

Hadiisa jaheessa`aa

Hadiisa torbeessa`aa

Hadiisa saddeyteysa`aa

Hadiisa seyleessaadhaa
Hadiisa kurneessa`aa
Hadiisa kudha tokkoo
Hadiisa kudha lamaa
Hadiisa kudha sadiyyii
Hadiisa kudha afreessa`aa
Hadiisa kudha shaneessa`aa
Hadiisa kudha jaheessa`aa
Hadiisa kudha torbeysa`aa
Hadiisa kudha saddeetii
Hadiisa kudha seyleessa`aa
Hadiisa diiddammeysa`aa
Hadiisa diiddamii tokkeessa`aa
Hadiisa diiddamii lammeysa`aa
Hadiisa diiddamii sadeessa`aa
Hadiisa diiddamii afreessa`aa
Hadiisa diiddamii shaneessa`aa
Hadiisa diiddamii jaheessa`aa
Hadiisa diiddamii torbeessa`aa
Hadiisa diiddamii saddeetii
Hadiisa diiddamii sayleessa`aa
Hadiisa soddommeysa`aa
Hadiisa soddomii tokkeessa`aa
Hadiisa soddomii lammeysa`aa
Hadiisa soddomii saddeessa`aa
Hadiisa soddomii afreessa`aa
Hadiisa soddomii shaneessa`aa
Hadiisa soddomii jaheessa`aa
Hadiisa soddomii torbeessa`aa
Hadiisa soddomii saddeeteysa`aa
Hadiisa soddomii seyleessa`aa
Hadiisa afurtammeysa`aa
Hadiisa afurtamii tokkoffa`aa
Hadiisa afurtamii lammeysa`aa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II

   
 

 

الحديث الخامس عشر

HADIISA KUDHA SHANEESSO`OO

*Hadiisa kana abuu hureyra`a atu nabi Muhammadirraa odeesse

عَنْ أبي هُرَيرَةَ y  

*Nabi Muhammad nageenyi isarratti haa jiraatuu, hadiisa kana keessatti akki je`e

أَنَّ رَسُولَ الله r قالَ

*Namni Rabbii isa uumetti iimaana guutuu amane, kan waan inni itti ajaje dhagayu

مَنْ كانَ يؤمِنُ بالله

*Ammallee namni dhuga`aan guyyaan qiyaama`aa ni dhufaa dhugo`oomse, kan guyyaan namuu waan addu-nya`arratti dalage ,azaaba isaa takkaa sawaaba isaa keessatti argu , ni dhufaa yaadu

واليوْمِ الآخِرِ

*Waan gaarii haa je`uu

فَلْيقُلْ خَيرًا

*Takkaa haa cal`isuu

أَوْ لِيصْمُتْ

Ma`naan kanaa namni iimaanni isaa guutu`uu , yoo waa dubbatuu fedhe, odoo hin dubbanne ,waan dubbatu`uu deemu san ,ayli`iin haa laaluu .

Duuba yoo waan gaarii taye , yoo waan faaydaa isaa qabu taye , kan Rabbiin hin jibbine kan irratti sawaaba argatu taye , haa dubbatu .

Ammoo yoo wanni dubbatu`uu ka`e sun waan isa miidhu kan irratti sawaaba hin arganne taye , haa cal`isu

*Ammas nabi Muhammad akki je`e namni Rabbiifii guyyaa qiyaama`atti amane

ومَنْ كانَ يؤْمِنُ بالله واليوْمِ الآخرِ

*Ollaa   isaa  haa guddisuu nabi Muh-ammad hadiisa biraa keessatti akki je`e jibriil haqa ollaadhaa itti deddeebi`eeti, jabeessee natti dhaame, hangan dhaalchisu`uuf deemaa seye takkatti  

فَلْيكْرمْ جارَهُ

*Ammas nabi Muhammad akki je`e namni Rabbiifii guyyaa qiyaama`atti amane   

وَمَنْ كانَ يؤْمِنُ بالله واليوْمِ الآخرِ

*Keessummaa isaa  haa Guddisuu keessummaa guddisuun  , nama imaltuu deemu bulchu` hadiisni kun , hadiisa afur, kan adabni islaamaa irratti jaaramurraa tokko , afran sun tokko .

فَلْيكْرِمْ ضَيفَهُ

1 – Namni Rabbiifii guyyaa qiyaama`atti amane waan gaarii haa du-bbatuu,takkaa haa cal`isuu keessumma`aafii ollaa haa guddisuu.

2 – Islaamni namaa toluun , waan faaydaa hin qabne je`uufi dalagullee dhiisu`u

3 – Hin dallanin .

4 – Ilmaannii tokkoo keessanii hin guutamu hanga waan ifiin haalatu obboleessa isaatin jaalatutti .

*Hadiisa kana Bukhaari`iifi Muslimtu odeesse

رَوَاهُ البخاري وَمُسْلِمٌ

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com