شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

  SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II 

Duree { muqaddimah }

  Hadiisa  tokkoffa`aa 

Hadiisa lammeysa`aa

Hadiisa sadeessa`aa

Hadiisa afreessa`aa

Hadiisa shanaffa`aa

Hadiisa jaheessa`aa

Hadiisa torbeessa`aa

Hadiisa saddeyteysa`aa

Hadiisa seyleessaadhaa
Hadiisa kurneessa`aa
Hadiisa kudha tokkoo
Hadiisa kudha lamaa
Hadiisa kudha sadiyyii
Hadiisa kudha afreessa`aa
Hadiisa kudha shaneessa`aa
Hadiisa kudha jaheessa`aa
Hadiisa kudha torbeysa`aa
Hadiisa kudha saddeetii
Hadiisa kudha seyleessa`aa
Hadiisa diiddammeysa`aa
Hadiisa diiddamii tokkeessa`aa
Hadiisa diiddamii lammeysa`aa
Hadiisa diiddamii sadeessa`aa
Hadiisa diiddamii afreessa`aa
Hadiisa diiddamii shaneessa`aa
Hadiisa diiddamii jaheessa`aa
Hadiisa diiddamii torbeessa`aa
Hadiisa diiddamii saddeetii
Hadiisa diiddamii sayleessa`aa
Hadiisa soddommeysa`aa
Hadiisa soddomii tokkeessa`aa
Hadiisa soddomii lammeysa`aa
Hadiisa soddomii saddeessa`aa
Hadiisa soddomii afreessa`aa
Hadiisa soddomii shaneessa`aa
Hadiisa soddomii jaheessa`aa
Hadiisa soddomii torbeessa`aa
Hadiisa soddomii saddeeteysa`aa
Hadiisa soddomii seyleessa`aa
Hadiisa afurtammeysa`aa
Hadiisa afurtamii tokkoffa`aa
Hadiisa afurtamii lammeysa`aa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II

   
 
 
الحديث السادس و العشرون

HADIISA DIIDDAMII JAHEESSO`OO

 *Hadiisa kana abuu hureyra`aatu odeesse

عَنْ أبي هُرَيرَةَ y

*Abuu hureyran Rabbi isarraa haa jaalatuu akki je`e

قالَ

*Ergamaan Rabbii rahmataafii nageenyi isaafii aalii isarratti haa jiraatuu akki je`e

قالَ رَسُولُ الله r:

*Humna qaama namaa hunda

كُلُّ سُلاَمى مِنَ النَّاسِ

*Sadaqaadhatu irra jira

عَلَيهِ صَدَقَةٌ

*Guyyaa  bariyee aduun keessa baatu hunda { humniti qaama namaa dhibba sadiyifii jahaatama {sulaama} jechuun human jechu`uu Duuba humna dhibba sadiyiifii jahaatamman sanirra sadaq-a`aatu jira

كُلَّ يوْمٍ تَطْلُعُ فيهِ الشَّمْسُ

*Nama lama walitti tolchuun{ sad-aqaadhaa }

تَعْدِلُ بَينَ اثْنَينِ صَدَقَةٌ

*Akkasuma namicha waa raru kan waan akka gaalaa,harre`ee , gaange`ee , fe`u, gargaarun isaaf irra kaayun {sadaqaa }

وَتُعينُ الرَّجُلَ في دابَّتِهِ فَتَحْمِلُهُ علَيها

*Takkaa meeshaa inni irra kaayatuu dadhabe , irra isaaf kaayun , sada-qaadhaa .

أَوْ تَرْفَعُ لَهُ علَيها مَتاعَهُ صَدَقَةٌ

*Jechi gaarin ati     jettu zikriin rabbii ta ati jettu, salaat alannabiin ati gootu, sadaqaadhaa, dubbii gaarii jettee waan gaari`itti nama gorsuun sadaqa`a , waan hamtu`urraa nama dhoowwun sadaqa`a

وَالكَلِمَةُ الطيبَةُ صَدَقَةُ

*Tarkaanif ati gara salaata deemu`uu , tarkaanfattu hundi sadaqaadha`

وَبِكُلّ خُطْوَةٍ تَمْشِيها إلى الصَّلاَةِ صَدَقَةٌ

*Waan akka qore`ee, akka dhaga`aa, kan  nama  miidhu    kara`arraa deem-sisuun , sadaqa`a  Namni waan dubba-nne jalqaba guyya`aa dalage, qaama isarraa zakaa baase namni guyyaa hunda waan dubbanne san dalagu`urraa da-dhabe yoo ka`ee rak`aa lama waytii waar`ee salaate akkuma , sadaqoota , dubbanne san hunda dalageeti. Maalif salaanni waan humana hundaan dalagan .duuba nama salaatu humniti isaa hundi waajiba isi`iitin dhaabbatte .

وتميط الأَذَى عَنِ الطَّرِيقِ صَدَقةٌ

Hadiisa kana bukhaari`iifii Muslimtu odeesse

رَوَاهُ البخاري وَمُسْلِمٌ

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com